โQalbiin akkuma qaamni dhukkubsatutti dhukkubsatti fayyuu fii qorichi isii towbaadha. Ammaas akkuma sibiilli dandaa'utti dandooyti qulqullaa'uun isii zikriidhaani. Akkasumas akkuma qaamni gaafa uffanni irraa fuudhame qullaatti hafutti isiiniis qullaatti hafti. uffanni isii Sodaa rabbiiti.
๐Gara Rabbii towbachuu,Zikriilee heddummeeyfachuu fii Rabbii kee sodaachuuf qaba hin qabin. Sekonduma keessa jiruurraa..๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐Gara Rabbii towbachuu,Zikriilee heddummeeyfachuu fii Rabbii kee sodaachuuf qaba hin qabin. Sekonduma keessa jiruurraa..๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูฐู ุงูุฑุญูู
โจ
๐Ani......Ee Ani
๐Dhugamaan islaamummaan tun naan maltii?....
โAni eennu waan ta'eef na filatee rahmaan,
๐Inniin/isiin fuula qajeeltu bareedduun sun osoo ani eennu waan ta'eef filatame?
โAjaban!!!!.......
๐Galanni islaamummaa tanaa maali?
โEENNU WAAN TAHEEF FILATAME??
๐นAlhamdulillah Rabbil_Aalamiin
๐ธ#Alhamdulillah_Alaa_Ni'matil_islaam

โNamni hin dilooyne hin jiru. Bakki dhiirti itti wal caalte gara Towbaa daddafuu fii Towbaa achi harkisuu dhabuudha..๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
๐ฃ๐ฃ๐ฃแ แฃแ แ แแ แตแแแ แจแ แฅแแน แ แแฅแกแต ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
#แ แแ แจแแตแ แแ แแแฅ แแชแ ๐ฅ แแตแฅ แซแแ แฐแแแตแ แ แ แ แแฃแก แแธแแแแ แแฅแต แซแแ แแแฅ แจแแซแตแแฃ แฃแซแ แจแแตแฐแแ แต แฆแณ แซแแ แจ75% แ แแญ แจแแแแต แจแ แแ แ แแฅ แ แแฅแต แฅแแฐแแตแ แแฅ แณแแแแ / แฝ ?
#แจแแแญแ แต แแซแแแณแ แตแ แจแแซแตแฝแแ แ แแณแแต แแแฎแฝแ แแตแแ แจแแซแตแฝแแ แจแฐแแฐแ แแแแฅ๐ต แชแตแ แแตแฅ แซแ แจแ แแแฝแ แแญ แซแแต 18% แณแแแ แแฅแณแแฝ แฐแญแณ แฅแแฐแแตแแฐแฅแต แณแแแแ /แฝ ?
#แแฌแ แ แคแแแต แจแแแญ แ แแแฎแ แจแแแ แฉ แแฌแ แณแซแตแฉ แจแแแฑ แฐแแฝ แฅแแฐแแตแ แแฅแต
แณแแแแ /แฝ ?
#แญแ แแ แตแแ แ แแฅแ แ แจแฐแจแณแ 3 แขแแฎแ แจแแแ ๐ แแจแตแ แแแ แฅ แจแแญแฝแ แจแ แแ แ แแฅ แฅแแฐแแตแปแแต แณแแแแ /แฝ ?
แ แแ แตแแญแแแณแฝแ แแญแ แตแแฃแแ แแแญ แแแฃแชแซแฝแ แฐแแญแ แแแฐแแ แต แแ แ แญแฐแแ แญแแแแต แแ แจแบแ แจแแ แแก แ แแ แ แแแแฐแแแ แต แแญแแซแถแฝ แ แแแกแก
แณแฒแซ แแแ โแ แแแแฑแแแ โ แจแแ ?
โแ แแแแฑแแแ โ ๐
Join and share
๐
@Attaqwa3

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โโโ๏ทฝโโโ
#ikwaanii.........
โ Akeekkachiisa.๐ท
โYeroo kamuu gaafa ajajuuf deemtu, akkasuma ajaja dalagatti hiikuuf deemtu.......
๐ค Dhaabbadhu jalqaba wanni ajajuuf ykn dalaguuf feemtu kun Rabbi ni jaalachiisa moo hin jaalachiisu jechuu laaali.
๐Itti aansuun keessa keetti miira sodaa fi cinqamuu akkasuma namni akka si hin agarreef dhoysaan kan dalagaa jirtu yoo yaate.......kun #sharrii dha.
๐ Yoonif hojii dalagdu san keessatti ragga'insii fi nama ifirraa eeguu dhabuun jiraate...... kun #kheehriidha jabaadhu.
โ๏ธAnaa miti kan akkana jedhe....habiibii kiyyaa fi keetu saallaallahu Aleyhi wasellam jedhe.....
๐โGaaf tokko waabisaa sahaabaan jedhamu ergamaa rabbiitti saallaallahu Aleyhi wasellam dhufee isaanis ....kheyriirraa gaafatuu dhuftee jedhaniin dursanii.....
๐ณ๐พwaabisaa...Ee.jedheen
๐
โโ ุงูุจุฑ ู ุงุงุทู ุฆูุช ุงููู ุงูููุณ ูุงุทู ุฆู ุงููู ุงูููุจ
โโ ูุงูุฅุซู ู ุง ุญุงู ูู ููุณู .....
๐คYoo dhaamsa fakkaateef..
share๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
#ikwaanii.........
โ Akeekkachiisa.๐ท
โYeroo kamuu gaafa ajajuuf deemtu, akkasuma ajaja dalagatti hiikuuf deemtu.......
๐ค Dhaabbadhu jalqaba wanni ajajuuf ykn dalaguuf feemtu kun Rabbi ni jaalachiisa moo hin jaalachiisu jechuu laaali.
๐Itti aansuun keessa keetti miira sodaa fi cinqamuu akkasuma namni akka si hin agarreef dhoysaan kan dalagaa jirtu yoo yaate.......kun #sharrii dha.
๐ Yoonif hojii dalagdu san keessatti ragga'insii fi nama ifirraa eeguu dhabuun jiraate...... kun #kheehriidha jabaadhu.
โ๏ธAnaa miti kan akkana jedhe....habiibii kiyyaa fi keetu saallaallahu Aleyhi wasellam jedhe.....
๐โGaaf tokko waabisaa sahaabaan jedhamu ergamaa rabbiitti saallaallahu Aleyhi wasellam dhufee isaanis ....kheyriirraa gaafatuu dhuftee jedhaniin dursanii.....
๐ณ๐พwaabisaa...Ee.jedheen
๐
โโ ุงูุจุฑ ู ุงุงุทู ุฆูุช ุงููู ุงูููุณ ูุงุทู ุฆู ุงููู ุงูููุจ
โโ ูุงูุฅุซู ู ุง ุญุงู ูู ููุณู .....
๐คYoo dhaamsa fakkaateef..
share๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โLubbuu tee,lubbuu maatii keetii fii lubbuu ilmaan keetii keessatti akkasumas lubbuu nama wajjiin teeysuu keessatti haalaa fii ulfina Towhiidaa guddisuu fii dhimmoota jireenyaa kee hunda Towhiidaan wal qabsiisuun SIIF DHAAMA..๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โโโ๏ทฝโโโ
โIbaadallaah!.....
โAddunyaan.tuni gaaddisuma.
๐Ee gaaddisuma yeroo xiqqoof jala taa'anii gara imala ufiitti ka'an.
โKufuu fi dabruun har'aa miti...
๐Ee kufuu fi dabruunillee guyyaa ani qofti haa bahu jedhu sani uumaan marti.
โMaal qopheeffatte guyyaa saniif.....
๐Ammuma if gaafadhu mee maal harkaa qabda.
โMaali keyrii ati dalagatte tan rabbiin qofti sitti beeku.....
๐Waan boriif achi dabarfatte haa laaltu lubbuun kamuu!!!
๐.....ูุงูุชูุธุฑููุณ ู ุง ูุฏู ุช ูุบุฏ ๐
Yoo dhaamsa siif tahe...
Share๐

โ Beqqaa..........!?
๐Yeroma maraa waan dhabde laaltee rabbitti harka ol hin kaasin........
๐Yeroo tokko tokko kan siif kenname laalii galata/shukrii qofa galchuuf harka kee olfuudhi......OK!

โโ๏ทฝโโ
๐Dhaamsa jalqaba ofiif.....
๐Dantaa hin godhin.....๐
๐ซGariin Namaa..... nama rabbi sodaatu,nama qulqulluu dha,nama fuula ifu, qajeelaadha...... jedhee si faarsa.!!
๐ซGariin namaa inni hamaadha,mujrima,haala fokkota,arrabni isaa gaarii hin Dubbatu jedhee si Arrabsa,xiqqeessa.
๐ซ#Garuu lamaan keessattuu kan of beeku #simaa_fi#sima.
๐ซIccitiin jidduu keeti fi jidduu rabbi keetii jiru kan ati qofti beektu yoo jiraate.......
๐นHariiroo ati rabbii wajji qabdu maal fakkaata?!
๐ซ#Kanaaf......
๐นwarri si faarsan akka si dagne!
๐นWarri si arrabsan akka miidhaa sitti hin fakkaanne
๐ซwaan hojjattu kamuu jaalala rabbii keessa barbaaduuf hojjadhu.malee jaalala namaatiifi faaruu namaa hin eegin.! ๐
Yoo if siyaadachiise....du'aa'ii naaf godhi......akkasuma๐share.๐

๐ฟDu'aa'iin fagaataa dhiheeysiti,hawwiilee argamsiisti,abjuu tee gurguddoo san gad dhiheeysiti. Hawwiilee teetii fii abjuu gara rabbii keetiitiin dhiheeyfattee mirkaneeffachuu hin lakkisin. Rabbiin kee waan hundarra sitti dhihaataadha..๐
๐Yaa Rabbii kiyya!. ilmaan gaggariii naaf kenni๐คฒ
๏ดฟุฑูุจูู ููุจ ูู ู ููู ุงูุตูุงููุญููู๏ดพ [ุงูุตุงูุงุช: ูกู ู ]
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐Yaa Rabbii kiyya!. ilmaan gaggariii naaf kenni๐คฒ
๏ดฟุฑูุจูู ููุจ ูู ู ููู ุงูุตูุงููุญููู๏ดพ [ุงูุตุงูุงุช: ูกู ู ]
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โRasuulli ๏ทบ ยซNamni tokko yeroo gara salaataa ka'e diliin isaa hundi fidamteeti gateetii isaa irra kaa'amti. Yeroo inni rukuu'aa fii sujuuda godhu hunda isarraa gad bubuuti.ยป jedhan..๐
โุงูุณูุณูุฉ ุงูุตุญูุญุฉ
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
โุงูุณูุณูุฉ ุงูุตุญูุญุฉ
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
๐ฆุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูฐู ุงูุฑุญูู
๐ฆ
๐Ati......!
๐Ee Ati......?!.....
๐Waan hin argamin wahii turte...
๐Ati guyyaa wahii bar!hin agartu,hin dhageettu, turte.
๐Ati gaaf wahii hin qabamtu/tuqamtu turte.
ูุงู ุงููู ุชุนุงูู....
โ ุงููุง ูุฐูุฑ ุงูุฅูุณุงู ุฃูุง ุฎูููุงู ู ู ูุจู ููู ูู ุดูุฃ.
๐Ati bar!...garaa haadha keetii keessa turtee...waan si ajaa'ibu haati si baattu sunillee ka si hin agarre.
๐#Rabbiin_immoo....Rizqii isii siif erga,si nyaachisee si obaasa,si jabeessa.
๐Bakkuma dhiphaa sanitti akka ati sosochootu si taasia.
๐Aaaaaaaah.....!?
Yaa allaah maltu ni'amaa rabbii kanaa akkanatti guddise....
๐Rabbiin tola meeqaa sitti oole osoo ati isa hin kadhatin....
๐Tolli rabbii hedduudha ....warri isa shakkaru...#muraasa๐ข
โ ููููู ู ู ุนุจุงุฏู ุงูุดููุฑ
Sha๐re....

"แแตแถแฝ แฃแแปแธแแ แ แแ
แญ แแญแแฐแ
แฑ แจแแ แจแแตแแต แแแแแฝ แแแฐแ แแตแต แฅแแฒแซแแฃ แแ แแช แฅแแฐแแธแแ" แขแแ แฐแแแฉ
แ แแฃแฉ แแ แแ แญ แฅแแ แญแแตแ แแ แญ๐ฅฒ
แจแ แญแ แฅแแแฝ แฅแแณแแต แจแแแ แ แแญ แแตแแฑ แฐแจแแแแ
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
แ แแฃแฉ แแ แแ แญ แฅแแ แญแแตแ แแ แญ๐ฅฒ
แจแ แญแ แฅแแแฝ แฅแแณแแต แจแแแ แ แแญ แแตแแฑ แฐแจแแแแ
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
๐Yaa sayyidii! Karaan deemaa jirru dheeraadha. Galaan harkaa qabnuus xiqqoodha. Hiriyyaa gaaarii imala xumuruu fii nagayaan bakka yaadde gahuu irratti si gargaartu taasifadhu. Irraa caaltuun hiriyyaa ati godhattu hiriyyaa deemsa gara firdoowsii irratti si kakaastuu fii si gargaartuudha..๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูฐู ุงูุฑุญูู
โจ
Ajab!.....
๐Ni uffatti qullaa deemti!
๐ Akkamumaan wajjiinuu akkana jetti.......
โ "Iimaanni qalbii keessa jira"โ๏ธ
โฃYaa uktii.....
๐ฉท Osoo qalbiin toltee akka hojiin kee tolu beeytaa?!
โค๏ธAkka Qaamni kee satrii uffatu beeytaa?!
๐งกAkka keessaa fi duubni kee tolu beytaa.?!
๐Keessaa duubni kee tollaan manni kee akka tolu beytaa?!
๐manni Kee tollaan....hawaasni akka tolu beytaa?!...
๐ฉตHawaasni kee tollaan...#Biyyi kee akka tolu beytaa?!!.....
๐Alli kee keessi kee,manni kee,hawaasni kee ,biyyyi kee........tollaan....
๐Wal qabattanii jannata Akka seentan beeytaa?!
๐Gurri iimaanni qoma keessa jiraatu si dhagahe.....โผ๏ธAkkamitti Yoo ati tolte wantoonni kuni toluu ulamaa'arraa dhagahuu dhabeโ.....
โค๏ธโ๐ฉนHin sobamin...!!!
โค๏ธโ๐ฉนEe hin sobamin....jireenyi biyya addunyaa waa xiqqoodha galaa gaggaariin kuraafyi/qohoaa'i.
๐ฉถJireenyi biyya kanaa waa gabaabduudha..ofiifis baddee ummta hin balleessin.
๐คshareโ๏ธ

#Haala_gaarii
โMallattoo guutamiinsa namoomaa, keessaa tokko haala gaarii qabaatuu dha,
โErgamaan rabbii ๏ทบ Abu hureeyraa akkana jechuun dhaamaniif:-
ููุงู ๏ทบ: { ูุง ุฃุจุง ูุฑูุฑุฉ! ุนููู ุจุญุณู ุงูุฎูู }
โHaalli gaarii qabaatuun sirratti haa jiraatu" Beyhaqituu gabaase
โErgamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan:- "Haala gaarii irra miizana irratti wanni ulfaatuu hin jiru"
#Mallattoo lee haala gaarii
๐Nama waa saalfatu tahuu,
๐Dhugaa dubbatuu kijiba irraa fagaatuu,
๐Fuula diriiruu bashaasha tahuu,
๐Toltuu namaaf yaaduu,
๐Hamtuu namarraa qabatuu,
๐Dallansuu liqimsuu,
๐Obsa qabaatuu,

โWaa sadi qalbiif tasgabbiidha..
Salaata
Qur'aana
Zikrii...๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Salaata
Qur'aana
Zikrii...๐
Share
๐
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
โErgaalee diinal islaam gaggabaaboo
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐
โDarsiilee gara garaa
โWolaloo
โSeenaa sahaabota
โDhaamsa woliigalaa
โGaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan๐