Telegram Web
Wontoonni lamaan akkaan xiinsammuu ilma namaa miidha..

1 Yeroo hunda boqachuu fi
2 Hoji dhabdummaadha

Ati boqattus lubbuun tee hin boqattu
Ammas yeroo kee waan si fayyaduun yoo ofii shaakaluu baatte isheen waan si miidhuun si shaakalti👌

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
አንድ ሰው ካማኸው ምንድን ነው መፍትሄው?

እንዳማኸው ካወቀ በግልፅ ወዳማኸው ሰው ሂድና ይቅርታ (ዐውፍታ) ጠይቀው።

ካላወቀ፦ አላህ ወንጀሉን እንዲምርለት ዱዓእ አድርግለት፣ በዛ ባማኸው ቦታ ስለርሱ ጥሩ ጎን አውራና አወድሰው። መልካም ሥራ መጥፎን ያብሳልና!

ኢብኑ ዑሠይሚን
#Seeqachuun Sunnaadha..

🍂Dargaggoota sadiintu Dubartii takka bultii wojjiin ijaarachuu fedhanii Abbaa ishee taraa taraadhaan gaafachuu eegalan

🍂Abbaan ishee imaama masgiida waan turaniif filannoodhaaf akka isaan gargaaru mala tokkotti fayyadamuu yaadan

#Malli sunis..
🍂Mucaa jelqabaa maqaan kee eenyu jechuudhaan gaafachuu ture..
🍂Gurbaanis akkuma gaafatameen maqaan kiyya Ibrahim jedhama jedhee deebise
🍂Ergasii tole suuraa Ibrahim naaf qara'i jedhaniin.Mucanis haala bareeda ta'een sagalee midhaagaadhaan qara'eef..

🍂Kan lammataallee haaluma kan jelqabaatiin maqaa isaa gaafatan
Innis maqaan kiyya yuusuf jechuudhaan deebise
🍂Isaanis hayye atis suuraa yuusufii naaf qara'i jedhaniin yuusufis tolchee qara'eef..

🍂Kan sadaffaas maqaa isaa gaafatan ergasii mucaa fuulli isaa rifatuu fi fuuruudhaan guutamee..

🍂Eee.... maqaan kiyya yaasin jedhama garuu hiriyoonni koo woyta bareechisanii na yaamuu fedhan #Qulhuwollaahu ahad naan jedhaa na yaaman jedhee cicc😁

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ማናችንም ማንንም ዝቅ ለማድረግ
የሚያስችል ከፍታ ላይ
አልተቀመጥንም::

@Attaqwa3
#ደገምኩት_እኮ 😁


🌿በ30 ፍጥነት፦ የቀኝ መንገዴን ይዤ እያሽከረከርኩ ነው።

🌿በምታጠፍበት በኩል አንድ ሰው ቆሞ ነበርና
፦ስደርስ ዞር አለልኝ።

🌿እኔም ፍሬኑን ጋም፦ፍሬቻ እንደማብራት ብዬ:) መሪውን በአንዴ ጠቅለል አድርጌ ታጠፋኩ።

🌿በጊዜው አራት፣ አምስት፦የሚደረሱ ሰዎች ከኋላዬ እየተከተሉኝ ነበርና፦የተመካከሩ ይመስል በአንድ ድምፅ ፐ..ፐ..! የሚገርም ሹፌር ነው" በማለት አደነቁኝ 😊

🌿እኔም አንገቴን እንደ ስፔኪዮ አስተካክዬ በአይኔ እየተመለከትኳቸው፦

🌿የብዙ ዓመታት ልምድ አለኝ" አልኳቸው።

በህብረት ከት ብለው "ሳ...ቁ"

ለምን ይስቃሉ?!

በኔ ስለተገረሙ ነዋ!

🌿እያሽከረከርኩ የነበረው በሆስፒታላችንን የሚገኝ
ባለ አራት እግር ጎማ ፦ የታካሚ አልጋ "ስትሬቸር" ነበር። 🤷‍♂️

Join and share
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
Abjuun dhiira dadhabaa dubara abbaa qabeenyaa fuudhuudha..

Ati kan fuutuuf oliif gadi fiigdee dalagdee bulfachuudhaaf malee isheen si haa jiraachistuuf ykn ishee irratti irkattee jiraachuuf ta'uu hin qabu👌

🌿Dhiira ta'i🫵

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
يَا أَيُّهَا النَّاسُ اذْكُرُوا نِعْمَتَ اللَّهِ عَلَيْكُمْ ۚ هَلْ مِنْ خَالِقٍ غَيْرُ اللَّهِ يَرْزُقُكُم مِّنَ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ ۚ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ فَأَنَّىٰ تُؤْفَكُونَ

Yaa namootaa! Ni’imaa Allaah of irratti yaadadhaaSila Rabbiin ala uumaan biraa kan samiifi dachii irraa soorata isiniif kennu ni jiraa? Isa malee gabbaramaan haqaa hin jiruKanaafuu akkamitti isa (irraa) garagaltu?
#የተከበረ ስጦታ

ለበሳል አዕምሮ ባለቤት ሙእሚኖች
የዘመኑ ትውልድ የዛሬው አበቦች

ለቀጣዩ ትውልድ ተተኪ እናቶች
ለተከበራችሁ ለወጣት ሙስሊሞች
አርአያ ሁኑት ለቀጣዩ ትውልድ
የምለው ይደመጥ ለሴትና ለወንድ

#ለነርሱ የምለው..
የዕውቀት መሰረትን መጽሐፍ አንብቡ
ነገር ለመረዳት በደንብ አገናዝቡ
ሁሌም ብልህና አስተዋዮች ሁኑ

«ሙእሚን በአንድ ጉድጓድ ሁለቴ አይነደፍም»
ሙእሚን ብልህ ነው::
ነብዩ ሙሐመድ (ሰ.ዐ.ወ)

ፍቅረ በእሰላም እይታ ከሚል መጽሀፈ የተወሰደ
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mallattoolee Jajjabduu qur'aana keessaa jiran kana xiyyeeffannoon ilaalaa Mee..
Sababni mallattolee kanniinitti fayyadamuuf beekuun qur'aana dubbisuu keessatti gadi fageenyaan nu gargaaran waan ta'eef xiyyeeffannoo guddaa barbaadu🫵
Worra irraa fayyadamu rabbi nuhaa godhu🤲

Share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
Akkatti si gubu
Akkatti si dhibu
Akkatti si hubu..😭

Yeroo ammaa finxaaleyyiin yahuuda haala kana fakkaatuun jecha rabbii kabajama qur'aana irratti fincaanaa suura post godhaatti.
#Waa islaama..🥲

Yaa Rabbi salphina yahuuda osoo ijaan hin argine nan ajjeesin🤲
#Subhaan allaah.
«...እስር ቤት ሆኜ የታሰርኩበት ክፍል ቁርዓን እንዳይገባ ከለከሉ....ከሀፈዝኩት ብቻ ሰላሳ አመታት እንዳስቆጠርኩ ረስተውታል ...ሆኖም በእጄ ልዳብሰው ብቻ ነበር የፈለግኩት .....»

ዶ/ር ሙሀመድ ሙርሲ

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
{وَإِذَا مَسَّ الْإِنسَانَ الضُّرُّ دَعَانَا لِجَنبِهِ أَوْ قَاعِدًا أَوْ قَائِمًا فَلَمَّا كَشَفْنَا عَنْهُ ضُرَّهُ مَرَّ كَأَن لَّمْ يَدْعُنَا إِلَىٰ ضُرٍّ مَّسَّهُ ۚ كَذَٰلِكَ زُيِّنَ لِلْمُسْرِفِينَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ}

{Ilmi namaa yeroo rakkinni wahii isa tuqe, cinaacha isaa irrattis yookiin taa’eetis yookiin dhaabbateetis Nu kadhata Yeroo Nuti rakkina isaa isa irraa fuune akka waan rakkina isa tuqeef Nu hin kadhatiniitti (kufrii isaa) itti fufa Akka kanatti daangaa dabartootaaf wanti isaan hojjachaa turan miidhagfame}
Haraamni xiqqoo hin qabdu...🗝
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
Haraamni xiqqoo hin qabdu...🗝
#Kanaaf..

Haraamas dalagaa
Garanaan toowbadhaa
Rabbiin koo gafuuru
Isuma kadhadhaa..

Jettee of hin sobin
Guyyaa duutun beektuu
Beellamaaf hin dabin
Gafuuru osoo jettu
Shadiidu sin qabin👌

Rabbiin worra jelqabaaf dhumni isaas bareedu nu haa godhu🤲

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Get married when you’re ready,
Retire with enough memories,
Become what makes you happy,
Fall in love with inner beauty,
Make parents of how happy I am,
Make real friends,
Happiness lies in small moments.
Find someone you can’t live without.

Join and share
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
#Dhagay gurbaa..

Jiruu dubartii takkaa woyta balleessitu akka qarshii baankii irraa liqeeffattuutti ilaali..
Sababni qarshii baankiin woyta sitti liqeessu dhala wojjiin sirraa kafalata waan ta'eef..
Atis jireenya ishee kan balleessite dhala wojjiin kafaluudhaaf qophaa'i🫵


Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
✍️🧕በሴት ማህፀን ውስጥ ተረግዞ፣ ከሴት ጡት ጠብቶ ፣ በሴት ጀርባ ላይ ታዝሎ ፣ በሴት እንክብካቤ ስር አድጎ ሴት ልጅን የማያከብር ሰው የሴት ልጅ ምንነት አልገባውም። 🌙

🤲"የተከበረ ቢሆን እንጂ ሴት ልጅን አያከብርም። የተናቀ ቢሆን እንጂ ሴት ልጅን አይንቅም።" ነቢዩና ﷺ💌

ሴት ልጅን በሚያከብሩ ወንዶች ላይ የአላህ ☝️ሰላትና ሰላም ይዉረድ 🌙

ሰባኸል ኸይር
📧Ergaa Diinal islaam🚀

Fakkeenyi nama salaata Shan salaatuu..
Akka nama balbala isaa lagni guddaan yeroo hunda yaatu jirtuuti..
Ishee irraa ammo kan guyyatti yeroo Shan dhiqatu..
Namni guyyaan yeroo Shan dhiqatu hoo ni xuraa'aa ree laata..?
🌹Wollaahi hin xuraa'u❤️

🌍Akkuma dhiqannaan guyyaan yeroo shanii dhiqatan sun xurii irraa nama qulqulleessu sanitti..
🪴Salaannillee ulaagaa isaa guutanii yoo salaatan dilii ykn badii irraa nama qulqulleessaa jechuudha👌

Share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
#የበረካው_ወቅት

🍂አሰላቱ ኸይሩን ሚንነውም

🍂ሰላት ከእንቅልፍ ትበልጣለች

"ሲል የፈጅር ሙዓዚኑ...

#ምላሻችን፦ “ሰደቅተ ወበረርተ” “

ዐሊሞቹ ይህን ሲያብራሩ "ሰደቅት" ማለት አንቱ የአላህ መልእክተኛ ሆይ! (ሰለላሁ ዐለይሂ ወሰለም) ያሉት ነገር ትክክል ነው። "ወበረርት" የሚለው ደግሞ አንቱ እኛን በማስተማርዎ ሰበብ ከተመረጡት ባርያዎች መካከል እንድንሆን አደረጉን ይህንን ቃል እንድንመልስ ከእንቅልፍ የምትበልጠውን ሰላትም እንድንሰግድ አደረጉን።

🌿አላህ ከዚህ ምርጥ በረከት አይከልክለና!

Join and Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
#የበረካው_ወቅት 🍂አሰላቱ ኸይሩን ሚንነውም 🍂ሰላት ከእንቅልፍ ትበልጣለች "ሲል የፈጅር ሙዓዚኑ... #ምላሻችን፦ “ሰደቅተ ወበረርተ” “ ዐሊሞቹ ይህን ሲያብራሩ "ሰደቅት" ማለት አንቱ የአላህ መልእክተኛ ሆይ! (ሰለላሁ ዐለይሂ ወሰለም) ያሉት ነገር ትክክል ነው። "ወበረርት" የሚለው ደግሞ አንቱ እኛን በማስተማርዎ ሰበብ ከተመረጡት ባርያዎች መካከል እንድንሆን አደረጉን ይህንን ቃል እንድንመልስ…
Shaykh Muhammad ibn Ibrahim said in Majmu‘ al-Fatawa (2/no. 448):

🍂The words of the Prophet (blessings and peace of Allah be upon him), “say what he says,” indicate that one should repeat, “As-salatu khayrun min an-nawm (prayer is better than sleep).” As for saying, “Sadaqta wa bararta (you have spoken the truth and done well),” that is only mentioned in a weak (da‘if) hadith.
🍂Hence the one who wants to say something you should choose to say, “As-salatu khayrun min an-nawm.” The correct view and Allah knows best is that he should not respond by saying, “Sadaqta wa bararta.” I hear some people combining the two phrases..
🍂So they say, “As-salatu khayrun min an-nawm; sadaqta wa bararta (prayer is better than sleep; you have spoken the truth and done well).” But there is no basis for that; rather it is better to look at the evidence..🗝
2025/02/27 13:55:25
Back to Top
HTML Embed Code: