tgoop.com/Attaqwa3/3725
Create:
Last Update:
Last Update:
۞بسم الله الرحمٰن الرحيم☆
♤Eee nuti.....
♤osoo duunee achumatti dhiifamnee.... silaa duuti tuni nama maraafuu xummura taati turte.
♤Laakin nuti yoo duune ni #kaafamna. 😢
♤Rabbii kiyyaa fi kee waa hundarraa nu gaafatuuf taa'a.
#Aaaaaah... !? #Ati
♤Yeroo/weytii dhukkubsatte tawbaa deebitaa badii keetirraa?!
♤weytii/yeroo fayyite dilimatti deebitaa?!
♤Rakkoo meeqa jalaa nagh si baase rabbiin!
♤Balaa meeqa sirraa kaase!
♤Rabbii kee sodaadhu!
sha👌re
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3725