AS WR WB
Braking News
Akka Godina Arsiti Guyyaa 24/07/2014 hanga Guyyaa 16/08/2014 formii Baratooni kutaa 12ffaa akka guutaan odeeffannoon D/T Mana Barumsa Dida'aa Sad 2ffaa irra nu gahe jira .
akka isiin jala hin darbine
JBMAR dhaamsa isaa isinin gahee jira.
@Arsirobej

Forwarded from Gadaa Post
#MinistryOfEducation
Qormaanni biyyaalessaa dhaabbilee Federaalaa keessatti qofa akka laatamu murtaa’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Hanna qormaataa, walirraa waraabuu fi rakkoolee biroo hambisuuf kana booda qormaanni biyyaalessaa manneen barnootaa keessatti osoo hin taane dhaabbilee federaalaa keessatti qofa akka laatamu murtaa’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birihaanuu Naggaan ibsaniiru.
Waggoottaan shanan dhufan keessa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira kan jedhan Ministirichi, rakkoolee qormaata biyyaalessaa waliin walqabatee ka’u hambisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru.
Qormaata biyyaalessaa bara 2014f Taabileetiwwan miiliyoonni 1 kennamaa jiraachuu ibsa laataniin himaniiru.
@Gadaapost

Forwarded from Oromia Education Bureau (🅱ëķërĐøtČøm)
Barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsa Yuuniversiitii hin arganne bara kana irra deebi'anii akka qoraman murtaa'eera
...
Ministeerri Barnootaa hoggantoota Biiroo Barnootaa Naannolee waliin ta'uun barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbiinsaa seensa Yuuniversiitii hin argatin hafan akka barattoota idileetti (regular) irra deebi'uun qormaata biyyoolessaa bara 2014 fudhachuu akka danda'an murteesseera.
Sababni murtoo kanaa barattoonni qormaata biyyoolessaa bara 2013 fudhatan rakkoolee garaa garaa kanneen akka dhibee COVID-19, rakkoo nageenyaa biyyi keessa turteefi yeroo qormaataaf karoorfame keessatti osoo hin fudhatin waan turaniif xiinsammuu barattootaa irratti dhiibbaa uumuu danda'a jedhamee waan yaadameef barattoonni qoramaata biyyoolessaa bara 2013 fudhatanii qabxii darbiinsa Yuunvarsiistii hin arganne qormaata biyyoolessaa bara 2014 kennamu irraa deebi'anii akka qoramaniif murtaa'eera.
Bu'uruma kanaan caasaan barnootaa, hawaasnii dhimmamtoonni barnootaa hundi kana ilaalcha keessa galchuun:-
1. Qormaanni biyyoolessaa bara 2013 bara 2014 kana keessa waan kennameef, yeroon qormaanni kun itti kennames bara barumsaa kana keessa waan ta'eef barattoonni dubbisuun qormaata kanaaf of qopheessuu akka danda'aniif maatiin hordoffii akka taasisan
2. Barattoonni kunneen mana barumsaa itti baratan deemanii daree galanii barachuu yoo barbaadan manni barumsaafi barsiistonni kana hubatanii deggeruufi keessummeessuu akka danda'an Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
@oromiaeducationbureaudotcom

Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Barattoonni bara 2013 qoramanii qabxii seensa yuinivarsiitii hin fidne lammata akka qoraman murtaa’e
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-61142039?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

BBC News Afaan Oromoo

Ibsa har'a Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa kenneen barattoonni Naannoo Amaaraa, Affaar, Oromiyaa, fi Benishaangul bakkeewwan lolli ture turan lammata akka qoraman murtaa'eera.

Ebla11, 2014
Qormaata Biyyoolessaa Bara 2013 Qabxii Barattootaa Irratti Komii Dhiyaateen Murtoo Darbe
Ministeerri barnootaa fi hoggantoonni Biiroolee Barnootaa Naannolee waliin ta'uun komii qabxii barattootaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 kenname irratti naannolee rakkoon nageenyaa mudatee jiru irratti bu'uureffachuun murtoon addaa kennamee jira.
Haaluma kanaan ;qormaata Biyyoolessaa bara 2013 kutaa 12ffaa barattoonni 598,679 ta’an kan fudhatan yammuu ta’u; kanneen keessaa barattoonni 253,572 ta’an Oromiyaa keessatti argamu.
Barattoota akka biyyaatti qormaata fudhatan keessaa barattoonni qabxii digirii jalqabaa barachuuf carraa argatan 268,628 yammuu ta’u; Barattoonni 134,010 (52.8%) ta’an Oromiyaa keessaa qabxii darbiinsaa kan argatanidha.
Barattoota akka biyyaatti armaan olitti digirii jalqabaa akka barataniif carraa argatan keessaa Yuunivarsiistii Mootummaatti galanii kanneen barachuu danda’an 152,014 yoo ta’an; Oromiyaa keessaa ammoo barattoonni 78,997 (52%) qabxii fidaniin Yuunivarsiistii Mootummaa galanii carraa barachuu argataniiru
Akka komiitti naannoleen rakkoo nageenyaa qaban bifa addaan akka ilaalamuuf gaaffii dhiyeessan;
1. Naannoo Amaaraa
2. Affaar
3. Beeniishaangul Gumuz fi
4. Oromiyaa yammuu ta’an;
Akkaatuma gaaffii naannolee irraa dhiyaateen barattoonni bifa addaan murtoo addaan ilaalameef 8,080 ta’an Yuunivarsiistii seenanii akka barataniif carraa argataniiru.
Kanneen keessaa gahoon naannolee
Oromiyaan Barattoota 3,628
Amaaraan barattoota 4,339
Affaar Barattoota 31
Beeniishaangul Gumuz barattoota 82
Yoo ta’an; akka waliigalaatti barattoonni carraa yuunivarsiitii mootummaa galanii barachuu danda’an walumatti 160,094 yoo ta’u as keessaa barattoonni 82,625 (51.6%) ta’an Oromiyaa keessaati.
Akka Naannoo Oromiyaatti godinaalee fi Bul.Magaalotaa rakkoo negeenyaa qaban qabxii yuunivarsiitii isaan galchu hin argatiin hafan komii dhiyaate bu’uureffachuun carraan biraa akka kennamuuf gaaffii dhiyaateen qormaata biyyaalessaa bara 2014 kennamu keessatti hammatamanii idileedhaan barattoota isaanii kanneen qorsiisan;
1. Qeellam Wallaggaa
2. Wallaggaa Lixaa
3. Wallaggaa Bahaa
4. H/ G/ Wallaggaa
5. Sh/Lixaa
6. Gujii fi
7. Gujii Lixaa guutummaan barattoonni irra deebiin qormaaticha kan fudhatan yammuu ta’u;
Godinaalee fi aanaaleen muraasni bakkeewwan rakkoo nageenyaa addatti qaban ammoo;
Godina Shawaa Kaabaa aanaalee 7
Darraa
Hidhabuu Abootee
Yaayyaa Gullallee
Dagam
Giraar Jaarsoo
Warra Jaarsoo fi
Kuyyuu
Godina Booranaa aanaa 3
Areeroo
Mi’oo fi
Dilloo
Godina Jimmaa
Limmuu Saqqaa
Noonnoo Beenjaa
God.H/Lixaa aanaa 2
Mi’eessoo fi
Gumbii Bordoddee
God. Sh/Bahaa aanaa 2
Fantaallee fi
Boosatt
God.Har./Bahaa aanaa 1
Cinaaksan
Bul.Magaalaa Naqamtee fi
Amboo
Barattoota isaanii irra deebiin akka qorsiisaniif murteen addaa kennamee jira.
Murtoon addaa kun akka naannoo Oromiyaatti carraa guddaa waan ta’eef; barattoonni carraa kana argattan sirriitti bifa tasgabbiidhaan qo’achuun qophii keessan haalaan akka itti fuftan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaamsa isiniif dabarsa.
Carraa Gaarii!!

🌹AS WR WB 🌹
Yaa Uummatal islaam Yeroo Waabittan if Eeggonnoo Godhaa Diinni amantaa Fakkeessuuf jecha Meeshaalee adda addaa keessatti Doksaadhaan Waanta faallaa amantaa ta'e Kaasuudhaan Gurgaraa jiru Daldalaas Ta'e waarri Kaan Yeroo fiddanus Yeroo Bittanus if eeggannoo Godhaa! Suuraa armaan Gadii fakkeenya godhaa!
#SHARE Godhaa Obboleeyyan keessaniif!
@Arsrobej

Oduu Ammee📍
Ramaddiin Yuuniversitii ifa ta'eera.
Barattoonni kutaa 12ffaa qabxii seensa yuniversitii fiddan hundi keessanu ramaddii keessan laallachu ni dandeettu.
Ilaaluudhaaf👇
1ffaa telegraama @moestudentbot
2ffaa Sms 9444 ilaalu dandeettu.

Ministeerri Barnootaa ramaddii barattoota dhaabbilee barnoota olaanootti ramadamanii ifoomseera.
Qormaata seensa Yuunvarsiitii bara 2013 fudhatanii Yuunvaarsiitii mootummaaf barattoota qabxii darbiinsaa fidaniif ramaddiin taasifameera.
Haaluma kanaan gama:
Marsaritii: https://result.ethernet.edu.et
Ergaa gabaabaa(SMS): 9444
Teeleegiraamiin: @moestudentbot ramaddii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’u ministeerichi beeksiseera.
Barattoonni ramaddii waliin walqabatee gaaffii qaban kamiyyuu gama marsaritii https://complaint.ethernet.edu.et dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uu yaadachiiseera.

JBMAR
Beeksisa
Barattoonni haaraa bara 2014 yuniversitii saayinsii fi teknoolojii Adaamatti ramadamtan hundaf guyyaan seensa yuniversitii ifa ta'eera.
Guyyaan galmee itti adeemsifamu Ebla 28 fi 29 /2014 yoo ta'u,
Ibsa(Orientation) Ebla 30/2014 ganama sa'aatii 2:30 irraa eegale kennama.
Guyyaan barumsi itti eegalu fi adabbii galmee Caamsaa 1/2014 ta'uu ibsameera.
Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan:-
1ffaa - Ragaa barnoota orijinaalaa fi koppii
👉 Waraqaa ragaa 10 fi 12
👉 Tiraaniskiriptii 9-12
2ffaa- Suura 4 kan size passporti
3ffaa- Ansoola fi baanaa
4ffaa- uffata fi kophee ispoortii qabdani akka dhuftan jedhameera.
JBMAR Caanali kana subscribe gadho.
Linkin keenyaa kan arman gadi kana tuqa.
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
By Sudi

Baratoota kuta 9-12barata jirtan hundaf qormani simistera 2ffaaExam mid Guyyaa 01/09/2014 tti ni kenama kan jedhu odeeffannon nu gahe jira .wan ta'ef akka itti qophoftan isin beeksisna.
☪JBMAR 🆔♏️ubarak

As wr wb
SALAANNI SHANAN WALIIGALA RAKA’AA MEEQA QABA ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Arkaana islaamaa keessa shahaadaa lamaan itti aanee kan jiru Salaata. Rabbiin Guyyaa fii Halkan Keesatti Salaata Shan dirqama nurratti godhe. Salaata shanan namni dhiise kafree amantii islamaa irraa baha.
Akkasuma ammaas dalagaan Guyyaa Qiyaamaa Rabbiin irraa nama gaafatu tan jalqabaa salaata, salaanni kee tollaan aakhiraan tee tolte, salaanni kee bannaan ammoo aakhiraan teetiis badde.
Salaanni shanan waliigalatti Raka’aalee 17 of keessaa qaba.
1: Zuhrii Raka’aa 4
2: Asrii : Raka’aa 4
3: Maghriba : Raka’aa 3
4: Ishaa’ii : Raka’aa 4
5: Subhii: Raka’aa 2
• 4+4+3+4+2= 17
• Raka’aalee Kudha Torban salaatuun yeroo hedduu Namarraa hin fixxu. Daqiiqaalee muraasa sa’aa hin guunne keessatti salaattee fixxa.
• Yaa obboleeyyan kiyya wanta daqiiqaa muraasa keessatti raawaannu kana dhiifnee Addunyaa fii Aakhiraa teenya akka hin balleessine.
• Yaa Rabbii keenya Salaata kee Nuuf laaffisi, nutiis salaata keetiif Nu laaffisi, yeroo salaanne nurraa qeebalii guyyaamaa saan Jannata nu Galchi.
Barreeffama kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

Guyyaa hardha jechuun Ramadaana 25 Magaalaa Adaamaatti ifxaarri karaarraa guddaan qophaa'eera. Warri argamu dandeettan hundi affeeramtaniirtu.