Telegram Web
#Always remember...

🌿Your wife is the only person who has ever loved you for who you are. Your mom loves you because you are her son, your siblings love you because you are their brother. Your children love you because you are their father.

🌿But your wife is on another level.

SHE CHOSE YOU!

"Be the woman who makes husband's life better in every way."


Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
«Jallummaa fii gowwummaa namni tokkolleen irraa dadhabaa miti. Haa ta'uu malee ati jajjabduu fii olaantuu isii barbaadaaf sadarkaa mormi namaa muramuun gahu barbaaduu fii qabachuun sirra haa jiraatuu. Innis muruu'aa qabaachuu fii arjummaadha.»

Al-Imama Malik Ibn Anas Rahimahullah
- ترتيب المَدارِك (٦٩/٢)

«Muruu'aa jechuun Waan nama tolchuu fii nama bareechu fayyadamuu fii wanta nama fokkisuu fii nama xureeysu irraa fagaachuu jechuudha.»
🌺

🍂Ilmi namaa Ati gaariidha jedhee si faarsuun rabbi birattillee gaarommina kee akka yaaddu sitti hin mul'isne.
🍂IImni namaa ati gaarii miti jedhee si tuffachuun si xiqqeessuun si jibbuun rabbi birattillee jibbamaa xiqqaataa namaa tahuu akka sitti hin mul'isne.
🍂Ilaalcha namni siif qabuun if hin madaalin.....
🍂Hojii irra jirtuun if madaali.

share👇

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
#GAGGEESSAA FI GAGGEESSUMMAA
Kutaa - 1ffaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✪ Gaggeesssaan
⁃ Nama mul'ata qabu,
⁃ Kan kallattii beeku,
⁃ Kan kallattii irra adeemu,
⁃ Kan kallattii argisiisu dha.

✪ Gaggeessummaan adeemsa gaggeesssaan tokko adeemuu qabu kan akeekudha!

❏ Gaggeessummaan inni jalqabaa biyya gaggeessuu miti. Jireenya ofii akka ta'utti gaggeessuu, namatti quba qabuu irra of ilaaluu irratti xiyyeeffata. Jireenya ofii ilaaluu jechuun:
⁃ Jireenya ofii gaggeessuu,
⁃ Hamma namatti quba qaban caalchisanii gara ofitti quba qabuu,
⁃ Keessa ofii sakatta’uu,
⁃ Cimsanii of too’achuudha,
⁃ Beekumsaa fi Dandeettii caalmaa qabuun kallattii sirrii argisiisudha.

✪ QABXIILEE GAGGEESSUMMAA
⓵. Akeeka jireenyaa beekuu (Understanding the purpose of life) kaayyoo uumamaniif gadi fageenyaan hubachuun itti jiraachuu.
⓶. Mul’ata Qabaachuu (Visionery)
⓷. Mul’ata Guddifachuu (Vision Development)
⓸. Addunyaa beekuu (Modernity)
⓹. Walitti dhufeenya Namootaa waliin cimsachuu.

❏ Leadership yookiin gaggeessummaan ammayyummaa keessatti addunyaan maal akka fakkaattu beekuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Wanta dhaloonni barbaadan qabatanii dhihaachuun ni ta’a.

Maddi kitaaba mataa dureen kallatti gaggeessummaa jedhurraa🙏

Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
۞بسم الله الرحمٰن الرحيم☆
Eee nuti.....
osoo duunee achumatti dhiifamnee.... silaa duuti tuni nama maraafuu xummura taati turte.
Laakin nuti yoo duune ni #kaafamna. 😢
Rabbii kiyyaa fi kee waa hundarraa nu gaafatuuf taa'a.
#Aaaaaah... !? #Ati
Yeroo/weytii dhukkubsatte tawbaa deebitaa badii keetirraa?!
weytii/yeroo fayyite dilimatti deebitaa?!
Rakkoo meeqa jalaa nagh si baase rabbiin!
Balaa meeqa sirraa kaase!
Rabbii kee sodaadhu!

sha👌re

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
🪄Yaa #RAHMAAN....😇
🌿Ati dureessa nuutu dhaboodha.
🌿Ati qawiyyi{jabaadha}.
nuutu dadhaboodha.
🌿Ati kabajamaadha.
nuutu xiqqaatoodha gara keetitti.
🌿Yaa kan warra addaan kutame walitti maxxansu.
🌿 Ifitti nu maxxansi 😔
🤲Yaa Rabbi dalagaa gaggaarii sitti nu dhiheeysu nuuf laaffisi.
يا اللَّه 🤲
يا رحيم🤲

Share👇

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Namni salaata hin salaanne osoo kan shahaadaa qabus ta'ee khaafira...🗝
Forwarded from ERGAA DIINAL ISLAAM!!
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد(ﷺ)
👇👇👇❤️❤️❤️
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا

Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaas nabiyyii irratti rahmata buusuYaa warra amantan! (isinis) rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa



Share
@Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋

Addunyaa kanarratti osoon dogongorin jirraadha jettee hin yaadin yaaddus...yaaduma keeti malee ni dogongorta.
👌Kanaag dogongori garuu nama dogongoree dogongora isaa irraa waa baratuu fi sirreeffatu tahi.
Biyya Duniyaa kanarratti yeroo hunda jaalatamaa namaa tahee jiraadha jettee hin yaadin.....yaaddus suni yaaduma keeti !.
👌Jaalatami gaarii hojjadhuu garuu namoonni gariin gaarii kana hin jaalatan waan taheef jibbaa jaraatiif garii dalagurraa duubatti hin jedhin.
Namoonni tokko tokko dogongora kee sirreessina jedhanii duubatti si harkisuuf karaa baafatu.
👌Sirreeffama namni si sirreessu walii filadhu.
👌isa gaarii qofaaf bakka kenni.

Galatoomaa!


https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Wanti akka haala hunda keessatti gara rabbii dheeysuu fii gara isaatti irkachuu,fuuldura isaatti of darbuu,dadhabina,miskiinummaa fii haajamummaa ofii isatti mul'ifachuu tokkolleen hin jirtu. Wawallaahi! Osoo siif kennuu baateewuu bohaartii fii lazzaan ati yeroo isatti dhihaattu san argattu qofti geeysuudha. Si suphee si qobbuu, si bohaarsuu, siif rahmata godhuun si mararfachuu fii haara si galfachiisuu keessatti wanti akka Allaahaa gonkumaa abadan numa hin jiru...🗝


Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
Photo
اللهم بلغنا رمضان ونحن في صحة وعافية وأنت راض عنا واغفر لنا ذنوبنا وطهر قلوبنا وأعنى على الصيام والقيام ،وجعلنا فيه من المقبولين🤲
آمين 🌹
@Attaqwa3
Forwarded from ERGAA DIINAL ISLAAM!! (Jibril H)
Gootummaa akka Umar ibnul khaxxaab
Arjummaa akka abuu bakar assiddiiq
Qaanfii akka usmaan ibnu affaan
Sagalee akka Abdallah ibnu mas'uud
collummaa akka abaa hureeyraa
amanamummaa akka abaa ubeeyda ibnul jarraah

➡️Rabbiin nuuf haa kennu🤲

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
🌿የአላህ መልዕክትኛ صلی ﷲ عليه وسلیم ወደ መስጂድ መጡ የተወሰኑ ሰዎች ሲስቁና ሲያወሩ ተመለከቱ እናም እንዲህ ሲሉ ገፀሱዋቸው ሞትን ብታስታውሱ ኖሮ በእንዲህ አይንት ሁኔታ አላያችሁም ነበር

🌿 ምንግዜም ሞታችሁን አስታውሱ ቀብር በየ እለቱ እንዲህ ትላለች እኔ የብቸኝነት ቤት አንድ አማኝ አላህን በስነስራት የተገዛው መቃብሩ ውስጥ ሲገባ ቀብሩ እንዲህ ትላለች

🌿እንኳን ደና መጣህ ወደኔ መምጣትህ እጅግ በጣም አስደስቶኛል አሁን ወደኔ መጥተሐል እንዴት እንደማስተናግድህ ትመለከታልህ ከዚያም ቀብሩ ግለሰቡ ማየት እስከሚችለው ድረስ ይሰፋለታል

🪴የጀነት በር ይከፍትለታል በዚህ በርም የጀነት ትኩስ ሽታ መአዛ ይነፍስበታል!!!

🍂አላህ ከነዚህ ሰዎች ያድርገን አላህን የማይታዘዘው መጥፎ ሰሪው ደሞ ቀብር ውስጥ ሲገባ እንዲህ ትለዋለች እንኳን ደና መጣህ አልለህም

ይቀጥላል

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
☆☆﷽☆☆
OSOO GUYYAAN KUN ANAAF XUMMURA TAHEE ADDUNYAA TANARRAA DEEMAA JIRAADHEE.....DHAAMSA KIYYA......
Ikwaanii Eesaattuu bakka feetee jiraadhu hojii feete irra jiraadhu.....#Rabbiin sodaadhu.
🍂Soadan Rabbii waa maraa of keessaa qabdi....
🍂Jaalala Allaha.
🍂Milkii duniyaa....
🍂Milkii Aakiraa.
🍂Siinqii keessaa kabajamtuu fi guddoo
🍂Furmaata rakkoo keetii.....
🍂Haara galfii keessa keetii
🍂Tasgabbii keessa keetii....#sodaa_Rabbii keessaan argatta.
Garuuu bar?!.........
🌿Situ amma fayyaa qaba malee situu gammachuu fi tasgabbii qaba malee situu marti yaadatti galteefii haara galfate malee.........
🌿Meeqatami kan gadde kan Yaadni isaa harkaa fashale kan tasgabbii fi gammachuu dhabe,kan fayyaa dhabee sirerratti qaillensa arguu hawwaa jira ,meeqatuu lafa ati irra jirtuu kanaan gaditti awwaalamee #qabrii jira....
Mee ka'i akka sitti tole hin laalinii...... kan sitti toleef galata galchii... Alhamdulillah jedhi.
Namoota faallaa haala ati irra jirtuu irra jiraniif #Rabbi kadhuuf.

🌹 والسلام عليكم ورحمته وبركاته
GLTM

Sha👇re


https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
🌿የአላህ መልዕክትኛ صلی ﷲ عليه وسلیم ወደ መስጂድ መጡ የተወሰኑ ሰዎች ሲስቁና ሲያወሩ ተመለከቱ እናም እንዲህ ሲሉ ገፀሱዋቸው ሞትን ብታስታውሱ ኖሮ በእንዲህ አይንት ሁኔታ አላያችሁም ነበር 🌿 ምንግዜም ሞታችሁን አስታውሱ ቀብር በየ እለቱ እንዲህ ትላለች እኔ የብቸኝነት ቤት አንድ አማኝ አላህን በስነስራት የተገዛው መቃብሩ ውስጥ ሲገባ ቀብሩ እንዲህ ትላለች 🌿እንኳን ደና መጣህ ወደኔ መምጣትህ…
#የቀጠለ...

ለአንተ እዚህ መምጣትህ የከፋ ነው በምድር ላይ ካሉ ሰዎች እጅግ የምጠላው አንተን ነበር አሁን ወደኔ መጥተሀል እንዴት እንደማደርግህ ታየለህ ከዚያም ታጠብቀዋልች የአንዱ ጎን አጥንት ከሌላውጋር እስኪተላለፍ ድረስ ትጨምቀዋለች እስከ ቂያማ ድረስ እየነደፉ የሚያሰቃዩት (70) እባቦች ይለቀቁበታል እነኚህ እባቦች  የያዙት መረዝ አደገኛ ነው

አንዱ እባብ መርዙ በመሬት ላይ ቢረጭ ኖሮ መሬት ላይ አንድም ነገር አይበቅልም ነበር   ከዚ ብኋላ ነቢዩ  صلی ﷲ عليه وسلم እንዲህ አሉ ቀብር አንድም የጀነት በር ጫፍ ወይም የእሳት ጉድጓድ ነው

የአላህ መልዕክትኛصلی ﷲ عليه وسلم አማኞች ምንጊዜም ሞትን  እንዲያስታውሱ መክረዋል  ምክንያትም ሞትን ደጋግሞ ማስታወስ በልብ ላይ የአላህ ፍራቻን ለማሳደር ይረዳልና!!!

አላህ☝️ ወዶአቸው ቀብራቸው የጀነት ጨፌ ካደረገላቸው ባሮቹ ያድርገን

አንብባችሁ ስትጨርሱ ለሌሎችም ሼር አድርጉላቸው

"ወደ መልካም ነገር  ያመላከተ ሰው የሰራ ሰውን ያህል አጅር ያገኛል" ረሱል (ﷺ)

Join and Share
   👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
2025/02/27 06:19:54
Back to Top
HTML Embed Code: