Telegram Web
โœQalbiin akkuma qaamni dhukkubsatutti dhukkubsatti fayyuu fii qorichi isii towbaadha. Ammaas akkuma sibiilli dandaa'utti dandooyti qulqullaa'uun isii zikriidhaani. Akkasumas akkuma qaamni gaafa uffanni irraa fuudhame qullaatti hafutti isiiniis qullaatti hafti. uffanni isii Sodaa rabbiiti.

๐Ÿ‚Gara Rabbii towbachuu,Zikriilee heddummeeyfachuu fii Rabbii kee sodaachuuf qaba hin qabin. Sekonduma keessa jiruurraa..๐Ÿ—

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ูฐู† ุงู„ุฑุญูŠู… โœจ
๐Ÿ‘‰Ani......Ee Ani
๐Ÿ‘‰Dhugamaan islaamummaan tun naan maltii?....
โœAni eennu waan ta'eef na filatee rahmaan,
๐Ÿ‘‰Inniin/isiin fuula qajeeltu bareedduun sun osoo ani eennu waan ta'eef filatame?
โœAjaban!!!!.......
๐Ÿ‘‰Galanni islaamummaa tanaa maali?

โœEENNU WAAN TAHEEF FILATAME??

๐ŸŒนAlhamdulillah Rabbil_Aalamiin
๐ŸŒธ#Alhamdulillah_Alaa_Ni'matil_islaam

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃแ‰ แŒฃแˆ แŒ แ‰ƒแˆš แˆตแˆˆแˆ†แŠ แˆจแŒ‹ แ‰ฅแˆ‹แ‰น แŠ แŠ•แ‰ฅแ‰กแ‰ต ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ

#แ‰ แ‰€แŠ• แ‹จแˆแ‰ตแ‰ แˆ‹แ‹ แˆแŒแ‰ฅ แแˆชแŒ…๐Ÿฅ™ แ‹แˆตแŒฅ แŠซแˆˆแˆ… แˆฐแ‹แŠแ‰ตแˆ…แŠ• แ‰ แŠ แŒแ‰ฃแ‰ก แˆšแˆธแแŠ•แˆแˆ… แˆแ‰ฅแˆต แŠซแˆˆแˆ… แ‹แŠ“แ‰ฅ แ‹จแˆ›แ‹ซแˆตแŒˆแ‰ฃ แŒฃแˆซแŠ“ แ‹จแˆแ‰ตแ‰ฐแŠ›แ‰ แ‰ต แ‰ฆแ‰ณ แŠซแˆˆแˆ… แŠจ75% แ‰ แˆ‹แ‹ญ แŠจแˆšแˆ†แŠ‘แ‰ต แ‹จแŠ แˆˆแˆ แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‰ แˆ€แ‰ฅแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแ‰ แˆแŒฅ แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…/ แˆฝ ?

#แ‹จแˆแˆˆแŠญแ‰ แ‰ต แˆŠแ‹ซแŠ•แ‰€แˆณแ‰…แˆตแˆ… แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‰ฝแˆแŠ“ แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ต แŠแŒˆแˆฎแ‰ฝแŠ• แˆแ‰ตแŒˆแ‹› แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‰ฝแˆแˆ… แ‹จแ‰ฐแ‹ˆแˆฐแŠ แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ๐Ÿ’ต แŠชแˆตแˆ… แ‹แˆตแŒฅ แŠซแˆˆ แŠจแŠ แˆˆแˆ›แ‰ฝแŠ• แˆ‹แ‹ญ แŠซแˆ‰แ‰ต 18% แ‰ณแˆ‹แˆ‹แ‰… แˆ€แ‰ฅแ‰ณแˆžแ‰ฝ แ‰ฐแˆญแ‰ณ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแˆ˜แ‹ฐแ‰ฅแˆต แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…/แˆฝ ?

#แ‹›แˆฌแŠ• แ‰ แŒคแŠ•แŠแ‰ต แŠจแ‹‹แˆแŠญ แ‰ แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แŠจแˆšแ‰†แŒ แˆฉ แ‹›แˆฌแŠ• แˆณแ‹ซแ‹ตแˆฉ แŠจแˆšแˆžแ‰ฑ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแ‰ แˆแŒฅแˆต
แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…/แˆฝ ?

#แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แŒตแˆแ แŠ แŠ•แ‰ฅแ‰ แˆ… แŠจแ‰ฐแˆจแ‹ณแˆ… 3 แ‰ขแˆŠแ‹ฎแŠ• แŠจแˆšแˆ†แŠ‘ ๐Ÿ‘ แˆ›แ‹จแ‰ตแŠ“ แˆ›แŠ•แ‰ แ‰ฅ แŠจแˆ›แ‹ญแ‰ฝแˆ‰ แ‹จแŠ แˆˆแˆ แˆ…แ‹แ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแˆปแˆแˆต แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…/แˆฝ ?

แŠ แˆแŠ• แˆตแˆˆแŒญแŠ•แ‰€แ‰ณแ‰ฝแŠ• แ‹ˆแ‹ญแˆ แˆตแˆ‹แŒฃแŠแ‹ แŠแŒˆแˆญ แˆˆแˆแŒฃแˆชแ‹ซแ‰ฝแŠ• แ‰ฐแ‰ƒแˆญแŠ– แˆแŠ“แˆฐแˆ›แ‰ แ‰ต แŒŠแ‹œ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆ  แ‹ญแˆแ‰แŠ•แˆต แˆŒแˆ‹ แŠจแˆบแˆ… แ‹จแˆšแ‰ แˆแŒก แŠ แˆ‹แˆ…แŠ• แˆแŠ“แˆ˜แˆฐแŒแŠ•แ‰ แ‰ต แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ถแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠ•แกแก

แ‰ณแ‹ฒแ‹ซ แˆ›แŠแ‹  โ€œแŠ แˆแˆƒแˆแ‹ฑแˆŠแˆ‹แˆ…โ€ แ‹จแˆšแˆ  ?
โ€œแŠ แˆแˆƒแˆแ‹ฑแˆŠแˆ‹แˆ…โ€ ๐Ÿ’–

Join and share
๐Ÿ‘‡
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
#ikwaanii.........

โœ Akeekkachiisa.๐Ÿšท
โœYeroo kamuu gaafa ajajuuf deemtu, akkasuma ajaja dalagatti hiikuuf deemtu.......
๐Ÿคš Dhaabbadhu jalqaba wanni ajajuuf ykn dalaguuf feemtu kun Rabbi ni jaalachiisa moo hin jaalachiisu jechuu laaali.
๐Ÿ‘‰Itti aansuun keessa keetti miira sodaa fi cinqamuu akkasuma namni akka si hin agarreef dhoysaan kan dalagaa jirtu yoo yaate.......kun #sharrii dha.
๐Ÿ‘‰ Yoonif hojii dalagdu san keessatti ragga'insii fi nama ifirraa eeguu dhabuun jiraate...... kun #kheehriidha jabaadhu.
โœŒ๏ธAnaa miti kan akkana jedhe....habiibii kiyyaa fi keetu saallaallahu Aleyhi wasellam jedhe.....
๐Ÿ‘‰โ€Gaaf tokko waabisaa sahaabaan jedhamu ergamaa rabbiitti saallaallahu Aleyhi wasellam dhufee isaanis ....kheyriirraa gaafatuu dhuftee jedhaniin dursanii.....
๐Ÿ‘ณ๐Ÿพwaabisaa...Ee.jedheen

๐Ÿ‘‡
โœโ˜… ุงู„ุจุฑ ู…ุงุงุทู…ุฆู†ุช ุงู„ูŠู‡ ุงู„ู†ูุณ ูˆุงุทู…ุฆู† ุงู„ูŠู‡ ุงู„ู‚ู„ุจ

โœโ˜…ูˆุงู„ุฅุซู… ู…ุง ุญุงูƒ ููŠ ู†ูุณูƒ .....

๐Ÿค—Yoo dhaamsa fakkaateef..

share๐Ÿ‘‡

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โœLubbuu tee,lubbuu maatii keetii fii lubbuu ilmaan keetii keessatti akkasumas lubbuu nama wajjiin teeysuu keessatti haalaa fii ulfina Towhiidaa guddisuu fii dhimmoota jireenyaa kee hunda Towhiidaan wal qabsiisuun SIIF DHAAMA..๐Ÿ—

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
โœIbaadallaah!.....
โœAddunyaan.tuni gaaddisuma.
๐Ÿ‘ŒEe gaaddisuma yeroo xiqqoof jala taa'anii gara imala ufiitti ka'an.
โœKufuu fi dabruun har'aa miti...
๐Ÿ‘ŒEe kufuu fi dabruunillee guyyaa ani qofti haa bahu jedhu sani uumaan marti.
โœMaal qopheeffatte guyyaa saniif.....
๐Ÿ‘ŒAmmuma if gaafadhu mee maal harkaa qabda.
โœMaali keyrii ati dalagatte tan rabbiin qofti sitti beeku.....
๐Ÿ‘ŒWaan boriif achi dabarfatte haa laaltu lubbuun kamuu!!!

๐Ÿ‚.....ูˆุงู„ุชู†ุธุฑู†ูุณ ู…ุง ู‚ุฏู…ุช ู„ุบุฏ ๐Ÿ˜”

Yoo dhaamsa siif tahe...
Share๐Ÿ‘‡

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†

โœ Beqqaa..........!?

๐Ÿ‚Yeroma maraa waan dhabde laaltee rabbitti harka ol hin kaasin........
๐Ÿ‚Yeroo tokko tokko kan siif kenname laalii galata/shukrii qofa galchuuf harka kee olfuudhi......OK!

@Attaqwa3
โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†
๐Ÿ‚Dhaamsa jalqaba ofiif.....
๐Ÿ‚Dantaa hin godhin.....๐Ÿ˜
๐Ÿ’ซGariin Namaa..... nama rabbi sodaatu,nama qulqulluu dha,nama fuula ifu, qajeelaadha...... jedhee si faarsa.!!
๐Ÿ’ซGariin namaa inni hamaadha,mujrima,haala fokkota,arrabni isaa gaarii hin Dubbatu jedhee si Arrabsa,xiqqeessa.
๐Ÿ’ซ#Garuu lamaan keessattuu kan of beeku #simaa_fi#sima.
๐Ÿ’ซIccitiin jidduu keeti fi jidduu rabbi keetii jiru kan ati qofti beektu yoo jiraate.......
๐ŸŒนHariiroo ati rabbii wajji qabdu maal fakkaata?!
๐Ÿ’ซ#Kanaaf......
๐ŸŒนwarri si faarsan akka si dagne!
๐ŸŒนWarri si arrabsan akka miidhaa sitti hin fakkaanne
๐Ÿ’ซwaan hojjattu kamuu jaalala rabbii keessa barbaaduuf hojjadhu.malee jaalala namaatiifi faaruu namaa hin eegin.! ๐Ÿ—

Yoo if siyaadachiise....du'aa'ii naaf godhi......akkasuma๐Ÿ‘‡share.๐Ÿ’

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐ŸŒฟDu'aa'iin fagaataa dhiheeysiti,hawwiilee argamsiisti,abjuu tee gurguddoo san gad dhiheeysiti. Hawwiilee teetii fii abjuu gara rabbii keetiitiin dhiheeyfattee mirkaneeffachuu hin lakkisin. Rabbiin kee waan hundarra sitti dhihaataadha..๐Ÿ—

๐Ÿ‚Yaa Rabbii kiyya!. ilmaan gaggariii naaf kenni๐Ÿคฒ

๏ดฟุฑูŽุจูู‘ ู‡ูŽุจ ู„ูŠ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุตู‘ุงู„ูุญูŠู†ูŽ๏ดพ [ุงู„ุตุงูุงุช: ูกู ู ]

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
โœRasuulli ๏ทบ ยซNamni tokko yeroo gara salaataa ka'e diliin isaa hundi fidamteeti gateetii isaa irra kaa'amti. Yeroo inni rukuu'aa fii sujuuda godhu hunda isarraa gad bubuuti.ยป jedhan..๐Ÿ—

โœ“ุงู„ุณู„ุณู„ุฉ ุงู„ุตุญูŠุญุฉ

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
๐Ÿฆ‹ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ูฐู† ุงู„ุฑุญูŠู… ๐Ÿฆ‹
๐ŸAti......!
๐Ÿ‚Ee Ati......?!.....
๐ŸWaan hin argamin wahii turte...
๐Ÿ‚Ati guyyaa wahii bar!hin agartu,hin dhageettu, turte.
๐ŸAti gaaf wahii hin qabamtu/tuqamtu turte.
ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰....
โ˜…ุงูˆู„ุง ูŠุฐูƒุฑ ุงู„ุฅู†ุณุงู† ุฃู†ุง ุฎู„ู‚ู†ุงู‡ ู…ู† ู‚ุจู„ ูˆู„ู… ูŠูƒ ุดูŠุฃ.
๐Ÿ‚Ati bar!...garaa haadha keetii keessa turtee...waan si ajaa'ibu haati si baattu sunillee ka si hin agarre.
๐Ÿ#Rabbiin_immoo....Rizqii isii siif erga,si nyaachisee si obaasa,si jabeessa.
๐ŸBakkuma dhiphaa sanitti akka ati sosochootu si taasia.
๐Ÿ‚Aaaaaaaah.....!?
Yaa allaah maltu ni'amaa rabbii kanaa akkanatti guddise....
๐ŸRabbiin tola meeqaa sitti oole osoo ati isa hin kadhatin....
๐Ÿ‚Tolli rabbii hedduudha ....warri isa shakkaru...#muraasa๐Ÿ˜ข
โ˜…ูˆู‚ู„ูŠู„ ู…ู† ุนุจุงุฏูŠ ุงู„ุดูƒูˆุฑ

Sha๐Ÿ‘‡re....

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
"แˆšแˆตแ‰ถแ‰ฝ แ‰ฃแˆŽแ‰ปแ‰ธแ‹แŠ• แˆˆ แˆแŒ…แˆญ แˆ›แ‹ญแ‰€แˆฐแ‰…แˆฑ แŠจแˆ†แŠ แ‹จแˆ˜แˆตแŒ‚แ‹ต แˆƒแˆˆแŠแ‹Žแ‰ฝ แˆแˆˆแ‰ฐแŠ› แˆšแˆตแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแŒˆแ‰ฃ แˆ™แˆ‰ แ‹ˆแŒช แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆธแแŠ‘" แŠขแˆ›แˆ™ แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉ
แ‰ แ‰€แŒฃแ‹ฉ แ‰€แŠ• แˆแŒ…แˆญ แŠฅแˆ„แŠ• แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ แŠแ‰ แˆญ๐Ÿฅฒ
แ‹จแŠ แ‹ญแŠ• แŠฅแˆ›แŠžแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‰แ‰ต แŠจแŒแˆแŠ  แ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆ˜แˆตแŒ‚แ‹ฑ แ‰ฐแŒจแŠ“แŠ•แ‰‹แˆ

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
๐Ÿ‚Yaa sayyidii! Karaan deemaa jirru dheeraadha. Galaan harkaa qabnuus xiqqoodha. Hiriyyaa gaaarii imala xumuruu fii nagayaan bakka yaadde gahuu irratti si gargaartu taasifadhu. Irraa caaltuun hiriyyaa ati godhattu hiriyyaa deemsa gara firdoowsii irratti si kakaastuu fii si gargaartuudha..๐Ÿ—

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ูฐู† ุงู„ุฑุญูŠู… โœจ
Ajab!.....
๐Ÿ‚Ni uffatti qullaa deemti!
๐Ÿ‚ Akkamumaan wajjiinuu akkana jetti.......
โ˜…"Iimaanni qalbii keessa jira"โ—๏ธ
โฃYaa uktii.....
๐Ÿฉท Osoo qalbiin toltee akka hojiin kee tolu beeytaa?!
โค๏ธAkka Qaamni kee satrii uffatu beeytaa?!
๐ŸงกAkka keessaa fi duubni kee tolu beytaa.?!
๐Ÿ’›Keessaa duubni kee tollaan manni kee akka tolu beytaa?!
๐Ÿ’šmanni Kee tollaan....hawaasni akka tolu beytaa?!...
๐ŸฉตHawaasni kee tollaan...#Biyyi kee akka tolu beytaa?!!.....
๐Ÿ’™Alli kee keessi kee,manni kee,hawaasni kee ,biyyyi kee........tollaan....
๐Ÿ’–Wal qabattanii jannata Akka seentan beeytaa?!
๐Ÿ’œGurri iimaanni qoma keessa jiraatu si dhagahe.....โ€ผ๏ธAkkamitti Yoo ati tolte wantoonni kuni toluu ulamaa'arraa dhagahuu dhabeโ”.....
โค๏ธโ€๐ŸฉนHin sobamin...!!!
โค๏ธโ€๐ŸฉนEe hin sobamin....jireenyi biyya addunyaa waa xiqqoodha galaa gaggaariin kuraafyi/qohoaa'i.
๐ŸฉถJireenyi biyya kanaa waa gabaabduudha..ofiifis baddee ummta hin balleessin.

๐ŸคŽshareโœ๏ธ

https://www.tgoop.com/Attaqwa3
#Haala_gaarii

โœMallattoo guutamiinsa namoomaa, keessaa tokko haala gaarii qabaatuu dha,

โœErgamaan rabbii ๏ทบ Abu hureeyraa akkana jechuun dhaamaniif:-
ูู‚ุงู„ ๏ทบ: { ูŠุง ุฃุจุง ู‡ุฑูŠุฑุฉ! ุนู„ูŠูƒ ุจุญุณู† ุงู„ุฎู„ู‚ }
โœHaalli gaarii qabaatuun sirratti haa jiraatu" Beyhaqituu gabaase

โœErgamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan:- "Haala gaarii irra miizana irratti wanni ulfaatuu hin jiru"

#Mallattoo lee haala gaarii

๐Ÿ‘‰Nama waa saalfatu tahuu,
๐Ÿ‘‰Dhugaa dubbatuu kijiba irraa fagaatuu,
๐Ÿ‘‰Fuula diriiruu bashaasha tahuu,
๐Ÿ‘‰Toltuu namaaf yaaduu,
๐Ÿ‘‰Hamtuu namarraa qabatuu,
๐Ÿ‘‰Dallansuu liqimsuu,
๐Ÿ‘‰Obsa qabaatuu,

Share
๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
2025/02/27 01:54:00
Back to Top
HTML Embed Code: