Dubartiin keennadha.
Dubartiin jaalala
Dubartiin kennaadha.
Bareeddu tolchitu
Mi'ooytuu jiruudhaa.
Dubartiin faayaadha
Faaya qalbiif qaamaa.
Mooti jalaalati
Jaalalaaniin waamaa.
Isii siif tolchitu
Jiruuf jireenya kee.
Isii siif ibsituu
Midhaga fuula khe.
Dubarriin warqiidha
Faaya gita qabnee.
Dubartiin Jaalala
Jalalaa hin dhumne.
Qabeenya koo tiruu
Kennaa rabbii guddaa.
Yaa madda gammachuu
Kennaa yeroo hundaa.
Jalatamtuu too ane
Dhihana qalbii koo
Jiraadha sharran
Wabi jireenya koo.
Burqituu jaalalaa
Ati nuuf kennaadha.
Yoomuu Nuuf jiraadhaa
Isiniin jaaladhaa.
Dubartiin jaalala
Dubartiin kennaadha.
Bareeddu tolchitu
Mi'ooytuu jiruudhaa.
Dubartiin faayaadha
Faaya qalbiif qaamaa.
Mooti jalaalati
Jaalalaaniin waamaa.
Isii siif tolchitu
Jiruuf jireenya kee.
Isii siif ibsituu
Midhaga fuula khe.
Dubarriin warqiidha
Faaya gita qabnee.
Dubartiin Jaalala
Jalalaa hin dhumne.
Qabeenya koo tiruu
Kennaa rabbii guddaa.
Yaa madda gammachuu
Kennaa yeroo hundaa.
Jalatamtuu too ane
Dhihana qalbii koo
Jiraadha sharran
Wabi jireenya koo.
Burqituu jaalalaa
Ati nuuf kennaadha.
Yoomuu Nuuf jiraadhaa
Isiniin jaaladhaa.
❤20👍8💔5🥰4
JA LO
Harargee too nadhi
Damma koo xaliilaa.
Si arkachuun fedhii
Midhaayduu jamiila.
Dabbal mootii gaaraa
Biyya bakar waaree.
Baddannoo biyya koo
Si archuun araaree.
Sirraa fagaadhullee
Jireenyaan halaalaa.
Biyyee biyya kooti
Hedduudhaan si jaalla.
Biyya gizxaaf muuzii
Pappayyaa fi loomee.
Sin jaalla baddannoo
Naaf jiraadhu gaa mee.
Isa ormi jibbu
Midhagaa jimaa kee.
Yoomuu hin xuqamtu
Jiradhuu harargee.
An sirraan dhaladhee
Hargee biyya koo.
Biyyaa jarra abbaa gadaa
Jiraadhu dhiiga koo.
Akkattin ibsa jalo
Harargee too nadhi
Damma koo xaliilaa.
Si arkachuun fedhii
Midhaayduu jamiila.
Dabbal mootii gaaraa
Biyya bakar waaree.
Baddannoo biyya koo
Si archuun araaree.
Sirraa fagaadhullee
Jireenyaan halaalaa.
Biyyee biyya kooti
Hedduudhaan si jaalla.
Biyya gizxaaf muuzii
Pappayyaa fi loomee.
Sin jaalla baddannoo
Naaf jiraadhu gaa mee.
Isa ormi jibbu
Midhagaa jimaa kee.
Yoomuu hin xuqamtu
Jiradhuu harargee.
An sirraan dhaladhee
Hargee biyya koo.
Biyyaa jarra abbaa gadaa
Jiraadhu dhiiga koo.
Akkattin ibsa jalo
❤9👍6💔3🥰2
Aswrwb #subscribe naaf godha youtube channel kiyya ✍️ jzk ..... https://youtube.com/@ammaar_walaloo?si=7gPaVYqwnY-CJN0F
NIIN SOBEE?
::::::::::::::::::::::::::::
Jaalalti Kennaadha.
Kanaaf Sani qabdu.
Garuu
Kan ammaa Maratuudhaa.
Haalaaf Mala qabdu.
Teeyfii Milli qallaa
Utalteef Ammoo cabnee
An kanaaf Haaja qabu
Isiitu bu'aa qabne.
Dullattiin oli jattu
Gad jejjetteti gugguftii.
Jalaaltii Aalaa turtuu
Amma dhuftee Amma kuttii.
Bor hin beeyneen Aarra fixxii
Guyyaa boruuf keenya beeytu.
Jalaalti Amma nama dhiitti
Guyyaa boruuf teenya jettu.
Muka gamaa dameen shanii
Shanan sunuu wali galuu.
Jalalti ammaa akka sanii
Shan jalaattaa sitti toluu.
Islaamummaan hamaa qabdu
Tanaaf jeette haraam isii.
Sin jalaadhu sillee jibbu
An islaamaa sobee sirbuu.
Olmaa sareef
lafeen sooraa .
Wanta taneef
Maafan joora
Muslimni muslimumaa
Balaa qalaaf onnee laatu.
Haadha manaa malee
"Girl friend"hin qabaatu.
Liqimsi kana
#dhifamaa_guddaa_
::::::::::::::::::::::::::::
Jaalalti Kennaadha.
Kanaaf Sani qabdu.
Garuu
Kan ammaa Maratuudhaa.
Haalaaf Mala qabdu.
Teeyfii Milli qallaa
Utalteef Ammoo cabnee
An kanaaf Haaja qabu
Isiitu bu'aa qabne.
Dullattiin oli jattu
Gad jejjetteti gugguftii.
Jalaaltii Aalaa turtuu
Amma dhuftee Amma kuttii.
Bor hin beeyneen Aarra fixxii
Guyyaa boruuf keenya beeytu.
Jalaalti Amma nama dhiitti
Guyyaa boruuf teenya jettu.
Muka gamaa dameen shanii
Shanan sunuu wali galuu.
Jalalti ammaa akka sanii
Shan jalaattaa sitti toluu.
Islaamummaan hamaa qabdu
Tanaaf jeette haraam isii.
Sin jalaadhu sillee jibbu
An islaamaa sobee sirbuu.
Olmaa sareef
lafeen sooraa .
Wanta taneef
Maafan joora
Muslimni muslimumaa
Balaa qalaaf onnee laatu.
Haadha manaa malee
"Girl friend"hin qabaatu.
Liqimsi kana
#dhifamaa_guddaa_
👍8❤3🏆2🥰1💯1
Walaloo AWWADAY Summu keef dhihana katahu you tube kiyya jalaa ni arkattuu biyya barbaddan coment you tube jala godhuun isiif hojjatama GALATOOMAA 🙏https://youtube.com/shorts/KY07A4XwIYE?si=RUqC6Bf_H1lbKV9E
YouTube
Awaday #mayacity
❤2
AWWADAY
BIYYA dhiiraa
BIYYA GOOTA
BIYYA HAYYUU
Oromootaa.
AWWADAY
Biyya qerro
gaafa xiiqii
Biyya fathaa
hin qabdu cinqii.
Biyya dinii biyya ilmii
Omisha ulaamaa.
Midhaga biyyaa
Bereedduu umaamaa.
Biyyaa coomaa
Dhukaa jimaa.
Dinagdee siin
Addunyaaf himaa.
Asheeta firaa
Hituu rahimaa.
Filannoon koo
Anaaf sumaa.
Ormi yaaluus
Sitti duuluu.
Fahatteetta
Ati duruu.
Hin gufatiin
Fuldura kayi.
Siin jaaladhaa
Yaa AWWADAY
BIYYA dhiiraa
BIYYA GOOTA
BIYYA HAYYUU
Oromootaa.
AWWADAY
Biyya qerro
gaafa xiiqii
Biyya fathaa
hin qabdu cinqii.
Biyya dinii biyya ilmii
Omisha ulaamaa.
Midhaga biyyaa
Bereedduu umaamaa.
Biyyaa coomaa
Dhukaa jimaa.
Dinagdee siin
Addunyaaf himaa.
Asheeta firaa
Hituu rahimaa.
Filannoon koo
Anaaf sumaa.
Ormi yaaluus
Sitti duuluu.
Fahatteetta
Ati duruu.
Hin gufatiin
Fuldura kayi.
Siin jaaladhaa
Yaa AWWADAY
👍8❤1
CALANQOO Walaloo Ajaa'ibaa you tube kiyya seenuun naa hordofaa
GALATOOMAA
GALATOOMAA
Jiruun sii ballataa
Kaznaa birrii guutaa.
Gamoos balloo jaartaa.
Yabbiis ni arkattaa.
Kan feetee galchitaa
Kan feetee Ariitaa.
Rakkana lagatta.
Quufuma arkatta.
Tan feete filattee
Dubartiis ni fuutaa.
Hanga feetee turtuus.
Garuu irraa duuta
Irraa duuta hbb hbbt Ibaada jabeeysi.
Ta yoo dutellee si jalaa hin hafne.
Kaznaa birrii guutaa.
Gamoos balloo jaartaa.
Yabbiis ni arkattaa.
Kan feetee galchitaa
Kan feetee Ariitaa.
Rakkana lagatta.
Quufuma arkatta.
Tan feete filattee
Dubartiis ni fuutaa.
Hanga feetee turtuus.
Garuu irraa duuta
Irraa duuta hbb hbbt Ibaada jabeeysi.
Ta yoo dutellee si jalaa hin hafne.
🥰6❤4👍2