ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✍Shaykh Muhammad ibn Ibrahim said in Majmu‘ al-Fatawa (2/no. 448): 🍂The words of the Prophet (blessings and peace of Allah be upon him), “say what he says,” indicate that one should repeat, “As-salatu khayrun min an-nawm (prayer is better than sleep).” As…
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
📧Ergaa Diinal islaam🚀 ✍Fakkeenyi nama salaata Shan salaatuu.. ✍Akka nama balbala isaa lagni guddaan yeroo hunda yaatu jirtuuti.. ✍Ishee irraa ammo kan guyyatti yeroo Shan dhiqatu.. ✍Namni guyyaan yeroo Shan dhiqatu hoo ni xuraa'aa ree laata..? 🌹Wollaahi hin…
اتلُ مَا أُوحِيَ إِلَيْكَ مِنَ الْكِتَابِ وَأَقِمِ الصَّلَاةَ ۖ إِنَّ الصَّلَاةَ تَنْهَىٰ عَنِ الْفَحْشَاءِ وَالْمُنكَرِ ۗ وَلَذِكْرُ اللَّهِ أَكْبَرُ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تَصْنَعُونَ
(Yaa Muhammad!) kitaaba irraa waan gara kee buufame dubbisi Salaatas haqa isaa guutii sagadi Dhugumatti, salaanni wantoota fokkatoofi jibbamoo ta’an irraa dhorgiti Zikrii (faaruu) Rabbiitu (waan hunda irra) guddaadha Rabbiin waan isin hojjattan ni beeka.

#ይህ_የረሱል_ሰ.ዐ.ወ_ታላቅ1ምክር_ነው።
✍አንድ ሰው ወደ ነብዩ ሙሐመድ (ሰ.ዐ.ወ) መጣና ለዱንያም ሆነ ለአኼራ የሚጠቅም ንግግር ለመጠየቅ መጣው" አላቸው ።
👉እሳቸውም_ደግሞ_የመጣልህን_ጠይቅ" አሉት።
✍ከሰው ሁሉ አዋቂ ለመሆን እፈልጋለው?"
👉እሳቸውም_አላህን_ፍራ" አሉት
✍ከሰው ሁሉ ሀብታመ ለመሆን እፈልጋለው?" ሲላቸው።
#ባለህ_ነገር_ተብቃቅተ_አላህን_አመስግን" አሉት
ይቀጥለል
Share
👇
@Attaqwa3

#Seeqachuun sunnaadha
✍Tapha haadha worraatiif abbaa manaa..
Gurbaa:Isin dubartoota.Rabbiin aqlii keessan hir'uu bifa keessan immo bareeda godhee isin uumeera jedheen..
Haati manaa tan salphaa hin turtee akkas jetteen:Akka nujaalattaniif rabbiin nu bareechee isin akka jaalannuuf immo aqlii keenya hir'uu nujelaa godhe..
🍂Ani kan naan gallee aqliin dubartootaa guutuu osoo ta'ee nuti hin jaalatamnu jechuudha🤦♂
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3

Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
إِنَّ اللَّهَ لَا يَظْلِمُ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ ۖ وَإِن تَكُ حَسَنَةً يُضَاعِفْهَا وَيُؤْتِ مِن لَّدُنْهُ أَجْرًا عَظِيمًا
Dhugumatti Rabbiin hanga madaala atomii tokkoo hin miidhuYoo isheen dalagaa gaarii taate dachaa ishee taasisa; mindaa guddaa Isa biraa ta’es (dabalaan) ni kenna.
Dhugumatti Rabbiin hanga madaala atomii tokkoo hin miidhuYoo isheen dalagaa gaarii taate dachaa ishee taasisa; mindaa guddaa Isa biraa ta’es (dabalaan) ni kenna.
#Dubartoonni Ergamaan rabbii s.a.w abaare kan armaan gadiiti..
1 Qaama ishee irratti tan tatoo godhattu(የምትነቀስ) fi kan isheef tolche
2 Nyaara ishee tan haadattuu fi kan haade
3 Rifeensa namtolchee(wiigii) tan godhattuu fi kan ishettis godhe
4 Abbaa worraa ishee tan aarsitu,haqa abbaa worraa ishee tan hin eegne
5 Dhiiratti tan fakkaattu:Uffannaan ta'ee gochoota birootiin
6 Qabrii tan ziyaartu
7 Woyta namni du'e iyyaa uffata ishee cicciraa nama tan boochistu
8 Dhiirsi ishee harka 3 hiikee seera shari'aa cabsitee kan biraatti osoon heerumin isa biratti kan deebite
9 Ilkaan ishee tan boccu akkasumas bareeduuf ilkaan ishee kan jijjiirtu
10 Mutabarija:Qaama ishee shari'aan sattarachutti ishee ajaje tan ajnabiyyaa irra hin dhokfanne

🍂Na amani jiruu kee keessatti si'a takkallee ta'u gaarummaa keetiin akka gaabbitu namni si godhu si mudataa..🗝
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✍Mobaayilii cufii
Masgiidatti lufi
Guyyaanis jumaadha
Toowbaan rabbiif kufi
Salawaatas buusii
Dilii tee hargufi...🗝
{Allaahumma solli alaa muhammad...❤️}
Join and share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Masgiidatti lufi
Guyyaanis jumaadha
Toowbaan rabbiif kufi
Salawaatas buusii
Dilii tee hargufi...🗝
{Allaahumma solli alaa muhammad...❤️}
Join and share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
" Never judge the future of a person based on their present situation because time has power to turn any black coal into diamond. "
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
ስለ ረሱል ምን ያህል እናውቃለን 58 ─────────── ጉዞው ከመጀመሩ በፊት ጂብሪል عليه والسلام ደረታቸውን ቀድዶ ልባቸው አውጥቶ፤ በዘምዘም ውሃ ካጠበውና ኢማንን ከጥበብ ጋር ቀላቅሎ ከጨመረበት በኋላ ወደ ቦታው መለሰው። ከዚያም ደረታቸውን ሰፋው። ይሄ ለሁለተኛው ጊዜ የተደገመ ተኣምር መሆኑ ነው። ከአህያ ከፍ ያለ እና ከበቅሎ ያነሰ፣ ከእይታው መጨረሻ ላይ የሚረገጥ፣ ነጭ አንፀባራቂ ( ቡራቅ…
The more you get involved in the dunya and its shiny attractions, you stray from the true purpose for which you were sent here. This world is nothing except a test, and the righteous will be rewarded entry into Jannah in the afterlife. So when we lose focus, these challenges and tough times serve as a reminder to forgo the love of the dunya and to rekindle the relationship with our creator. Remember, this world is only temporary, while the akhirah is eternal.