Telegram Web
🐜Mixiin garaa lama akka qabu beektuu?
Garaan inni tokko nyaata ofii kan itti kuufatu yoo ta'u inni lammataa immoo nyaata hiriyaa wajjiin qoqqoodaman kan ittiin kuufatuudha!

Join. @A1_ajaaiba
yaadaafi gaaffii @Eebbabot
haati ulfa qabdu yoo miidhamte, daa'imni gadaameessa ishee keessa jiru seelii ofii haadhaaf erguudhaan iddoo isheen miidhamte sana supha!
Join @A1_ajaaiba
Comment @Eebbabot
😘Maqaan isaa Roberto Esquavela jedhama. qaama saalaa dheeraa qabaachuun,Guinness world record book irratti galmaa'eera.
Waan nama ajaa'ibu keessaan immoo namtichi kun yeroo baayyee yeroo gara hojiitti deemu polisiin meeshaa dhoksitterta jedhee daandii gubbarratti qabaa rakkisa.
join @A1_ajaaiba
yaadaaf @Eebbabot
Toora inteneetii irratti google gravity jedhii barreessi sana booda fuula jalqabaarra jecha google gravity -mr.doob jedhu tuqi sana booda filannoo I'm feeling lucky jedhu tuqi
Dhumarratti wanta argite yaada nuuf barreessi
Yeroo gaarii!!
join @A1_ajaaiba
yaadaaf @Eebbabot
πŸŒ†πŸŒ†Maqaan guutuun magaalaa biyya kaalifooriniyaa(Los Angeles) ''el Pueblo de Nuestra Senora la Reina de Los Angeles de Porciuncula>akka jedhamtu beektuu?
πŸ™<join>πŸ™
πŸ“©<comments>πŸ“©
🎁<share>🎁
🌴Mukni ''Tree of 40 fruit" jedhamu fuduraa gosa 40 buusutti jiraπŸŽπŸπŸŠπŸ‹πŸ™Š
πŸ™<join>πŸ™
πŸ“©<comment>πŸ“©
🎁<share>🎁
2024/11/15 09:44:24
Back to Top
HTML Embed Code: