ATTAQWA3 Telegram 3752
☆☆﷽☆☆
🍂Dhaamsa jalqaba ofiif.....
🍂Dantaa hin godhin.....😏
💫Gariin Namaa..... nama rabbi sodaatu,nama qulqulluu dha,nama fuula ifu, qajeelaadha...... jedhee si faarsa.!!
💫Gariin namaa inni hamaadha,mujrima,haala fokkota,arrabni isaa gaarii hin Dubbatu jedhee si Arrabsa,xiqqeessa.
💫#Garuu lamaan keessattuu kan of beeku #simaa_fi#sima.
💫Iccitiin jidduu keeti fi jidduu rabbi keetii jiru kan ati qofti beektu yoo jiraate.......
🌹Hariiroo ati rabbii wajji qabdu maal fakkaata?!
💫#Kanaaf......
🌹warri si faarsan akka si dagne!
🌹Warri si arrabsan akka miidhaa sitti hin fakkaanne
💫waan hojjattu kamuu jaalala rabbii keessa barbaaduuf hojjadhu.malee jaalala namaatiifi faaruu namaa hin eegin.! 🗝

Yoo if siyaadachiise....du'aa'ii naaf godhi......akkasuma👇share.💐

https://www.tgoop.com/Attaqwa3

tgoop.com/Attaqwa3/3752
Create:
Last Update:

BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3752

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Click “Save” ; The initiatives announced by Perekopsky include monitoring the content in groups. According to the executive, posts identified as lacking context or as containing false information will be flagged as a potential source of disinformation. The content is then forwarded to Telegram's fact-checking channels for analysis and subsequent publication of verified information. Concise The channel also called on people to turn out for illegal assemblies and listed the things that participants should bring along with them, showing prior planning was in the works for riots. The messages also incited people to hurl toxic gas bombs at police and MTR stations, he added. Content is editable within two days of publishing
from us

Telegram ERGAA DIINAL ISLAAM!!
FROM American