ATTAQWA3 Telegram 3758
بسم الله الرحمٰن الرحيم
Ajab!.....
🍂Ni uffatti qullaa deemti!
🍂 Akkamumaan wajjiinuu akkana jetti.......
★"Iimaanni qalbii keessa jira"❗️
Yaa uktii.....
🩷 Osoo qalbiin toltee akka hojiin kee tolu beeytaa?!
❤️Akka Qaamni kee satrii uffatu beeytaa?!
🧡Akka keessaa fi duubni kee tolu beytaa.?!
💛Keessaa duubni kee tollaan manni kee akka tolu beytaa?!
💚manni Kee tollaan....hawaasni akka tolu beytaa?!...
🩵Hawaasni kee tollaan...#Biyyi kee akka tolu beytaa?!!.....
💙Alli kee keessi kee,manni kee,hawaasni kee ,biyyyi kee........tollaan....
💖Wal qabattanii jannata Akka seentan beeytaa?!
💜Gurri iimaanni qoma keessa jiraatu si dhagahe.....‼️Akkamitti Yoo ati tolte wantoonni kuni toluu ulamaa'arraa dhagahuu dhabe.....
❤️‍🩹Hin sobamin...!!!
❤️‍🩹Ee hin sobamin....jireenyi biyya addunyaa waa xiqqoodha galaa gaggaariin kuraafyi/qohoaa'i.
🩶Jireenyi biyya kanaa waa gabaabduudha..ofiifis baddee ummta hin balleessin.

🤎share✏️

https://www.tgoop.com/Attaqwa3

tgoop.com/Attaqwa3/3758
Create:
Last Update:

BY ERGAA DIINAL ISLAAM!!

Share with your friend now:
tgoop.com/Attaqwa3/3758

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Telegram iOS app: In the “Chats” tab, click the new message icon in the right upper corner. Select “New Channel.” With the “Bear Market Screaming Therapy Group,” we’ve now transcended language. With Bitcoin down 30% in the past week, some crypto traders have taken to Telegram to “voice” their feelings. But a Telegram statement also said: "Any requests related to political censorship or limiting human rights such as the rights to free speech or assembly are not and will not be considered." The Channel name and bio must be no more than 255 characters long
from us

Telegram ERGAA DIINAL ISLAAM!!
FROM American