ATTAQWA3 Telegram 3408
Tola ergamaan rabbii s.a.w hiyyeeyyii fi namoota rakkateef oolaa turan keessaa..

🍂Woyta itti dhiyaatan jaalalaafi amalala gaariidhaan isaan dubbisan:
🍂Abdallaah ibnu umar (r.a)akki jedhe..
🍂Guyyaa tokko rasuulli rabbii s.a.w gara masgiida dhufan..
🍂Woyta san ummanni harka qalleeyyii gama tokkoon taa'aniiru.
Rasuullis s.a.w isaan bira taa'anii isaan wojjiin kolfuu,haasa'uu eegalan.
🍂Ergasii akkana jedhan:
🪴Namoota baqattoota hiyyeeyyii ta'aniif amala gaarii qabaadhaa,isaan dureeyyii woggaa 40n dursanii jannata galanii jedhan.
#Sababni Qabeenyaa fi qarshiin wolqabatee qorannoon isaan irratti taasifamu waan hin jirreef👌

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3

tgoop.com/Attaqwa3/3408
Create:
Last Update:

BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3408

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

In the next window, choose the type of your channel. If you want your channel to be public, you need to develop a link for it. In the screenshot below, it’s ”/catmarketing.” If your selected link is unavailable, you’ll need to suggest another option. The creator of the channel becomes its administrator by default. If you need help managing your channel, you can add more administrators from your subscriber base. You can provide each admin with limited or full rights to manage the channel. For example, you can allow an administrator to publish and edit content while withholding the right to add new subscribers. The public channel had more than 109,000 subscribers, Judge Hui said. Ng had the power to remove or amend the messages in the channel, but he “allowed them to exist.” With Bitcoin down 30% in the past week, some crypto traders have taken to Telegram to “voice” their feelings. Those being doxxed include outgoing Chief Executive Carrie Lam Cheng Yuet-ngor, Chung and police assistant commissioner Joe Chan Tung, who heads police's cyber security and technology crime bureau.
from us

Telegram ERGAA DIINAL ISLAAM!!
FROM American