#Kitaaba fatwaa irraa..
๐Gaaffii: Nama salaata tokko salaata tokko dhiisu ammoo ka sadaqatu maal godhan? sadaqaan isaa sun salaata isaa irraa bakka buuti? Qadaa deebisaa?
๐Deebisaa: Bakka hin buutu. Nasihaa godhaniif akka walitti dhaabee salaatu. Towbadhu gama Rabbi kankeeti kadhu. Yoo ka beeku taate guyyaa inni irraa dabre sani qadaa deebisa. Yoo ka hin beeyne taate toowbaa godhaa jechu. Namni salaata dhiisu takkaa waliigalatti haa dhiisuu takkaa keessaa waa haa dhiisuu namni salaata dhiisu tokko Rabbi biratti abaarama. Ulamaaโii islaama garii biratti inumaahuu kaafira diinaa islaamaa keessaa ni baha.
โ Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3

Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDuuti balbala namni hundi seenuudha. maal qaba silaan gandaan ergaan balbalicha seenee keessa qubadhu san beekee!. yoo waan Rabbi๏ทป jaalachiisaa ture dalagaa turte gandi erga balbala saniin seentee qubattu jannata. yoo waan Rabbi๏ทป jaalachiisu dalaguurraa boodatti harkifataa turte immoo ibidda.
ุงูู ููุชู ุจุงุจู ููููููู ุงููุงุณู ุฏุงุฎููููู
ูููููุชู ุดูุนุฑููู ุจูุนุฏู ุงูุจุงุจู ู ุง ุงูุฏุงุฑู
ุงูุฏุงุฑู ุฌููููุฉู ุฎููุฏู ุฅูู ุนูู ููุชู ุจูู ุง
ููุฑุถู ุงูุฅููููู ููุฅูู ููุตููุฑุชู ููุงููุงุฑู
โ Yaa Rabbi TOWHIDAA fii SUNNAA irratti sabaata nuuf kenni.. kheeyrii,araarama,nurraa jaalachuu keetii fii jannata keetiin nuuf goolabi๐คฒ
Jumadal-Ula 5.1446H
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ุงูู ููุชู ุจุงุจู ููููููู ุงููุงุณู ุฏุงุฎููููู
ูููููุชู ุดูุนุฑููู ุจูุนุฏู ุงูุจุงุจู ู ุง ุงูุฏุงุฑู
ุงูุฏุงุฑู ุฌููููุฉู ุฎููุฏู ุฅูู ุนูู ููุชู ุจูู ุง
ููุฑุถู ุงูุฅููููู ููุฅูู ููุตููุฑุชู ููุงููุงุฑู
โ Yaa Rabbi TOWHIDAA fii SUNNAA irratti sabaata nuuf kenni.. kheeyrii,araarama,nurraa jaalachuu keetii fii jannata keetiin nuuf goolabi๐คฒ
Jumadal-Ula 5.1446H
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โแตแ แแแซแ แตแซ แฐแแแแ
แ แตแฅ
เน แแแตแซแต แแแแต แญแจแแตแแแแข
โแตแ แแฅแ แตแซแ แฐแแแแ แฐแแแต
เน แแแฐแ แแแแต แญแจแแตแแแแ!!!
[แขแฅแ แ แฃแต แจแฒแจแแ แแแ]
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
เน แแแตแซแต แแแแต แญแจแแตแแแแข
โแตแ แแฅแ แตแซแ แฐแแแแ แฐแแแต
เน แแแฐแ แแแแต แญแจแแตแแแแ!!!
[แขแฅแ แ แฃแต แจแฒแจแแ แแแ]
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โIbnul Qayyim Al-Jowziin -Rabbiin rahamata isaaniif haa godhuu- Akkana jedhan:- " Gaddi Onnee dadhabsiisa, Lafee nama hurursa, hamilee nama cabsa, Sheeyxaana mu'umina gaddu caala wanni isa gammachiisu hin jiru " jedhan
ุงูููู ุฅูุง ูุนูุฐ ุจู ู ู ุงููู ูุงูุญุฒู......

๐ ๐๐ก๐ ๐๐ข๐ ๐ง๐ข๐ญ๐ฒ ๐๐ ๐ ๐๐๐ง ๐๐ฌ ๐๐ง ๐๐ก๐ซ๐๐ ๐๐ก๐ข๐ง๐ ๐ฌ ๐
Imaam ash-Shฤfi'ฤซ ุฑุญู ู ุงููู:
โThe dignity of a man is in three things;
๐ฟHiding poverty until people consider from your integrity that you are rich.
๐ฟHiding anger until people consider that you are pleased.
๐ฟHiding hardship until people consider that you are prosperous.
โ [๏ปฃ๏ปจ๏บ๏ป๏บ ๏บ๏ป๏บธ๏บ๏ป๏ป๏ปฒ ููุจูููู ูข/ูกูจูจ]
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Imaam ash-Shฤfi'ฤซ ุฑุญู ู ุงููู:
โThe dignity of a man is in three things;
๐ฟHiding poverty until people consider from your integrity that you are rich.
๐ฟHiding anger until people consider that you are pleased.
๐ฟHiding hardship until people consider that you are prosperous.
โ [๏ปฃ๏ปจ๏บ๏ป๏บ ๏บ๏ป๏บธ๏บ๏ป๏ป๏ปฒ ููุจูููู ูข/ูกูจูจ]
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
#แตแตแแ
แตแแแแ
!
๐แฉแซแฐแ แแญ แจแฐแซแซ แซแ แแญ แฅแแณแ แฐแ แแแข แฐแแฝแ แแแแ แฒแซแญ แตแแแฝ แแแ แญแณแฉแณแแข แแ แฅแฑแ แแฐแแฝ แตแแฝ แแ แแ แจแแณแจแแข
Share๐
@Attaqwa3

๐คHadiisa kana
keessatti of haa ilaallu๐
ุนู ุฃูุจู ุฐุฑ ุฑุถู ุงููู ุนูู ุนู ุงููุจู ๏ทบ ููุงูู: ((ุซูุงุซุฉู ูุง ูููููููู ูููู ู ุงูููู ููููู ู ุงูููููุงู ูุฉูุ ูููุง ููููุธูุฑู ุฅููููููู ูุ ูููุง ููุฒูููููููู ูุ ููููููู ู ุนูุฐูุงุจู ุฃููููู ู)) ููุงูู: ูููุฑุฃูุง ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ ุซูุงุซู ู ูุฑุงุฑุ ููุงูู ุฃูุจูู ุฐุฑูู: ุฎูุงุจููุง ููุฎูุณูุฑููุง! ู ููู ููู ู ููุง ุฑุณูู ุงูููุ ููุงูู: ((ุงูู ูุณูุจูููุ ููุงูู ูููุงููุ ููุงูู ููููููู ุณูููุนูุชููู ุจูุงูุญููููู ุงููุงุฐูุจู)). ุฑูุงู ู ุณูู .
๐Hadiisa abuu zar radiyallahu anhu irraa odeeffameen innis ergamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan jedha.
ยซNama sadii rabbi guyyaa qiyaamaa isaan hin dubbisu, gara isaanii hin ilaalu, isaan hin qulqulleessu, isaaniif azaaba hamtuu qopheesee jira
๐Abuu zar rasuulli ๏ทบ yeroo sadii dubbii kana irra deddebi'uun dubatan jedhe. Achii Abuu zar "isaan hoongaawanii,kasaarani yaa ergamaa rabbii eenyu isaan? jedhee gaafate.
๐Ergamaan Rabbiis ยซ Nama uffata isaa lafarra harkisuu (gad dheeressu), kan arjaa ofii namatti himatu (kanan siif godhe, kanan siif dalage jedhee namatti boonu), kan soba/kijibaan kakachuun meeshaa isaa gurguruยป Jedhan๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
keessatti of haa ilaallu๐
ุนู ุฃูุจู ุฐุฑ ุฑุถู ุงููู ุนูู ุนู ุงููุจู ๏ทบ ููุงูู: ((ุซูุงุซุฉู ูุง ูููููููู ูููู ู ุงูููู ููููู ู ุงูููููุงู ูุฉูุ ูููุง ููููุธูุฑู ุฅููููููู ูุ ูููุง ููุฒูููููููู ูุ ููููููู ู ุนูุฐูุงุจู ุฃููููู ู)) ููุงูู: ูููุฑุฃูุง ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ ุซูุงุซู ู ูุฑุงุฑุ ููุงูู ุฃูุจูู ุฐุฑูู: ุฎูุงุจููุง ููุฎูุณูุฑููุง! ู ููู ููู ู ููุง ุฑุณูู ุงูููุ ููุงูู: ((ุงูู ูุณูุจูููุ ููุงูู ูููุงููุ ููุงูู ููููููู ุณูููุนูุชููู ุจูุงูุญููููู ุงููุงุฐูุจู)). ุฑูุงู ู ุณูู .
๐Hadiisa abuu zar radiyallahu anhu irraa odeeffameen innis ergamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan jedha.
ยซNama sadii rabbi guyyaa qiyaamaa isaan hin dubbisu, gara isaanii hin ilaalu, isaan hin qulqulleessu, isaaniif azaaba hamtuu qopheesee jira
๐Abuu zar rasuulli ๏ทบ yeroo sadii dubbii kana irra deddebi'uun dubatan jedhe. Achii Abuu zar "isaan hoongaawanii,kasaarani yaa ergamaa rabbii eenyu isaan? jedhee gaafate.
๐Ergamaan Rabbiis ยซ Nama uffata isaa lafarra harkisuu (gad dheeressu), kan arjaa ofii namatti himatu (kanan siif godhe, kanan siif dalage jedhee namatti boonu), kan soba/kijibaan kakachuun meeshaa isaa gurguruยป Jedhan๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
๐ฟ๐ฆ๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ด๐ฎ๐น๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ ๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐๐๐ผ๐ผ ๐๐ต๐ถ๐ถ๐ฟ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐ฎโ๐ฒ๐ฒ ๐๐ถ๐ป ๐๐ฒ๐ฒ๐ธ๐.
Inni Zinaa dalages, Kan Viidiyoo Isaa qoqqoodaa jirus, Inni Sagaagaltootaan Goota jedhee faarsus, Hundinuu Sagaagaltoota.
๐๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐ฎ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ป๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ถ๐ป๐ฐ๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐บ๐๐๐ป ๐ผ๐๐ผ๐ผ ๐ฑ๐ต๐ถ๐ถ๐ฟ๐ฎ ๐ธ๐ฎ๐ป ๐ป๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ด๐ผ๐ฑ๐ต๐๐๐๐ถ๐ถ, ๐ฆ๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ฑ๐ต๐ถ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ถ ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐ฆ๐ฎ๐ฟ๐ฒ๐ฒ ๐ต๐ถ๐ป ๐ท๐ถ๐ฟ๐.
๐๐ต๐ถ๐ถ๐ฟ๐ฎ ๐๐ฒ๐ฐ๐ต๐๐๐ป โฆ Kunooti.
๐ญ. ๐๐ฎ ๐๐ต๐ถ๐ถ๐ฟ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ณ๐ถ๐ถ ๐ฃ๐ฎ๐ฎ๐ป๐๐ถ๐ถ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐๐๐ถ ๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐บ๐ฎ ๐๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐ถ๐ธ๐ณ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐ ๐๐ฎ๐ป๐ฑ๐ฎโ๐ฒ.
Dhiirri Bakka Argetti Hancufa Buusaa Deemu, Raammoo Munyuuqaadhaan garaa garummaa Hin qabu.
๐ฎ. ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฏ๐ฎ ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ณ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐๐๐ถ ๐๐ถ๐ฑ๐ต๐๐ ๐๐ฎ๐ป๐ฑ๐ฎโ๐ฒ.
Sababa Foon Diimaa Afaan Keessaa Kanaaf Gatiin Waan Hundaatuu Kennama.
๐ฏ. ๐๐ฎ๐ป ๐ก๐ฎ๐บ๐ฎ ๐๐๐บ๐ป๐ฎ ๐๐ถ๐ป ๐ค๐ฎ๐ฏ๐ป๐ฒ ๐ ๐ถ๐ถ๐ฑ๐ต๐๐ ๐๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ณ ๐๐ฒ๐ด๐.
Namni Dadhabaa fi Laafaa Laalee Dhahu Innuu Reeffa.
๐ฐ. ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐ฎ ๐ข๐ณ๐ถ๐ถ๐๐ถ๐ถ ๐๐ถ ๐๐๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐๐ถ๐ถ๐ณ ๐ฅ๐ฎ๐ต๐บ๐ฎ๐๐ฎ ๐ค๐ฎ๐ฏ๐.
Dhiirummaan Jara Kana Irratti Humna Muldhifachuun Dhuftu Qilee Haa Seentu Sirraa.
๐ฑ. ๐๐ฎ๐ป ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ค๐ฎ๐บ๐ถ๐๐ถ๐ถ ๐จ๐ณ๐ณ๐ฎ๐๐ฒ๐ฒ ๐๐ฟ๐ด๐ฒ ๐๐๐ป๐ฑ๐ฎ ๐ช๐ฎ๐น๐ถ๐ถ๐ป ๐๐ถ๐ถ๐๐๐๐ณ ๐๐ถ๐ป ๐๐ต๐ฒ๐ฒ๐ฏ๐ผ๐ป๐ป๐ฒ.
Dhiirti Ashaangulliitii Argite Mara Dubartii Seetu Dhiiraa Miti. Shalamixmaaxiidha.
๐ฒ. ๐๐ฎ๐ป ๐ฌ๐ผ๐ผ ๐ ๐ถ๐ถ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ ๐๐ถ ๐๐ฎ๐ฟ๐ ๐ข๐ฏ๐๐.
Namni Obsu Yoomuu Injifataadha. Obsa Keessa Kisaaraan Hin Jiru. Dogongoraa fi wollaalummaa keessatti garuu Hin obsin.
๐ณ. ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฒ๐ฒ๐ธ๐ธ๐๐บ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ ๐ค๐ฎ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ๐ฎ๐ป ๐๐ถ๐ป ๐๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ป๐ป๐ฒ๐ฒ ๐๐ถ ๐๐ถ๐ป ๐๐ผ๐ผ๐ป๐ป๐ฒ.
Dhiira Beekkumsa Qabdu Dachii fi Samiif waan Fayyadu Godhuudha. Abbaa Qabeenyaatis.
๐ด. ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ด๐ฎ๐ฎ ๐๐ต๐ถ๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ ๐๐๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐๐ถ๐ถ ๐๐ฑ๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ฎ๐๐ฒ.
Dhiirti Daangaa Ofii Hin Beekne, Dubartii Fakkaachuun Isaa Hin Hafu.
๐ต. ๐ก๐ฎ๐บ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ ๐๐ต๐ฎ๐ฟ๐ฟ๐ถ ๐๐ฎ๐ฎ๐โ๐ฎ๐๐ฒ๐๐๐ถ ๐๐ต๐๐ด๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฏ๐ฏ๐ฎ๐๐.
Dhugaa Dubbachuun Dhiirummatti Haajamti. Kijibuuf Onnee dhiirummaa sin barbaachisu, tarsaโuu qofa.
๐ญ๐ฌ. ๐๐ฎ๐ป ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐ณ ๐๐ฒ๐ฐ๐ต๐ฎ ๐ญ๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐ต๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฒ๐ฒ ๐๐๐๐ฑ๐ต๐.
Dhiirti Bakka Abaaboo Argite Hundatti Rooba Taโu Malee jettu dhukkubsattuudha. Namni Zinaa hojjatee Meedaaliyaa badhaafames Hin jiru. Waan Osoo Ilmi namaa si argee dachiin Osoo naan cittee jettu hunda, Mala.

โAbdunasir Tufaa

#แจแแ แแแ แฒแแแญ แฅแแฒแ
แญแแแก-
"แจแ แตแญแ แฐแแต แฐแแ แแตแแต แแตแฅ แฐแแแซแแแข แจแแฒแ แแฒแซ แแญแแผแ แฅแซแแฐแญแฉแ แฅแแแซแแแข แ แ แแค แตแแฝแฌ แแ แฐแแแงแแข แฅแแนแ แแฐ แ แแญ แแญแแถ แฅแแฒแ แญแแ:-
"แแณแฌ แแญ! แฅแแ แแ แแตแ แ แตแณแญแแ แ แแต แแญ แฅแแตแแซแแต แ แตแญแแแข แแฐ แแตแ แแณแ แแณแฝแแ แแแฐแ"
"แ แแ แแฑแแ แแแฝ แจแแฐแฅแ แญแแตแแแ?!" แ แแฉแต แแฐ แแฎแ แ แ แฅแฌ
"แฅแแดแณ แจแแฐแแผ แแซแจแ แจแ แแณแธแ แแญ แตแฃแ แฅแแ แแญแแผ แ แแ แ แฅแแแแแแ แแณแฌแ แ แซแณแแจแแ แ แตแณแญแ แแฐแแแณแฝแแ แญแแแตแแแ" แ แแ แตแแแนแ แฐแ แฐแ แข
#แแแแฉแ แแ แ..
"แ แฃแด แฑแ แแแแแแ แแแญ แแตแจแ แฅแแฐแแฝแ แแแฎแแ" แ แแแข
แ แแก แแฝแ แ แฐแฐแแแฉ แแแแฉ แฅแแผแ แแญแแผ แ แแ แ แฅแแตแแแแ แ แตแแฐแฐแแข แแแ แฑแแฌแ แฅแตแญแจแญแต แ แฅแ "แจแแ แแญ แฐแฃแแฐแแ?!" แ แแ
๐แแแ แ แแฉแ แจแฅแ แฐแแฝ แแญ แฐแแญแปแแ แตแแ
"แ แตแแซ แ แแ แแแแ แแ แ แแ แฅแฑ แแแแฝแแ แ แฐแแณแณแญ แแ แแแต แแตแ แต แญแปแแแแข
แญแ แแแ แจแแแจแ แ แฃแด แแ"
๐แ แแ แ แแฐแ แฑ แ แฃแ แ แแแแฃ แ แแซแแญแ แ แแฅ แแแต แฒแแญแจแ แแตแค แแจแแแต แฐแฐแแแข แจแแซแ แแ แแแฎ แจแฑแ แแญ แฐแแฃแฅแฌ แ แแแ แแข
โแแแซแแ แแญแ แ แแฐแญแ แ แฃแต แแญ แแ แจแ แแ แฅแแแต แญแตแแ๐คฒ
Join and share

โUmar b. al-Khaแนญแนญฤb said: โYou can never pay back someone who disobeys Allaah in his dealings with you with anything better than obeying Allaah in your dealings with him.โ
โ {ูุชุงุจ ุงูุฒูุฏ ูุฃุจู ุฏุงูุฏ ุงูุณุฌุณุชุงูู ูจูฉ}

โTola ergamaan rabbii s.a.w hiyyeeyyii fi namoota rakkateef oolaa turan keessaa..
๐Woyta itti dhiyaatan jaalalaafi amalala gaariidhaan isaan dubbisan:
๐Abdallaah ibnu umar (r.a)akki jedhe..
๐Guyyaa tokko rasuulli rabbii s.a.w gara masgiida dhufan..
๐Woyta san ummanni harka qalleeyyii gama tokkoon taa'aniiru.
Rasuullis s.a.w isaan bira taa'anii isaan wojjiin kolfuu,haasa'uu eegalan.
๐Ergasii akkana jedhan:
๐ชดNamoota baqattoota hiyyeeyyii ta'aniif amala gaarii qabaadhaa,isaan dureeyyii woggaa 40n dursanii jannata galanii jedhan.
#Sababni Qabeenyaa fi qarshiin wolqabatee qorannoon isaan irratti taasifamu waan hin jirreef๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐Woyta itti dhiyaatan jaalalaafi amalala gaariidhaan isaan dubbisan:
๐Abdallaah ibnu umar (r.a)akki jedhe..
๐Guyyaa tokko rasuulli rabbii s.a.w gara masgiida dhufan..
๐Woyta san ummanni harka qalleeyyii gama tokkoon taa'aniiru.
Rasuullis s.a.w isaan bira taa'anii isaan wojjiin kolfuu,haasa'uu eegalan.
๐Ergasii akkana jedhan:
๐ชดNamoota baqattoota hiyyeeyyii ta'aniif amala gaarii qabaadhaa,isaan dureeyyii woggaa 40n dursanii jannata galanii jedhan.
#Sababni Qabeenyaa fi qarshiin wolqabatee qorannoon isaan irratti taasifamu waan hin jirreef๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โแจแแแณ แ แแต แจแจแณแแธแ แฅแ แฐแแต แจแแญแแตแฑ แแขแซแ แฑแแแฝ:
โด แแฑแฅ แแตแจแแค
โต แแฐ แแแณ แฆแณแฝแ แตแแแฃ: โ
ุจุงุณู ู ุงูููู ูู ุฃู ูุชู ูุฃุญูุง
ยซแ แแ แแญ! แ แตแแ แฅแแณแแแค แ แซแแ แฅแแแแแขยป
โถ แ แแ แแแฝแ แ แแฅแญ แฅแแฐแแซแตแฐแแ แฐแแตแแ:โ
ุงูููู ูููู ุนุฐุงุจู ููู ู ุชุจุนุซู ุนุจุงุฏูู
ยซแ แแ แแญ! แฃแฎแฝแ แ แ แแตแแฐแ แตแ แต แแ แจแ แฃแตแ แ แฅแแแขยป
แฅแแแ แ แจแฐแแณแแฝแ [แฐแแแ แแแญแ แแฐแแ] แฑแแแฝ แ แ แญแแณแฝแ แแญ แฅแแตแตแข แแแต แจแแแ แต แฅแแ แแ แญแแจแแ!
๐ฟแฐแ แ แฅแฐแฉ!

#FIX YOUR FOCUS..๐
๐ฟStop focusing on who left.
๐ฟStart focusing on who stayed.
๐ฟStop focusing on what you're missing.
๐ฟStart focusing on all that you have.
๐ฟStop focusing on what was.
๐ฟStart focusing on what's coming.
๐ฟStop focusing on the pain.
๐ฟStart focusing on the reward.
๐ฟStop focusing on what could go wrong.
๐ฟStart focusing on what will go right๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐ฟStop focusing on who left.
๐ฟStart focusing on who stayed.
๐ฟStop focusing on what you're missing.
๐ฟStart focusing on all that you have.
๐ฟStop focusing on what was.
๐ฟStart focusing on what's coming.
๐ฟStop focusing on the pain.
๐ฟStart focusing on the reward.
๐ฟStop focusing on what could go wrong.
๐ฟStart focusing on what will go right๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
#Habiibiiโจ
๐Lafa irra teettee eentu kufe hin jedhin
๐Waan beeku qofaa dubbatee kan saalfate hin jiruutii waan beektu qofaa dubbadhu
๐Kijibaafi fafakkeessaan nama kabajaa argate hin argine
๐Namni waan isa hin galchine keessa galu tuffatamaadha
๐Nama dubbii akka arge dubbatu namoonni ni jibban
๐Waan hin beekne nan beeka namni jedhu hiriyaa isaa dabalatee nama hunda saalfachiisa
#Kanaaf..
๐Habiibii hanga beektu qofaa dubbadhu.
๐Beeki: uffanni qixa kee ta'ee yoo hodhame sirraa bareeda๐

ERGAA DIINAL ISLAAM!! pinned ยซ๐งErgaa Diinal islaam๐ โJecha lama dubbata arrabaa irratti salphaadha miizaana irratti ulfaattuudha ykn kiiloo kaastuu tan taate allaahi biratti...๐ #Sunis... ๐ฟSubhaanallaahi wobihamdih ,subhaanallaahil aziim๐ซต โJechi kun laafaadha garuu miizaana firdii rabbiitittiโฆยป
The wisdom of Ibn Abbas.
A man came to Ibn Abbas and he said: โIs there repentance for one who kills a believer?โ
Ibn Abbas said: โNo, there is nothing but Hellfire.โ
After the man left, those sitting nearby said to him: โWhat is this? You have given us two different judgments, for earlier you judged that whoever killed a believer may have his repentance accepted. What is the matter today?โ
Ibn Abbas said: โIndeed, I suspect he was an angry man intending to kill a believer.โ
Later they followed the man and found that it was true.
โ {Musannaf Ibn Abฤซ Shaybah 27182}

#แ แซแต แแแฎแฝแ แแ แแแ
!
แจแฑแ (๏ทบ) แฅแแฒแ แฅแแแแกโ
โแ แซแต แ แญแแต แฐแแฝ แจแแแ แ แแ แญแแฃแฃแธแแแข แ แแแ แจแแธแฅแฃ แจแตแ แฉแซแฐแแฃ แจแฝแแแ แแแฐแแ แ แณแญ แแช แแธแแขโ
แผแญ แ แแตแจแ แจแ แ แตแซแฝแ แฐแณแณแ แแ! แ แฒแ แจแณแแ แแฃแถแฝแ แฅแแแซ... แขแแปแ แแ !!
๐ แฒแแฒแแฑ แ แถแแ: 363

๐งErgaa Diinal islaam๐
#Garaagarummaa salaata fardii fi salaata leylii๐
๐กSalaata fardii
~Yaamichi mu'aazina(namoota)irraayi.
Salaata leylii
๐Yaamichi rabbii mootii ilma namaa allaahii irraayi.
๐กSalaata fardii
~Yaamichi koottaa gara salaata,koottaa gara toltuuti.
Salaata leylii
๐Yaamichi: jecha rabbii eenyu kan ana kadhatu kan an isaaf awwaadhu jedhuudha.
๐กSalaanni fardii
~Na argaafis namni salaatu jiraachuun ni mala.
Salaanni leylii garuu
๐Ijji namaa kan hin argine salaata rabbiin qofaaf salaatamuudha.
๐กSalaata fardii
~Muslimoonni hunduu ni salaatu.
Salaata leylii garuu
๐Jaalalloowwan rabbii worreen adda ta'an qofatu salaataโค๏ธ
๐Ta'us garuu caalaan salaata fardiiti ykn dirqamaati.
๐Kanaaf fardii osoo hin salaatin leylii salaatuun xaarii bilaashaatii
jechuudha๐
โYaa Rabbi gara laafummaa keetiin nuyaami yaamicha kees worra awwaatu nu taasis๐คฒ
๐Halkan milkii isiniif hawwe๐
Join and share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
#Garaagarummaa salaata fardii fi salaata leylii๐
๐กSalaata fardii
~Yaamichi mu'aazina(namoota)irraayi.
Salaata leylii
๐Yaamichi rabbii mootii ilma namaa allaahii irraayi.
๐กSalaata fardii
~Yaamichi koottaa gara salaata,koottaa gara toltuuti.
Salaata leylii
๐Yaamichi: jecha rabbii eenyu kan ana kadhatu kan an isaaf awwaadhu jedhuudha.
๐กSalaanni fardii
~Na argaafis namni salaatu jiraachuun ni mala.
Salaanni leylii garuu
๐Ijji namaa kan hin argine salaata rabbiin qofaaf salaatamuudha.
๐กSalaata fardii
~Muslimoonni hunduu ni salaatu.
Salaata leylii garuu
๐Jaalalloowwan rabbii worreen adda ta'an qofatu salaataโค๏ธ
๐Ta'us garuu caalaan salaata fardiiti ykn dirqamaati.
๐Kanaaf fardii osoo hin salaatin leylii salaatuun xaarii bilaashaatii
jechuudha๐
โYaa Rabbi gara laafummaa keetiin nuyaami yaamicha kees worra awwaatu nu taasis๐คฒ
๐Halkan milkii isiniif hawwe๐
Join and share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โWaan tokkoonillee nam-tokkorrattillee if ol hin fufuudhin. Kan si barsiisee rabbii kee qofa. Kan siif kenne Nama biraa osoo hin taane Rabbii kee qofa. Wanta biraa osoo hin taane kan kheeyrii si waffaqe Rabbii keeti. Dhimmi hundi isa qofarraayi Gara Isaati๐