Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Ergamoota
Kutaa 3ffaa
โ Kabaja Ergamootaaf taasifamu
โ Ergamootaaf Sagadni Kennaa ni Sagadamaa?
โ Ergamoota Xuraa'oo (Seexana)
โ Gaaffilee Ergamoota irratti ka'aaniifi deebii isaanii
โ Dirsaana Ergamootaa
Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
๐๐๐
https://bit.ly/4cgxX7H

Forwarded from Ijoollee Mana Kiristaanaa EOTC
๐๐๐ง๐ ๐๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ
Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!
โฆ ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ง๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐๐ก๐? ๐๐ข๐ข๐ค๐ง๐ข ๐ฆ๐๐ช๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐ ๐ก๐จ๐จ?
โฆ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฆ๐?
โฆ ๐๐๐ช๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ช๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐? ๐ข๐๐๐จ๐จ ๐ค๐๐ฆ ๐ค๐๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข?
โฆ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ฒ๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฐ๐๐ ๐ ๐๐ ๐ค๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ค๐๐'๐๐๐ฅ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ข?
๐๐๐ง๐ง๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ง ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฅ๐ข๐ง๐ค ๐ค๐๐ง๐๐ ๐ ๐๐๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ญ๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐๐!
๐๐๐
๐ https://bit.ly/3Om035R

Maaqa Abba Kaan ilmaa afuraa Qulquluu waqa Tokkoo Ameeen
โYaa obolootaa koo wamamuu kesaan bekaa ๐
1ffaa qornx/ /1:26
Waqayyoo waan 6f Nuu waama isannis ๐
1)) keenaa isaa nuf lachuf:
Kennan Waqayyoo kafaltii hin barbaduu
Keennan biyyaa lafa ni dhumaa garuu keennan Waqayyoo nuf kenne Tasumaa hin dhumuu ๐eggaa matii Waqayyoo Waqayyoo hundaa kenyaf kennaa bara bara nuf yaa kenuu ameen
2)) Aamntii isaa jalqabaa fii ishee dhugaa nu barsisuf ๐Ammas Waaqayyo isin saba isaatti dubbatee, "Gara karaatti as ba'aatii ilaalaa! 'Daandiin inni durii, karaan inni ba'eessi sun amma eessa jira?' jedhaatii gaafadhaa! Boqonnaa akka argattanitti karicha irra adeemaa!" jedhe; isin garuu, "Lakkii nuyi isa irra adeemuu hin barbaannu" in jettan. Ermiyas/ //((6:16))
3))Nuu Ebisuf Waqayyoo nuu wamaa
:๐
Hundinuu abbaadhaaf ulfina akkuma kennanitti, ilmaafis ulfina haa kennan; ilmaaf ulfina kan hin kennine, abbaa isa ilma isaa ergeefis ulfina hin kennu. "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.
.. yowanis ((5::23--24)
4))cubuu kenyaa nuuf dhiuuf
Yakaa kenyaa badii kenyaa nuuf dhisudhaf nuu wamaa: ๐
๐Dubartittiin tokoo garuu dhuftee miilla Yesusitti kuftee, "Yaa gooftaa na gargaari!" jetteen. Yesus yommus deebisee, "Buddeena ijoollotaa fuudhanii sarootaa darbachuun ba'eessa miti" jedheen.
๐ lsheen, "Eyyee, yaa gooftaa, haa ta'u iyyuu malee, saroonnis maaddii gooftota isaanii irraa isa harca'u in nyaatu" jette. Kana irratti Yesus, "Dubartii nana! Amantiin kee guddaa dha, akkuma ati barbaadde siif haa ta'u!" jedhee deebiseef; intalli ishees si'uma sana fayyite.mat//15::24--27)
5)) akaa milkofnuf nuu wamaa wanaa barbanuu kayoo kenyaa galaman akaa genyuf Waqayoo nuu wamaa jechudha
Fknf ๐iyasus kirstos bartotaa isatin! Qurxummii waa of biraa hin qabdanii?" isaaniin jedhe; isaan immoo,"Waawuu" jedhanii deebisaniif. Inni immoo, "Bidiricha bukkee gara mirgaatiin kiyyoo darbadhaa in argattus!" isaaniin jedhe. Isaanis kiyyicha darbatanii, baay'ina qurxummii irraa kan ka'es isa harkisuu dadhaban.
( Yow/21::5--6)
6)) motumaa isaa isaa bara baraa nuu dhalchisudhaf
Galaanni Waaqayyof yaa Ta'u
๐ .Join join join ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa

๐๐ฎ๐ป๐ด๐ฎ๐ณ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐บ๐ผ๐ผ๐๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐น๐พ๐๐น๐น๐๐ ๐ฅ๐๐ณ๐ฎ๐ฎ'๐ฒ๐ฒ๐น
๐๐ฎ๐ด๐ฎ ๐ด๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ป๐ด๐ฎ๐ณ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐บ๐ผ๐ผ๐๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐น๐พ๐๐น๐น๐๐ ๐ฅ๐๐ณ๐ฎ๐ฎ'๐ฒ๐ฒ๐น ๐ป๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ด๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป!

โฆ ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ง๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐๐๐'๐๐๐ฅ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐๐ก๐? ๐๐ข๐ข๐ค๐ง๐ข ๐ฆ๐๐ช๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐ ๐ก๐จ๐จ?
โฆ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐๐๐'๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฆ๐?
โฆ ๐๐๐ช๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐๐๐'๐๐๐ฅ ๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ช๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐? ๐ข๐๐๐จ๐จ ๐ค๐๐ฆ ๐ค๐๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข?
โฆ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ฒ๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฐ๐๐ ๐ ๐๐ ๐ค๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐๐๐'๐๐๐ฅ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ข?
๐๐ข๐ฏ๐ฏ๐ฆ๐ฆ๐ฏ๐ช๐ช๐ง๐ช ๐ฌ๐ข๐ฏ๐ฏ๐ฆ๐ฆ๐ฏ ๐ฃ๐ช๐ณ๐ฐ๐ฐ ๐ธ๐ข๐ข'๐ฆ๐ฆ ๐๐ถ๐ญ๐ฒ๐ถ๐ญ๐ญ๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐ง๐ข๐ข'๐ฆ๐ฆ๐ญ ๐ญ๐ช๐ฏ๐ฌ ๐ฌ๐ข๐ฏ๐ข ๐ต๐ถ๐ฒ๐ถ๐ถ๐ฏ ๐ฅ๐ถ๐ฃ๐ฃ๐ช๐ด๐ข๐ข!
๐๐๐
https://bit.ly/3Fp3eWw

Luboota Digdami Arfan Samii
โข Luboonni 24'n Samii eenyu fa'i?
โข Maalif 24 qofa jedhaman?
โข Dhuguma lakkoofsi ykn baay'inni isaanii 24 qofaa?
โข Luboota lafa irra jiran irraa maaltu adda isaan baasa?
Hiikoo Andimtaa Mul'ata Yohaannis irratti kan hundaa'e. Link jala jiru tuquun dubbisaa!
๐๐๐
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/luboota-digdami-arfan-samii_23.html

Gebre Kirstos RE
<unknown>
Gebere Kiristoos๐น
Gebre Kiristoos misirricha /2
Firii tewaahidoo Hangaficha
Obsaan mo'atte Biyya Lafaa
Kadhanna keetin Dukkani ifaa
#Ceesisa
Daraaraan Lafaa bu'aan qabuu
Yeroof bareedee Akka darbuu
Hubatte madaalte Abbaa/2
Karaa isaa dhuga
@Ceesisa
Abbaaf haadhakee hin salphifnee
Kan isaan hawwanis ati hin dinnee
Jalalaan Kan deemtee Abbaa/2
Mushurrittii biraa
@Ceesisa
Abbaan kee Mootichi si iyyaafatee
Lafa ati Jirtu gaaggafatee
Si arguun dandeenyeem Abaa/2
Kadhaan ke si dhokseera
@Ceesisa
Keessa koo dubatti naaf jijjirii
Mana Abbaa kootti na deebisii
Jettee kadhattee Abbaa/2
Kun waan dinqiidha
Baroota Heedduuf Saroonni Abbaa kee
Si Harraabanii Madaa Qamakee
Obsaan danddeese Abbaa/2
Dheebuufi beelaa
@Ceesisa
Harcahaa warraakee kan sorratte
Rakkataa Biyyaa ormaa itti fakkaatte
Jireenyaa Samii filattee Abbaa/2
๐https://www.tgoop.com/Farfattu
Gebre Kiristoos misirricha /2
Firii tewaahidoo Hangaficha
Obsaan mo'atte Biyya Lafaa
Kadhanna keetin Dukkani ifaa
#Ceesisa
Daraaraan Lafaa bu'aan qabuu
Yeroof bareedee Akka darbuu
Hubatte madaalte Abbaa/2
Karaa isaa dhuga
@Ceesisa
Abbaaf haadhakee hin salphifnee
Kan isaan hawwanis ati hin dinnee
Jalalaan Kan deemtee Abbaa/2
Mushurrittii biraa
@Ceesisa
Abbaan kee Mootichi si iyyaafatee
Lafa ati Jirtu gaaggafatee
Si arguun dandeenyeem Abaa/2
Kadhaan ke si dhokseera
@Ceesisa
Keessa koo dubatti naaf jijjirii
Mana Abbaa kootti na deebisii
Jettee kadhattee Abbaa/2
Kun waan dinqiidha
Baroota Heedduuf Saroonni Abbaa kee
Si Harraabanii Madaa Qamakee
Obsaan danddeese Abbaa/2
Dheebuufi beelaa
@Ceesisa
Harcahaa warraakee kan sorratte
Rakkataa Biyyaa ormaa itti fakkaatte
Jireenyaa Samii filattee Abbaa/2
๐https://www.tgoop.com/Farfattu
Waadaan keessan
F/taa Makonnin Hundumaa
Waddan Kessaan Adda qulqulotaa goftaaa
Yoo Nuf dhabatani issin yaa Tolotaa
Rakkoo Simatanii goftatii Amntanii
Waada bara baraa isaa irraa Argatanii
๐ .Join join join ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa
Yoo Nuf dhabatani issin yaa Tolotaa
Rakkoo Simatanii goftatii Amntanii
Waada bara baraa isaa irraa Argatanii
๐ .Join join join ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos
Baga Tsoomii Guddaa nagaadhaan geessan!
โข Tsoomiin guddaan maalif Tsoomama?
โข Tsoomii Guddaan yoom Tsoomamuu jalqabe?
โข Tsoomii Guddaan Manneen Kiristaanaa kam kamitti Tsoomama?
โข Tsoomiiwwan gurguddoo Torban Mana Kiristaanaa kam Kamidha?
โข Tsoomii Guddaan maqaawwan kan biroo kam kam qaba?
Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Tsoomii Guddaa link kana tuquun dubbisaa!
๐๐๐
https://www.qubeeonline.com/2022/03/tsoomii-guddaa.html?m=1

Kidanemhret nandagtiin
<unknown>
Baaga Geessan ๐น
Faarsa kaanan Ebifamaa ๐ฟ๐น
๐ฒAyyaanaa Gaarii๐ฒ
๐ .Join Sher ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa
Faarsa kaanan Ebifamaa ๐ฟ๐น
๐ฒAyyaanaa Gaarii๐ฒ
๐ .Join Sher ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa
Forwarded from Hundaafel fi Arseemaa (Sebona Cheneka)
Sooma Hirqaal....Torbee 1ffaa Sooma Hudaadee
Maqaa Abbaa, kan Ilmaa, kan Afuura Qulqulluu, Waaqayyo Tokko Ameen. ZEWEREDA
BAGA Geessan SOOMA GOOFTAA Gooftotaatin
Eega guyyaa har'a kana Tokko Yaadannoo Guyyaa Haati Keenya Kakuu Araaraa(Kidaanamirat) waadaa itti fudhatte ykn Ilmi ishee Iyyasuus isheef itti kakatedha(waadaa galeefidha).
2ffaan: Dilbata jalqabaa Zewereda jedhamuun beekamu kunis Gooftaan keenya Iyyasuus Ilmi Maariyaam, ilmi Waaqayyoo, Addaamif Ijoollee isaa fayyisuuf gara lafaatti dhufuu yaadannudha.
Sooma Hirqaal jechuun keenya immoo...moggaasa maqaa Mooticha Roomaa HIRQAAL jedhamuun ta'us,sababni isaa Mootichi Kiristaana cimaa waan tureef, Israa'elonni Mooticha Baabiloon Fooxaa jedhamuuun Weeraramani waan moo'atamaniif, Fooxaan kiristaanoota hedduu ajjeesee, mana kiristaanoota hedduus gube, diigee, MEESHAALEE QULQULLAA'OO saamee, Fannoo immoo Diyaaqonota Iyyarusaalem baachise deeme ture, Diyaaqonota sanas ni ajjeese, Fannichas ni awwaale ture. Kanumaan Israa'elonni Hirqaalif ergaa gargaarsa gaafatan, Ati Biyyaan adda taanus, Kiristaanummaan nuti Tokkooti, Mooti Baabiloon Fannoo Gooftaa nu jala fudhate, nu saame jira, nuuf deebisisi jedhanin. Hirqaalis ani Kiristaana kanaaf Fannicha deebisuf Lolli dirqama, namni du'uu mala, Lubbuu ajjeesun immoo cubbuudha jedhee gaaafteen, Israa'elonnis Mootichi kun cubbuu guddaa kan nurrati dalageedha, Kanaaf Nuti Bakka ke Soomnee si gargaara jedhanin, Innis toole jedhee, loltoota qabate deeme, Fannoo Awwaalame sana baasee fidee dhufe... Kanaaf Sooma Kana Yaadachun Manni kiristaana Sooma Guddaa kanatti dabaltee ni Soomti jechuudha. Gabaabsuun yoo ilaaluu kana fakkaata.
Gaaffif Yaada Qabdan nuuf Qoodaa.
Join share @hundaafel
16/06/2017 E.C
Tulluu Qulqullaa'aa Irraa
Warri dubbistan hunda keessan Waaqayyoon Soomii Eebba qabu akka soomtan Irree isaa isin Wajjin ha ta'u.

Lakkii Gorfami
F/ta Gammee
โฆLakki Gorfamiiโฆ
Lakki gorfamiiร2 yaa namaa gorfamiiร2
Hababoo har'aa bor biyyoo dhumaaร2
@Ceesisa
Kitaabni Qulqulluu siif lallabameeraa
Lubbu kee fayyisi sitti himamee jiraa
@Ceesisa
Qabbanniif abiddi si fuldura jiraa
Mootummaan Waaqayyoo dhufee dhiyaateraa
@Ceesisa
Toolummaa keen mitii lubbuun kee turuunii
Gaabbii akka galtuuf argatte umurii
@Ceesisa
Abidda osoo hin seeniin sababa yakka keen
Maaloo jijjirami sirreessi deemsa kee
==โข|โข==
๐๐follow join๐
https://www.tgoop.com/Farfattu

Torbee tokkoffaa Tsoomii Guddaa | Zeweredee
Baga Tsoomii guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!
Zeweredee
Waa'ee torbee 1ffaa Tsoomii Guddaa dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuquun website keenya irraa dubbisaa!
๐๐๐
https://bit.ly/35sdJM0

Imimmaani fi Jilbaani
Faaruu Gaabbii
Imimmaanii
Imimmaanii fi jilbaani sin galateeffadha anii
Oolmaa keetu garaa na raasaa
Abbaa koo gatii kee an yoon maal godheen baasaa
Oolmaa keetu gara na raasa
Iyyesuus gatii kee an yoon maal godhen baasa
Gara kee ilaala ijji koo
Siin dhandhama arrabni koo
Mi'aa keetu hin quufamuu
Yoomillees hin nuffamuu
Kan si waamee hin salphatuu
Nagaa qabaa hin rakkatuu
Maqaa keetu dawwaadhaa
Kan siin beekneef gowwaadha
Mi`aan nyaata barruu kee
Hin quufamu maqaan kee
Kanaafan si waammadhaa
Surraa koo sin jaaladhaa
Abdii fi jireenyi koo
Si'umadha Waaqni koo
Ati naa dhufnaan abbaa koo
Ni guuta hir'uun mana koo
====โข|โข===
๐๐๐
https://www.tgoop.com/Farfattu
Imimmaanii fi jilbaani sin galateeffadha anii
Oolmaa keetu garaa na raasaa
Abbaa koo gatii kee an yoon maal godheen baasaa
Oolmaa keetu gara na raasa
Iyyesuus gatii kee an yoon maal godhen baasa
Gara kee ilaala ijji koo
Siin dhandhama arrabni koo
Mi'aa keetu hin quufamuu
Yoomillees hin nuffamuu
Kan si waamee hin salphatuu
Nagaa qabaa hin rakkatuu
Maqaa keetu dawwaadhaa
Kan siin beekneef gowwaadha
Mi`aan nyaata barruu kee
Hin quufamu maqaan kee
Kanaafan si waammadhaa
Surraa koo sin jaaladhaa
Abdii fi jireenyi koo
Si'umadha Waaqni koo
Ati naa dhufnaan abbaa koo
Ni guuta hir'uun mana koo
====โข|โข===
๐๐๐
https://www.tgoop.com/Farfattu
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel
Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!
Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?
โฆ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?
โฆ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?
โฆ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?
Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
https://bit.ly/3BDnvFB

Tajaajilaa Dhugaa
Faarsaa Gamtaa
โTajaajilaa Dhugaaโ
[Gamtaa Tajaajiltoota Ortodooksiitiin]
Hoolotaaf dhimminee kan lallabnu nagaa
Gooftaa nu taasisii tajaajilaa dhugaa
Ati nu taasisii tajaajilaa dhugaa
Hoolota Waaqayyoo eeguudhaaf muudamnee
Akka tajaajilluuf kennaan nuuf kenname
Nuti garuu daganne kaayyoof ergama isaa
Hamaatti isaan laanne kunoo ijoollee isaa
Ayyaana Gooftaati inni nurra jiru
Kan keenya kan ta'e tokkolee hin jiru
Afuura qulqullu akka hin gaddisiisne
Dhugaaf yaa jiraannu fedhii foonii dhiisnee
Ergamni inni guddaan Waaqa irraa fudhanne
Qoqqoodinsaaf miti kan nuti bobbaane
Tika bittinsinee daganne imaanaa
Itti gaafatamna guyyaa dhumaa sana
Akka hin burjaajofne ilmaan Waaqayyoodha
Qooqa inni dhagahuun wangeela himuudha
Kana ta'uu baannaan gonka hin qabu bu'aa
Sanyii firii hin qabne nu jalaatii ta'aa!
Waaqayyo ammas tajaajiltoota dhugaa nu haa taasisu! Ameen

Forwarded from ๐ แขแฎแซแ แแฎแแฝแ๐
๐แจแแแชแซแ แจแแแ แแแแญ แแณแแฅ แญ แ แ แ แ ? ๐ ๐
[โโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโ
๐ แแ แแแแซแ แดแแตแฎแต แฎแดแ ๐
โโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโ

๐ แแ แแแแซแ แญแแ แแญแ๐

๐ แแ แแแแซแ แชแแฅแ แฅ ๐

๐ แแแช แ แคแ แแญแฅแฅ ๐

๐แแแชแต แฒแตแฐแญ แ แญแแต แฐแแซ๐

๐แแแช แฒแซแแ แแแแ แจแ แฐ๐

๐ แแฒแต แแแณแฌ แฅแญแแ ๐

๐ แแแชแต แแฒแซ แตแแ ๐

๐ท๐ฅ แจแแแแ แแแชแซแ แแแแญ แแแแแต ๐ ๐
๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง๐ซง

.Rajochotaa qulqulota 2 isinis rajotaa gurguddo fi xixxiqqoo
Rajootaa Gurguddoon .4๏ธโฃ_
_*1 Rajichaa Isaayas*_
_*2 Rajichaa Ermiyas*_
*_3 Rajichaa Isqeel_*
*_4 Rajichaa Daniel_*
_2. Rajoonni xixiqqanoo1๏ธโฃ2๏ธโฃ_
_*1 Rajichaa Hose'a*_
_*2 Rajichaa Amos*_
_*3 Rajichaa Mikiyaas*_
_*4 Rajichaa Iyouel*_
_*5 Rajichaa Abdiyuu*_
_*6 Rajichaa yonaas*_
_*7Rajichaa Nahom*_
_*8 Rajichaa Ambaqom*_
_*9 Rajichaa Sofaniyaa*_
_*10 Rajichaa Hagee*_
_*11 Rajichaa Zakariyaas*_
_*12 Rajichaa Milkiyaas*_
๐ .Join Sher ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa
Rajootaa Gurguddoon .4๏ธโฃ_
_*1 Rajichaa Isaayas*_
_*2 Rajichaa Ermiyas*_
*_3 Rajichaa Isqeel_*
*_4 Rajichaa Daniel_*
_2. Rajoonni xixiqqanoo1๏ธโฃ2๏ธโฃ_
_*1 Rajichaa Hose'a*_
_*2 Rajichaa Amos*_
_*3 Rajichaa Mikiyaas*_
_*4 Rajichaa Iyouel*_
_*5 Rajichaa Abdiyuu*_
_*6 Rajichaa yonaas*_
_*7Rajichaa Nahom*_
_*8 Rajichaa Ambaqom*_
_*9 Rajichaa Sofaniyaa*_
_*10 Rajichaa Hagee*_
_*11 Rajichaa Zakariyaas*_
_*12 Rajichaa Milkiyaas*_
๐ .Join Sher ๐
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Farfattu
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/UffataSoosii
โก๏ธhttps://www.tgoop.com/Afuurawaa
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo Tube
๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐จ๐ซ๐ข๐๐ก๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐๐ฎ๐๐๐ 29 ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ฆ๐๐๐ซ 25 ๐๐ก๐?
๐๐๐ง๐ง๐ข ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ซ๐ญ๐จ๐๐จ๐ค๐ฌ๐ข๐ข ๐๐๐ฐ๐๐๐ก๐ข๐๐จ๐จ ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐๐๐ง ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐จ๐ซ๐ข๐๐ก๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐๐ฎ๐๐๐ 29 ๐ค๐๐๐๐ฃ๐ฃ๐ข?
๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐ง ๐๐ข๐ฑ๐๐ ๐ก๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ฆ๐๐๐ซ 25 ๐ค๐๐๐๐ฃ๐ฎ?
๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ๐ง ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ ๐ฃ๐๐ฅ๐ช๐๐๐๐ฆ๐?
๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐๐ง ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐จ๐ซ๐ข๐๐ก๐ข ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง ๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐๐ฅ๐๐ญ๐ ๐ก๐จ๐จ ๐ง๐ข ๐๐๐๐ค๐๐ฆ๐๐?
๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐ง๐ข ๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐จ๐ซ๐ข๐๐ก๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐๐๐๐ฃ๐๐ฆ๐ฎ ๐ฒ๐ค๐ง ๐ฒ๐๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐ฎ ๐ฐ๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐ข๐ฑ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข ๐ง๐ฎ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐ค๐ง ๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ซ ๐ญ๐'๐?
๐๐๐๐๐๐ข๐ฅ๐๐ ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ง ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฐ๐๐'๐๐ ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐'๐๐๐ง๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ฅ๐ข๐ง๐ค ๐ค๐๐ง๐๐ ๐ ๐๐๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ญ๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐!
๐๐๐
https://bit.ly/3yzLswZ