tgoop.com/Attaqwa3/2230
Create:
Last Update:
Last Update:
🪴Ergaa Diinal Islaam🌹
#beeki...
✍kan irra jirru ganda duniyaati
✍waan barbaannu guutuu kan irratti hin arganne
✍Waan barbaanneef waan eebjanneef qofa hajaan keenya kan ittin guutamne
✍guyyaaf halkan osoo xaarree,dadhabnee qarqara duniyaa kana itti dhaqqabuun dandeenyu
✍ xaariin baay'een,dadhabbiin baay'een,milkiin xiqqaadha
✍kan biraa dhiisiiti gammachuuf kolfi keenya kan dhalatan gadda keenyaan booda.yaa allaah...
#Hubadhu..
✍Addunyaan tun dukkana guddaa ifa xiqqaan tan guutamtedha
#Dhumate Duniyaan akkana..👌
✍Kanaafuu abdiin keenya jannataaf jannata qofaadha
🌹Rabbiin hunda keenya worra firdoowsitti wolga'u nuhaa taasisu🤲
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!
Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/2230