Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
- Telegram Web
Telegram Web
Ol baasen himadhu
Keysi kiyya boohaa.
Imimmaan jaalala
Mallaarra na looha.

Osoon si jaaladhu
Seenaa kee dhageenyaan.
Qabachuu dadhaabee
Siif cobsee imimmaan.

Hangaan ibsadhurraan
Jaalala siif qabaa.
Jaalala dangoynee
Lubbuun dhaan siif dhabaa.

Sumaaf wareegamtii
Xaahaa onneen tiyya.
Siif fidaa godheera
Yaa Habiibii kiyya.

صلى الله عليه وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Sallallahu Aleehi wasallam❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹
Baga gammaddee congir..... hbbb
💔Yeroo miirrii😭kee jachaan ala ta'etti yeroo muraasaaf callisuu filadhuu!!!......see more

See More
See More......@Ammaar_mohaammad

Maaliif yoo jattee miiraa kee yoo......see more......@Ammaar_mohaammad
♡Namoota haamileekee
💔😭 cabsan irraa fagaadhu,
irra dedeebbiin
si miidhuu💝💔👋


@Ammaar_mohaammad
Dhugaan jireenyaa kun
Osoo namaaf galee
Masheenni dorrobee
Osoo namaaf dhalee

Onneen nama hunda
Osoo waa hubattee
Jaalala dhugaadhaa
Amantee fudhattee

Silaa maaltu taha?
Akka keeysanitti
Silaa maaltu gaha?
Bakka geeysanitti

https://www.tgoop.com/nuredin_00
Forwarded from Hamdi abdujabar
Atis hin jenne anis hin dhagenye
Kuni hasawa nuun hin mallee
Warra kabajaa qabu yoo saahibde
Hamtuu te hin hasawan tola ke malee

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Dhugaa jireenyi kun
Osoo namaaf galee...
More... @Ammaar_mohaammad
Niin gammada

Waniin an gammaduuf
Yeroo hundumaahu.
Wanniin hin gaddineef
Haala hundarraahuu.

Abdiin qaba tanaafii
Akkaan hin midhamnee.
Akkaan rakkachuun kos
Ana hin rakkiifne.

Isaa anaa caala
Lubbuu koo jaalatu.
Isa anaa caalaa
Kheeriif na filatuu.

Khaan gabricha isaa
Hamtuun hin rakkifnee.
Khan cinqiirraa obsinaan
Keeyrii sin hanqifnee.

Khan hojiin saa hundi
Kheeriidhaan waamamuu.
Rabbii kiyyaan qabaa
Kanaaf hin cinqamuu.

Alhamdulillaah
Forwarded from Hamdi abdujabar
Ilma namaa mo....

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join and share
Forwarded from Hamdi abdujabar
Oduu gammachisaa jiraattoota magalaa jaalala Dirree Dhawaa maraaf markazni keenya markazni nuru Shamsii firii laffaati waggaa guutu itti laffa'aa ture Eeyibisee As baasuf halduree isaa hunda xumuree jira Hunda kenya Akka dhufnee ijoollee Abdii boru taate tana Akka walin Eeybisnuf  guyyaa Alhadaa jechunis 9/6/2017 galma mana barnoota Addisuuti Isin Eegaa jira hin Hafinaa khottaa walin ha Eeybisnuu

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
ALHAMDULILLAH
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.

👇👇👇👇👇
Namoonni free promotion barbaaddan channaliin keessaan 3k,5k,10k, 15k,ta'e free promotion keenyatti dabalachuu feetan karaa username ko kanaan naaf barreessaa 👇
👉 @Daani28
2025/02/20 11:28:51
Back to Top
HTML Embed Code: