tgoop.com/Attaqwa3/3380
Last Update:
#{AAYATUL KURSI}
✍Irra guddoo aayataati qur'aana keessatti.
✍Namni salaata fardii hunda booda {aayatal kursii} qara'e,jidduu isaatiifi jidduu jannataa humaa hin jiran Du'a malee.eega du'ee booda shakkii tokko malee jannata gala jechuudha subhaanallah.
✍Aayatul kursi namni qara'e woyta Gama firaashaa deemu,(hirribaaf)sheeyxaanni isatti hin dhiyaatu hanga bariitti.
✍Namni isii qar'e woyta mana isaatii bahu,sheeyxaanni isa hin tuqu ykn isattin kalaahu.
✍Ammas namni isii qara'e marraa kudhan guyyaa hunda,bakka inni hin yaanne irraa rabbi isa razaqa takkii isaaf kenna,isarraahis hisdii(waanyoo) deemsisa,isarraahis sihrii deemsisa.
🌿Yaa allaah worra itti fayyadamee faayidaa isii kana hunda argatu nu godhi amiin allaahumma amiin.
Share and join
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!
Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3380