Telegram Web
☆☆﷽☆☆

🌿Mallattoon milkaa'ina keetii.... gaafa aybiin kee aybii namaa eegurraa si shaagale.
🌿Mallattoon hoongoo keetii.... gaafa eybiin namaa eybii tee argurraa si shaagalte.
🌿Yoo dubbatte waan sillee jaalachiisu... namallee jaalachiisu dubbadhu....
🌿Yoonif afaan kee jechoota hadhaayan qofa maddisiisa ta'e... cal'isuu filadhu yeroo heddu.
🌿Yoo daleyde waan sii fi namallee gammachiisu dalagi.
🌿Yoonif hojiin kee sii fi namallee kan miidhu tahe... warra gaarii dalagan bira cal jettee taa'uu heddummeessi.
🌿Yoo daleyde #AAKIRAA dura aansi. Duniyaa itti aansi. lamaaniinuu milkaahaa namaa taataa.
🌿Yoonif Duniyaa dura aanfattee Aakiraa booda aansite... lamaanuu dhabdee kasaarta.

#ALLAAH...... 🥰

👌Salaatarratti tiifami.
👌Sodaa rabbii qabaadhu.
👌Eessattu dalagaawwan rabbitti si dhiheessan dalaguuf tattaafadhu.
👌Osoo qabdu deddeebisii kadhadhuun
👌Osoo dhabdee jirtuu.. deddeebisii galteenfadhu.
👌Osoon balleessin araara gaafadhu.
👌Ati isa jaalatuun qofti si fayyaduu... na jaaladhu jedhii isa kadhadhu.

Yoo si jaalachiise..share👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
🌹
🌹
🌹
🌹
🌹
🌹
🌹
🌹
🌹
🌹

NAMNI MARTI GUYYAA SIRRAA DHEESSU ISAAN UMMATII....🥹UMMATII🥹....UMMATII 🥹JEDHAN...
SALAWAATA BUUSUU HEDDUMMEESSI.....❤️❤️
Namoonni balbala gurguddoo sadii irraan ibidda seenu. Isaaniis:- Balbala Shubuhaa dhimma diin Allaahaa keessatti shakkii isaanitti nayxe,balbala shahawaa ajajoota rabbii gochuu fii jaalala rabbii dura fedhuu lubbuu isaanii buusuutti isaan greysiteefii fii balbala dallansuu kan makhluuqa irratti daangaa darbuu isaan dhaalchisteedha.»

✓. Sheikh Al-Islaam Ibn Al-kayim-rahimahullah
✓. Al-Fawaid

«Namni balbala sadeen kana tolchee beekumsaa fii dammaqinaan eeggate duniyaa fii aakhiratti nagaya bahee Milkaa'e.»

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
👉Aaragalfiin inni Dhugaa

"ALHAMDULILLAAH"
Jechuudha Waan hunda keessatti

Waa'ii Duniyaa kanaatiif jedhanii danuu of cinquun hin barbaachisu

Seeqadhu..😊
Waan Rabbiin siif Murteesse hundaan wol qunnamuuf teessa
Rabbirraammoo Kayirii malee hamtuu hin qunnamtu👌

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
💞💞

😔Ufffff shit....Yaa rabbi?! maal si godhe garuu...jetta gaafa waa dhabde gaafa waan barbaadduun faallaa argatte.
😢Garuu gaafa waan barbaadduu olitti rabbiin siif kenne "Oh?!Anaa kana bar?!jettee of ajaa'ibda galata rabbii keetii dagattee.
😏Kanaa bar Anaa fi ati.
😊Nama rabbiin rahmata godheef qofatu gaafa dhabees...."ALHAMDULILLAH"waan rabbi fedhe jedha.
😊Gaafa argatees..... "ALHAMDULILLAAH" Tola rabbii kiyyaati jedhee galata galfata.
🫵Kam keessatti ramadamta Ati.....?!
🌸وقلیل من عبادي الشکور

share👇

https://www.tgoop.com/Attaqa3
🌿

🥀Hin gaddin......😔
🥀Duniyaan tun haga feete dheertuu sitti fakkaattulle gabaabduudha.
🥀Baay'ee sitti fakkaattullee muraasa.
🥀Guddoo sitti fakkaattullee xiqqoodha.
🥀Haftuu sitti fakkaattuullee dhumtuudha.
🥀Duniyaa.....
🍃Gabaabduu....
🍃Muraasa......
🍃Xiqqoo......
🍃Dhumtuu....taate tana keesatti gaddaan hin dabarsin.
🥀Har'i gadda boru gammachuuudha.
💡Haga Rabbiin wal hin dhabin maalillee dhabdu hin gaddin🫵

sha🥀re

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
♧﷽♧

Waan sin galchine keessa hin seenin......
🌿Islaamummaan kee toluu isaa wanni ittiin beeytu... waan sin galchina dhiisuudhaani.
Ergamaan rabbii
🌹🌹
Akkana jedhe....
"من حسن الإ سلام المرئ تركه ما لا يعنيه"
"Toluu islaamummaa namichaa irraa waanuma isa hin galchine dhiisuudha. "


sha👇re

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Forwarded from ERGAA DIINAL ISLAAM!! (Jibril H)
Jecha Hayyoota islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🌿• Qabeenyi kan kee si waliin hin deemu gara aakiraa, garuu dursiitee of afoo ergachuu dandeessa akka achitti si eegu, sadaqaan.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🌿•Waa abaaruu dhiisaa, osoo waa abaartanii sa'aa ijaabaa gaxxamtanii, booda umrii guutuu sheenoftan.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

• Waa sadi waan akkaan jabaafi qaaliiti.

- osoo hiyyummaa qabu nama sadaqatu.


- bakka namni tokkolleen isa hin agaretti kan rabbi sodaatu.

- osoo mootummaa afoo dhaabbatellee kan dhugaa malee hin dubbanne.

Share👇👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
💫بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
#Nama_kamittuu hin hajamin.......
Ee namuma kamittuu hin hajamin.maaliif yoo jette namni baay'ee yoo rakkattee waa isa kadhatte takkaffaa hin jaalatu...lammaaffaa namaa ol if seha mata jabeessi namaa awwalaan siifuu waa hin kennu.
Osoo sii kenneeyyuu galata sirratti hamataa oola yeroo biraa....
🍂Ani akkas siif hin taane akkas siif hin goone.jedhaa oola hogguu.
#Kaanaaf yoo kadhatte isa kadhaateellee awwaatee siif kennee irrattillee siif dabalu rabbii kiyyaaf mee qofa kadhadhu.
Akkuma ergamaan rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam jedhe 👇
Yoo kadhatte rabbuma kee kadhu
اذا سئلت فسئل الله

Yoo jaalatte....👇

Facaasi

https://www.tgoop.com/Attaqwa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
«Bifti warra rabbi sodaatuu yoom sirraa mul'atti laata?»
«Yoomuma sadarkaa dura darbitootaatti ol baat laata»
«Mee siin gaafadhaa yoomuma karaa saalihoota irra deemsa eegalta laata?»
« Yoomuma Azaabaa fii jahiima dilaawoota keessa fe'attee baata?»
«Sa yoomuma fe'annaa tee laga towbattoota keessa hiikkatta?»
«Yoomuma Qabsaa'oota halkanii sanii wajjiin dhaabbattee qabsooyta laata?»
«Yoomuma imimmaan keetiin balbala arhamurraahimiin dhadhooyta laata?»

«Saa akhii yoomi laata?»

ابن الجوزي

Allaahumma solli alaa muhammad🌹

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋

#Ati rabbi sodaatte jechuun bar.......?!!
Gaafa waan silaa halaala siif tahan lakki haraama tahee rabbiin walitti na buusuu hin oolu jettee ifirratti sodaattee haalaluma irraa fagaatte sodaa rabbii keetiitiif.✍🏿
Garuu anaa fi Ati........
🫵Waanuma haraama tahuu isaa beeynu abboo wanni kun halaala tahuun dhabu jennee rabbii keennaan wal dhbna.
Anaafi Ati garuu Nama jaalachiisuuf rabbi dallansiisna.
warri rabbi sodaatan sun immoo Rabbi jaalachiisuuf nama dallansiisan.!

👌RABBI JAALACHIISUUF NAMA DALLANSIISAN.

Yoo sitti tole........

Sha👇re

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
#12_steps_to_self_care

1. If it feels wrong, don't do it
2. Say exactly what you mean
3. Don't be a people pleaser
4. Trust your instincts
5. Never speak bad about yourself.
6. Never give up on your dreams
7. Don't be afraid to say no
8. Don't be afraid to say yes
9. Be kind to yourself.
10. Let go of what you can't control
11. Stay away from drama and negativity
12. Love

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
«Irra guddoo wanta rakkoo hamtuu garbicha irraan geeysu keessa tokko; Hojii malee ta'uu fii free time qabaachuu isaati. Lubbuun tun yoomuu duwwaa hin teeysu. Yoo ati waan isii fayyaduun biizii isii godhuu baatte waan isii miidhuun biizii si gooti.»

Sheikh Al-Islaam Ibn Al-kayim-rahimahullah

✓. Wanti akka duwwaa taa'uu shabaabaa miitu hin jirtu. Inuma free taatee hojii malee hin taain»

«Dhaamsi jalqabaa,kan 2ffaa.....Kumaffaalleen:- Hojii Malee harka duwwaa hin taa'in.»

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Salaanni maaliif salaata jedhamee moggaafame...🫵
BAABU ASSAWMI
<unknown>
💐
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎🌹
#Ahibbatii_fillaah…………
Jiini ulfaataan eeggamaa jiru nutii as deemaa jira.
Guyyaa guyyaadhaan nitti dhihaataa jira.
Kanaaf isaan wal yaadatuun akkasuma faayidaa isaatiifi dirqamummaa isaa beekuun barbaachisaadha.qophiidhaan simatuuf.
Sagalee tana keessatti.....
#Hiika soomaa.
#Seera soomaa.
#Balleessitoota/mubxilaata soomaa.
#Faayidaa soomaa karaa gabaabaan isin hubachiisuuf qophiidha.

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ደስታህንም ሆነ ፍላጎትህን ከሰዎች በር ላይ አትጠብቅ፣ የሰው በርም አትቆርቁር ፤ ከሰባት ሰማያት በላይ ያለው ጌታህ ለደስታህ ፣ ለህልሞችህ እና ለጉዳይህም ብትጠራው ከደም ስሮችህ በላይ ቅርብ ነው ።🫶

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
2025/02/27 09:03:13
Back to Top
HTML Embed Code: