Telegram Web
🗣🗣🗣በጣም ጠቃሚ ስለሆነ ረጋ ብላቹ አንብቡት 🗣🗣🗣

#በቀን የምትበላው ምግብ ፍሪጅ🥙 ውስጥ ካለህ ሰውነትህን በአግባቡ ሚሸፍንልህ ልብስ ካለህ ዝናብ የማያስገባ ጣራና የምትተኛበት ቦታ ካለህ ከ75% በላይ ከሚሆኑት የአለም ህዝብ በሀብት እንደምትበልጥ ታውቃለህ/ ሽ ?

#የፈለክበት ሊያንቀሳቅስህ የሚያስችልና አንዳንድ ነገሮችን ልትገዛ የሚያስችልህ የተወሰነ ገንዘብ💵 ኪስህ ውስጥ ካለ ከአለማችን ላይ ካሉት 18% ታላላቅ ሀብታሞች ተርታ እንደምትመደብስ ታውቃለህ/ሽ ?

#ዛሬን በጤንነት ከዋልክ በሚሊዮን ከሚቆጠሩ ዛሬን ሳያድሩ ከሚሞቱ ሰዎች እንደምትበልጥስ
ታውቃለህ/ሽ ?

#ይህንን ጵሁፍ አንብበህ ከተረዳህ 3 ቢሊዮን ከሚሆኑ 👁 ማየትና ማንበብ ከማይችሉ የአለም ህዝብ እንደምትሻልስ ታውቃለህ/ሽ ?

አሁን ስለጭንቀታችን ወይም ስላጣነው ነገር ለፈጣሪያችን ተቃርኖ ምናሰማበት ጊዜ አይደለም  ይልቁንስ ሌላ ከሺህ የሚበልጡ አላህን ምናመሰግንበት ምክንያቶች አሉን፡፡

ታዲያ ማነው  “አልሃምዱሊላህ” የሚል  ?
“አልሃምዱሊላህ” 💖

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
﴿نَحْنُ قَسَمْنَا بَيْنَهُم مَّعِيشَتَهُمْ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا﴾
“Jireenya addunyaa kana keessatti jireenya isaanii isaan gidduutti qoodnee jirra.”

Hatim Al-Asam akkana jedhe:
“Ani itti xiinxalee qoqqoodinsi sun rabbii biraa akka ta’e nan beeka ture.
Ani takkaa namatti hinaafee hin beeku.”

-Tafsiira ibnu kasiir irraa Kan fudhatame

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🦋🦋
🌿Namarraa duroomi....
🌿Rabbiin si duroomsaa.
🌿Waan namaa irraa duroomi...namni si jaalataa.
🌿Rabbiin wajjiin tahi.......
🌿Innillee si wajjiin tahaa.

share👇

https://www.tgoop.com/Attqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
«Aantummaan silaa dachiif taatee Rasuulli ﷺ makka dhiisee hin bahu ture. Osoo aantummaan gosaaf taatee qureeyshii waliin walitti hin duulu ture. Silaa aantummaan maatii ofiitiif taatee abii lahabirraa hin qulqullaa'u ture. Dhimmi dhimma Aqiidaati. Aqiidaan teenya biyyee,biyyaa fii dhiiga kamirrallee nu biratti qaaliidha.»

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
🍀🍀

🌿Wantoota heddu hunda hamaa seetee narraa deebisi jette rabbii kee hin kadhatin...
🌿Wantoonni gariin hamtuu fakkaatanii keyrii baatanii dhufan.
🌿Ati gubbaa laaltee tuffatta rabbiin keesaa beekaa sitti fida.
🌿Yoo mara dadhabde...akkana jedhi.....
🤲"yaa rabb yoo keyrii hin qabaatin duniyaa fi diin kiyya keessattillee narraa fageessi jedhi.
🌿Ahaa.....Akkuma jedhamu sani !bubbeen hundi halaaka baattee hin dhuftu gariin bakka kee siif qulqulleessitee darbiti."
🌿Kanaaf hamtuun gariin kheeyrii baattee dhufti obsi.
Anaa miti kan jedhe.......
💐...عسی ان تکرهو شیٸا وهو خیرلکم وعسی ان تحبو شیٸوهو شرلکم.....
💐Dhugaadha!waa jibbuun keessan osoo wanni sun gaarii isiniif tahuu.
💐Dhugaadha!waa jaalatuun keessan osoo inni isiniif hamtuu tahuu.

yoo sitti toleef......
share👇

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
😄 ሀሙሰን በፈገግታ 😄

ባል እና ሚስት ተጣልተው ለፍቺ ፍርድ ቤት ይቆማሉ

ዳኛው፦ 3 ልጆች አሏችሁ እንዴት ነው የምትካፈሉት? አላቸው

ባል እና ሚስት ለብዙ ግዜ ከተማከሩ በዃላ፤

'የተከበረው ፍርድ ቤት ፤ አንድ ልጅ ጨምረን ቀጣይ አመት ለመመለስ ተስማምተናል።'
*
*
*
*
*
*
የሚገርመው ከ 9ወር በዃላ መንታ ተገላግላ አረፈችው።😆😆

መቼ ይፋቱ ይሆን።፨፨፨፨

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
Obsa jechuun Waan barbaadde argachuu dhabdus rabbiin galatoomfachuudha..
🌿Obsa jechuun karoorri rabbii maal akka ta'e beekuu dhabdus amantee fudhachuudha..
🍁Obsa jechuun keessi kee miidhamus namoota irratti fuula toluudha..
🌹Obsa jechuun namoota si miidhan irratti obsuufi dhiifama isaaniif godhuudha👌

Join and Share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
🤗

ol jedhi....eennu gadi ati.......
🌿Ol jedhii mul'adhu...beeytu dubbadhu wallaaltu baradhu.
🌿Beekuuf tattaafadhu ani wallaalaadha jettee sadarkaa kee if hin buusin....
🌿na dhagahi....gaafa waa baay'ee beeyte yeroo muraasaaf wallaalaa namaa if seeta.
🌿gaafa immoo bekumsarraa qullaa taate waan waa beeytu if seetee if tuttuulaa deemta.
🌿Ni beeka jettee....Arraba keetiin nama hin tuqin.
🌿Hin beeku jettee osoo hamtuu agartuu cal'istee bir hin dabrin.....
🤔Akkam ta'aree.....???
🌿Gidduu lamaanitti jiraadhu.
🌿Haga feete yoo if qabuu dadhabde....arraba kee beektota diinii irraa eegadhu.
🌿Yeroo baay'ee nama jaalatte du'aa'ii godhiif malee gaarommina isaa deemte isaaf hin himin.je'i...."
😊yaa rabb ani nama kanaa gaarii tahee isa argaa namni sodaa teetii fi iimaanaan bareeeda naa bareechi nallee bareechi ani siif jecha jaaladhe namoota jaalattu na jaalachiisii anallee na jaaladhuu narraallee jaaladhu🤲

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔲𝐔𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚'𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐍𝐮𝐮𝐧 𝐆𝐚𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚;

📚𝟏,𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝 (𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝 𝐛𝐧𝐮 𝐇𝐚𝐧𝐛𝐚𝐥) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟏𝟔𝟒-𝟐𝟒𝟏 𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

📚𝟐,𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮𝐥 𝐁𝐮𝐤𝐡𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 ( 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝐛𝐧𝐮 𝐈𝐬𝐦𝐚𝐚'𝐢𝐢𝐥) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟏𝟗𝟒-𝟐𝟓𝟔 𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

📚𝟑,𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦 ( 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦 𝐁𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐣𝐣𝐚𝐚𝐣) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟐𝟎𝟒 (𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐬𝐡𝐚𝐚𝐟𝐢'𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐮'𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧) -𝟐𝟔𝟏𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

📚𝟒, 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐛𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐮𝐝 ( 𝐒𝐮𝐥𝐞𝐞𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐧𝐮 𝐀𝐥 𝐀𝐬𝐡'𝐚𝐬) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟐𝟎𝟐- 𝟐𝟕𝟓𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

📚𝟓, 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐭𝐭𝐢𝐫𝐦𝐢𝐳𝐢𝐢 ( 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝐁𝐧𝐮 𝐈𝐢𝐬𝐚𝐚) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟐𝟎𝟗- 𝟐𝟕𝟗 𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

📚𝟔) 𝐈𝐦𝐮𝐮𝐦𝐚 𝐀𝐧𝐧𝐚𝐬𝐚𝐚'𝐢𝐢 ( 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝 𝐁𝐧𝐮 𝐒𝐡𝐮'𝐞𝐞𝐲𝐛𝐢) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟐𝟏𝟓-𝟑𝟎𝟑 𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

📚𝟕) 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐈𝐛𝐧𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐣𝐚𝐡 ( 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝐁𝐧𝐮 𝐘𝐚𝐳𝐢𝐢𝐝) 𝐖𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟐𝟎𝟗- 𝟐𝟕𝟑 𝐇𝐢𝐣𝐫𝐚𝐚.

........................𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐮𝐧𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐢𝐫𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐥𝐚 𝐆𝐚𝐡𝐞𝐞 𝐀𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐭𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚, 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐢𝐫𝐨𝐨𝐬 𝐍𝐢 𝐉𝐢𝐫𝐮 .........𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐮𝐟𝐚 𝐈𝐧𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡.


📌𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐥𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟, 𝐍𝐮'𝐮𝐬 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐎𝐟𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐮 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐧 𝐉𝐚𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚 𝐎𝐟𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐍𝐮 𝐇𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐮🤲

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
«Sababa wanti biizii si godhu heddummaateef jecha sagantaa qaraatii kalaama rabbii keetii kan guyya guyyaa hin dhiisin. hanga lubbuun jirtu yeroo hunda biizii ta'uun kee ittuma fufa. Guutuun guututti firii ta'uun gaafa du'an malee hin jirtu. Girrisaan sooshaal miidiyaa fii wacni oowwa duniyaa kun wirdii kee guyya guyyaatirraa sin jeeqin. Carraa umrii keetii kana fayyadamii hojii fii biizii ta'uu kee barakhaa qur'aanaa itti makhi. Yeroolee qaalii fii bareedduu adamsii wareegii qur'aanaaf taasisi.»ღ


Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Khaayyoolee sheeyxaanaa gurguddoo keessaa tokko qur'aanarraa si dhoorkee sii fii qur'aana addaan isin fageeysuudha. Osoo hin qaraanee,osoo waan inni sitti dubbataa jiruu qalbiin gad hin lallaalle yeroon dheeraan akka sirra dhuftee dabartu si taasisa. Ergasii gaafa qaraatiin qur'aanaa fii tadabburri isaan godhaa turan isaaniif magantaa fuutee ati waan magantaa siif fuudhu dhabdu; gadda,gaabbii fii sheenaa faayidaa hin qabne gadditee,gaabbitee sheenaawuun quba of nyaachuuf teeysa.

Giyyaa kana keessatti qur'aanarraa waa qaraatu malee of bira hin dabarsin🫵

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
🍂Kheeyrii qunnamuun xiqqaachuun,yaadni namaa baduun,haqni namarratti dhokachuun,qalbiin namaa baduun,yaadatamuun namaa hagoogamuun,qabeenyi qisaasa'uun,makhluuqni nama baqachuun,rizqii fii umrii keessatti barakaan haqamuun,ilmii fayyadduu dhoorkamuun,qomti nama dhiphachuun,yaaddoo fii ciinqiin namarratti dheeraachuu fii jireenyi namatti dhiphachuun Ma'siyaa fii dilii dalaguu irraa dhalatti👌


الداء والدواء-لابن القيم

✓.صباح الخير أحبتيღ♥️

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
🍀🍀
#Oh?!.....
🍂Namni Dhaba boodaan...argatuuutu jiraa beeku.hin gaddu.
🍂Namni Argata
boodaan dhabuutu jiraa beeku galata hin wallaalu.
🍂Namni dhibee boodaan fayyaatu jiraa beeku obsan dhabu....
🍂Namni Fayyaa boidaan dhibeetu jiraa beeku galata hin dadhabu.
🍂Ciinqaa boodaan bal'inaatu jiraa namni beeku...."إن مع العسر یسرا"
jedhee if obsiisa.
🍂Namni Bal'ina booda dhiphinatu dhufaa beeku..."لٸن شکرتم لأزيدنکم"
jedhee ifirraatti dubbisaa galata hin wallaalu.inumaa ni dabalata galtoomfatee.
🍂Namni Guutuu boodaan hir'inatu jiraa beeku...
🍂Ni booha akka umar san....guutuu boodaan hir'inaatu jira jechuu beeekee.
🫵Haala ati keessa jirtu hin beeku garuu ....Akki ati itti jirtu kun jijjiiramuuf deemaa.....
🪄Takkaa galata galchi sif haa dabalamtuu...
🪄Takkaa obsi sirraa haa jijjiiramtuu.

share👇

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
🍂Gaafa galaanni ni'imaa fuuldura mana keetii ciisee gammachuu fii kheeyriin moggaatee guutte. Kun hundi kennaa rabbii keetiiti. tola qulqulluu isa qofarraa ta'e kan si dabalatee namni tokkolleen qooda keeysaa hin qabneedha..🗝

﴿وَما بِكُم مِن نِعمَةٍ فَمِنَ اللَّهِ﴾ [النحل: ٥٣]


Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
*Oh Muslimah!*

If your husband tells you to wear proper Hijaab/Niqaab say Alhamdulillah

If your husband stops you from doing Tabarruj & makeup say Alhamdulillah

If your husband doesnt let you upload your pics online say Alhamdulillah

If your husband doesn't let you add non mahram men on FB & other social media say Alhamdulillah

If your husband doesnt let you to talk to non mahram men say Alhamdulillah

Say Alhamdulillah that Allah سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ has blessed you with a husband who has gheerah for his wife and is not a Dayouth.

In this era, it's very difficult to find someone who is not a dayooth, someone who always protects you from harm and guides you in the right way.
May Allah grant us such companionship.

آمیـــــــــــــن یارب العالمین!

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
2025/02/27 12:44:04
Back to Top
HTML Embed Code: