ATTAQWA3 Telegram 3404
๐ŸŽคHadiisa kana
keessatti of haa ilaallu๐Ÿ‘‡
ุนู† ุฃูŽุจูŠ ุฐุฑ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ุนู† ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ ู‚ูŽุงู„ูŽ: ((ุซู„ุงุซุฉูŒ ู„ุง ูŠููƒูŽู„ู‘ูู…ูู‡ูู…ู ุงู„ู„ู‡ู ูŠูŽูˆู’ู…ูŽ ุงู„ู‚ููŠูŽุงู…ูŽุฉูุŒ ูˆูŽู„ุง ูŠูŽู†ู’ุธูุฑู ุฅู„ูŽูŠู’ู‡ูู…ู’ุŒ ูˆูŽู„ุง ูŠูุฒูŽูƒู‘ููŠู‡ูู…ู’ุŒ ูˆูŽู„ูŽู‡ูู…ู’ ุนูŽุฐูŽุงุจูŒ ุฃูŽู„ููŠู…ูŒ)) ู‚ูŽุงู„ูŽ: ูู‚ูŽุฑุฃู‡ุง ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ ุซู„ุงุซูŽ ู…ูุฑุงุฑุŒ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฃูŽุจููˆ ุฐุฑู‘ู: ุฎูŽุงุจููˆุง ูˆูŽุฎูŽุณูุฑููˆุง! ู…ูŽู†ู’ ู‡ูู…ู’ ูŠูŽุง ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ุŸ ู‚ูŽุงู„ูŽ: ((ุงู„ู…ูุณู’ุจูู„ูุŒ ูˆูŽุงู„ู…ู†ู‘ูŽุงู†ูุŒ ูˆูŽุงู„ู…ูู†ู’ููู‚ู ุณูู„ู’ุนูŽุชูŽู‡ู ุจูุงู„ุญูŽู„ููู ุงู„ูƒุงุฐูุจู)). ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู….

๐Ÿ‚Hadiisa abuu zar radiyallahu anhu irraa odeeffameen innis ergamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan jedha.

ยซNama sadii rabbi guyyaa qiyaamaa isaan hin dubbisu, gara isaanii hin ilaalu, isaan hin qulqulleessu, isaaniif azaaba hamtuu qopheesee jira

๐Ÿ‚Abuu zar rasuulli ๏ทบ yeroo sadii dubbii kana irra deddebi'uun dubatan jedhe. Achii Abuu zar "isaan hoongaawanii,kasaarani yaa ergamaa rabbii eenyu isaan? jedhee gaafate.

๐Ÿ‚Ergamaan Rabbiis ยซ Nama uffata isaa lafarra harkisuu (gad dheeressu), kan arjaa ofii namatti himatu (kanan siif godhe, kanan siif dalage jedhee namatti boonu), kan soba/kijibaan kakachuun meeshaa isaa gurguruยป Jedhan๐Ÿ‘Œ

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3

tgoop.com/Attaqwa3/3404
Create:
Last Update:

BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3404

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

As of Thursday, the SUCK Channel had 34,146 subscribers, with only one message dated August 28, 2020. It was an announcement stating that police had removed all posts on the channel because its content โ€œcontravenes the laws of Hong Kong.โ€ Unlimited number of subscribers per channel Hui said the time period and nature of some offences โ€œoverlappedโ€ and thus their prison terms could be served concurrently. The judge ordered Ng to be jailed for a total of six years and six months. To edit your name or bio, click the Menu icon and select โ€œManage Channel.โ€ But a Telegram statement also said: "Any requests related to political censorship or limiting human rights such as the rights to free speech or assembly are not and will not be considered."
from us

Telegram ERGAA DIINAL ISLAAM!!
FROM American