Telegram Web
Namni yeroo dheeraaf osoo siif hin bilbilin ture yoo siif bilbile ykn ergaa gabaabaa yoo siif barreesse waan woyii sirraa barbaadeera jechuudha!

โค๏ธ<join>โค๏ธ

๐Ÿ–Š<comment>๐Ÿ–Š

๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
โœ amantus amanuu baattus jechi afaan ingiliffaa <set> jedhu hiika 430 akka qabu beektuu?

โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
#psychological #facts
๐Ÿ™Š abjuun dubbisuu fi barreessuu akka hin dandeenye beektuu?

โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ™Š umrii keeti 7n baayyisi, deebii argatte 1443n baayyisi.
Deebii argatte @Eebbabot irratti naaf barreessi. Umriin keeti meeqa akka ta'e siif hima.!
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ทbiyya girikii magaalaa ateensi keessatti konkolaachisaan tokko woyaa(huccuu) qulquluu uffachuu yoo dhabe ykn qaama isaa dhiqachuu yoo dhabe, seeraan heeyyamni konkolaachistummaa irraa fudhatama.

โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ‘‰Maqaan isaa francesco lentini jedhama.
๐Ÿ˜ŒMiila 3, qaama dhiiraa 2 fi quba miilaa 16 qaba ture!!
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ชBiyya jaarmaanii keessatti hidhaamaan tokko yoo miliquuf yaale seeraan hin adabamu. Sabababnis, bilisa bahuun mirga uumamaan dhala namaatiif keenname waan ta'eef.
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
Forwarded from ๐Ÿค”๐Ÿค”ORO_DINQISIISOO๐Ÿคญ๐Ÿคญ (๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ณ ๐Ÿ‡ช ๐Ÿ‡ฉ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡พ)
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ทBara 2001 A.L.A biyya Arjeentiinaa(Argentina) presidentiin 5 guyyaa 10 keessatti bulchanii turan.
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡นbiyya Portugal keessatti halluu diimaan barreessuun dhoorkaadha(akka tuffitti laakkaa'ama waan ta'eef).
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ’‹ biyya kaalifoorniyaa Riverside ,yoo wal dhungachuu(kissing) barbaadan hidhii isaanii dhiqachuu qabu.๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…
โค๏ธ<Join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ˜๐Ÿ˜bara 1916 A.L.A arbi tokko yakka ajjeechaatiin shakkamee adabbiin du'aa itti murtaa'ee ture.

โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
๐Ÿ“Œmaqaan saayinsaawaa goorillaa...
๐Ÿฆgorilla gorilla gorilla akka ta'e beektuu?
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
<Reposted>
๐Ÿคญtoora inteerineetii www.remove.bg fayyadamuun background fakkii sirreeffachuu ni dandeenya.
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ <comments>๐Ÿ“ฉ
๐Ÿงฌ<share>๐Ÿงฌ
๐Ÿ”ซAjjeessaa tokko osoo ati ajjeessitee, laakkofsi ajjeessaa addunyaarratti hin hir'atu. Sababnis atis ajjeessaa taata waan ta'eef!
โค๏ธ<join>โค๏ธ
๐Ÿ“ฉ<comment >๐Ÿ“ฉ
๐Ÿ™<share>๐Ÿ™
โ›ˆโ›ˆBara 2001 A.L.A biyya hindii naannoo keerella jedhamutti bokkaan dhiiga roobee turee!
Garuu sababni maal akka ta'e hanga ammaatti hin beekkamne

Join @A1_ajaaiba

Yaadaafi gaaffii @Eebbabot
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ณ๐ŸŽ“ Yuuniveersiitii madras jedhamu (biyya hindii kessatti argamu)barataan halkaniin yoo dubbisu akka isa hin qabanneef rifeensa mataa isaa misimaara manatti dhahuun itti hidhatu!

join @A1_ajaaiba
Yaadaafi gaaffii @Eebbabot
โฐ''Yeroo darbe'' (past)
muuxannoo sirraan argadheef galatoomi.
Waliigalteen waliin qabnu dhumateera waan ta'eef
Jireenya kiyya keessaan bahi.
Join @A1_ajaaiba
Yaadaafi gaaffii @Eebbabot
2024/11/15 12:02:45
Back to Top
HTML Embed Code: