tgoop.com/Attaqwa3/3747
Last Update:
☆☆☆﷽☆☆☆
#ikwaanii.........
✍ Akeekkachiisa.🚷
✍Yeroo kamuu gaafa ajajuuf deemtu, akkasuma ajaja dalagatti hiikuuf deemtu.......
🤚 Dhaabbadhu jalqaba wanni ajajuuf ykn dalaguuf feemtu kun Rabbi ni jaalachiisa moo hin jaalachiisu jechuu laaali.
👉Itti aansuun keessa keetti miira sodaa fi cinqamuu akkasuma namni akka si hin agarreef dhoysaan kan dalagaa jirtu yoo yaate.......kun #sharrii dha.
👉 Yoonif hojii dalagdu san keessatti ragga'insii fi nama ifirraa eeguu dhabuun jiraate...... kun #kheehriidha jabaadhu.
✌️Anaa miti kan akkana jedhe....habiibii kiyyaa fi keetu saallaallahu Aleyhi wasellam jedhe.....
👉”Gaaf tokko waabisaa sahaabaan jedhamu ergamaa rabbiitti saallaallahu Aleyhi wasellam dhufee isaanis ....kheyriirraa gaafatuu dhuftee jedhaniin dursanii.....
👳🏾waabisaa...Ee.jedheen
👇
✍★ البر مااطمئنت اليه النفس واطمئن اليه القلب
✍★والإثم ما حاك في نفسك .....
🤗Yoo dhaamsa fakkaateef..
share👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3747