ATTAQWA3 Telegram 1749
#{AAYATUL KURSI}
Irra guddoo aayataati qur'aana keessatti.
Namni salaata fardii hunda booda {aayatal kursii} qara'e,jidduu isaatiifi jidduu jannataa humaa hin jiran Du'a malee.eega du'ee booda shakkii tokko malee jannata gala jechuudha subhaanallah.
Aayatul kursi namni qara'e woyta Gama firaashaa deemu,(hirribaaf)sheeyxaanni isatti hin dhiyaatu hanga bariitti.
Namni isii qar'e woyta mana isaatii bahu,sheeyxaanni isa hin tuqu ykn isattin kalaahu.
Ammas namni isii qara'e marraa kudhan guyyaa hunda,bakka inni hin yaanne irraa rabbi isa razaqa takkii isaaf kenna,isarraahis hisdii(waanyoo) deemsisa,isarraahis sihrii deemsisa.

🌿Yaa allaah worra itti fayyadamee faayidaa isii kana hunda argatu nu godhi amiin allaahumma amiin.

Share and join
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

tgoop.com/Attaqwa3/1749
Create:
Last Update:

BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/1749

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

So far, more than a dozen different members have contributed to the group, posting voice notes of themselves screaming, yelling, groaning, and wailing in various pitches and rhythms. Polls Write your hashtags in the language of your target audience. Hui said the messages, which included urging the disruption of airport operations, were attempts to incite followers to make use of poisonous, corrosive or flammable substances to vandalize police vehicles, and also called on others to make weapons to harm police. The channel also called on people to turn out for illegal assemblies and listed the things that participants should bring along with them, showing prior planning was in the works for riots. The messages also incited people to hurl toxic gas bombs at police and MTR stations, he added.
from us

Telegram ERGAA DIINAL ISLAAM!!
FROM American