Gartuun mirga namoomaaf falmu Aminastii Intarnaashinaal mootummaan Itoophiyaa dhaabbilee siviilii hawaasaa sadii cufuu isaa balaaleeffate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Tvl2zbO

BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan dhaabbilee siviilii sadii cufuu isaa Aminastiin balaaleeffate
Gartuun mirga namoomaaf falmu Aminastii Intarnaashinaal mootummaan Itoophiyaa dhaabbilee siviilii hawaasaa sadii cufuu isaa balaaleeffate.
Lammiileen Kooriyaa Kaabaatii miliquun Kooriyaa Kibbaa jiran Yukireen deemun loltoota Piyoongyaang Raashiyaaa akka deeggaraniif ergite akka miliqaniif gargaaruf akka hayyamamuuf gaafataa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Pq9QJX
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Pq9QJX
BBC News Afaan Oromoo
Lammiileen Kooriyaa Kaabaa miliqan Yukireen waliin Raashiyaa loluu maaliif barbaadu?
Lammiileen Kooriyaa Kaabaatii miliquun Kooriyaa Kibbaa jiran Yukireen deemun loltoota Piyoongyaang Raashiyaaa akka deeggaraniif ergite akka miliqaniif gargaaruf akka hayyamamuuf gaafataa jiru.
Taamunaan barbaachashee bara 2016tti dha kan jalqabde. Haatishee guddiste erga lubbuun darbee booda yeroo mana qulqulleessitu waraqaa dhalootashee maqaa sirrii garummoo guyyaa dhalootaa dogoggoraa qabu aragite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/82BGvWi
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/82BGvWi
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin abbaafi haadha irraa dhalatte barbaadaa turte abbaanshee hiriyyaashee Feesbuukii tahee argame
Taamunaan barbaachashee bara 2016tti dha kan jalqabde. Haatishee guddiste erga lubbuun darbee booda yeroo mana qulqulleessitu waraqaa dhalootashee maqaa sirrii garummoo guyyaa dhalootaa dogoggoraa qabu aragite.
Fooyya’insi labsii miidiyaalee irratti taasifameefi uggurri dhaabbilee sivilii irra kaa’ame,dirree dimokiraasifi sivilii duraanuu rakkisaa ture caalmatti kan hammeessu ta’uu dubbatu ogeeyyin seeraa BBCn dubbise.Mootummaan MM Abiy waggoota jahaan darban keessatti fooyya’iinsi seeraa dhaabbilee sivilii, miidiyaaleefi dhaabbilee dimokiraasii irratti taasise wantoota ittiin leellifamaa ture keessaa tokkoodha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/w5FCzJM
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/w5FCzJM
BBC News Afaan Oromoo
Fooyya’insiwwan seeraa mootummaan taasisaa jiruufi yaaddoo inni uume
Fooyya’insi labsii miidiyaalee irratti taasifameefi uggurri dhaabbilee sivilii irra kaa’ame,dirree dimokiraasifi sivilii duraanuu rakkisaa ture caalmatti kan hammeessu ta’uu dubbatu ogeeyyin seeraa BBCn dubbise. Mootummaan MM Abiy waggoota jahaan darban keessatti…
Waraana Israa'elfi Hezbollaa: Dhukaasa dhaabuun booda loltootni Israa'el uggura laaffisaa jiru, magaalotnis gara sochii idileetti daab'uutti jiru
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MVrb4jX
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MVrb4jX
BBC News Afaan Oromoo
Dhukaasa dhaabuun booda loltoonni Israa'el Libaanos keessaa bahaa jiruu?
Waraana Israa'elfi Hezbollaa: Dhukaasa dhaabuun booda loltootni Israa'el uggura laaffisaa jiru, magaalotnis gara sochii idileetti daab'uutti jiru
Leenjisaa haaraa Maanchester Yunaayitid dhiyeenya kana Ispoorting irraa fidate Ruuben Amorim garee kana waliin mo’icha jalqabaasaa dhamdhamateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lr5W1gR
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lr5W1gR
BBC News Afaan Oromoo
Amorim Man Untd waliin mo’achuutti gammade, Saanchoon Chelsiif murteessaa ta’aa dhufe
Leenjisaa haaraa Maanchester Yunaayitid dhiyeenya kana Ispoorting irraa fidate Ruuben Amorim garee kana waliin mo’icha jalqabaasaa dhamdhamateera.
Hindiitti dorsiisni boombii sobaa haala ajaa'ibsiisaan dabaluu hordofee daandiin qilleensaa tajaajilli balallii bal'inaan akka addaan citu taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/94tHoOq
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/94tHoOq
BBC News Afaan Oromoo
Daandiin qilleensaa Indiyaa doorsisa boombii sobaan miidhamaa jira
Hindiitti dorsiisni boombii sobaa haala ajaa'ibsiisaan dabaluu hordofee daandiin qilleensaa tajaajilli balallii bal'inaan akka addaan citu taasiseera.
Filannoo waliin walqabsiisee mootummaa Federaalaa waliin atakaaroo keessa kan galte hanga tokko akka walabaati kan of ilaaltu naannoo Jubaalaand hariiroo mootummaa Federaalaa waliin qabdus ta’e tumsa taasistu addaan kutuu beeksifteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nhixpY9
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nhixpY9
BBC News Afaan Oromoo
Jubaalaand hariiroon mootummaa Federaalaa Somaaliyaa waliin qabu addaan kuteera jette
Filannoo waliin walqabsiisee mootummaa Federaalaa waliin atakaaroo keessa kan galteefi hanga tokko akka walabaati kan of ilaaltu, naannoo Jubaalaand hariiroo mootummaa Federaalaa waliin qabdus ta’e tumsa taasistu addaan kutuu beeksifteetti.
Maqaansaa Piroppogaandist Maaksiim Shugaaleey jedhama. Yoo rasaasaa fi dhohiinsa jalaa miliqu, akkasumas icciitii biyyaa yoo eeguu mul'ata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uJOXwWH
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uJOXwWH
BBC News Afaan Oromoo
Afriikaatti dursaan olola Raashiyaa maaliif to'atame?
Maqaansaa Piroppogaandist Maaksiim Shugaaleey jedhama. Yoo rasaasaa fi dhohiinsa jalaa miliqu, akkasumas icciitii biyyaa yoo eeguu mul'ata.
Walitti aansuun kann moa’a ajiru Maanchester Siitiin Liigicha dursaa kann jiru gara dirree Liiverpuul deemee taphata. Maanchster Siitiin tapha Shaampiyoons Liigii Awurooppaarratti 3 fi 0n dursaa oolee daqiiqaa 75 booda sadii itti galuun walqixa bahuun isa gubaa jira jedha xiinxalaan kubbaa miilaa Kiriis Saatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zldrE35
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zldrE35
BBC News Afaan Oromoo
Liiverpuul v Maanchester Siitii dabalatee tilmaama taphoota Piriimer Liigii torban kanaa
Walitti aansuun kann moa’a ajiru Maanchester Siitiin Liigicha dursaa kann jiru gara dirree Liiverpuul deemee taphata. Maanchster Siitiin tapha Shaampiyoons Liigii Awurooppaarratti 3 fi 0n dursaa oolee daqiiqaa 75 booda sadii itti galuun walqixa bahuun isa…
Hidhattooti WBO kan mootummaan 'Shanee' jedhu himannaa mootummaa waakkataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FNZfdoO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FNZfdoO
BBC News Afaan Oromoo
'Akka barbaanne akka hin tarkaanfanne madaa mogolee kan nutti ta'e Shaneedha' - Obbo Shimallis Abdiisaa
Naannoo Oromiyaa keessatti hidhattoonni Faannoo akka humna godhataniifi dararaa uummatarraan gahaniif haala kan mijeessu hidhattoota WBO'dha jedhan Pirezidaantin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
Awustiraaliyaatti hojjetaa wiirtuu kunuunsa daa’immanii kan tureefi daa’immanni gudeeduun nama hamaa jedhamuun maqaan kan mogga’eef namni kun ijoollee durbaa 70tti siqan gudeeduufi miidhaa saalaa irratti raawwachuun hidhaa umurii guutuun adbame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6adqAK8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6adqAK8
BBC News Afaan Oromoo
Hojjetaan kunuunsa daa’immanii shamarran 60 ol gudeede hidha umurii guutuu adabame
Awustiraaliyaatti hojjetaa wiirtuu kunuunsa daa’immanii kan tureefi daa’immanni gudeeduun nama hamaa jedhamuun maqaan kan mogga’eef namni kun ijoollee durbaa 70tti siqan gudeeduufi miidhaa saalaa irratti raawwachuun hidhaa umurii guutuun adbame.
Walitti aansuun kann moa’a ajiru Maanchester Siitiin Liigicha dursaa kann jiru gara dirree Liiverpuul deemee taphata. Maanchster Siitiin tapha Shaampiyoons Liigii Awurooppaarratti 3 fi 0n dursaa oolee daqiiqaa 75 booda sadii itti galuun walqixa bahuun isa gubaa jira jedha xiinxalaan kubbaa miilaa Kiriis Saatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zldrE35
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zldrE35
BBC News Afaan Oromoo
Liiverpuul v Maanchester Siitii dabalatee tilmaama taphoota Piriimer Liigii torban kanaa
Walitti aansuun kann moa’a ajiru Maanchester Siitiin Liigicha dursaa kann jiru gara dirree Liiverpuul deemee taphata. Maanchster Siitiin tapha Shaampiyoons Liigii Awurooppaarratti 3 fi 0n dursaa oolee daqiiqaa 75 booda sadii itti galuun walqixa bahuun isa…
Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shirkaatti hidhattoonni namoota sagal manaa fuudhanii lagatti ajjeesuu maatiifi jiraattonni BBC’tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/icvlYo4
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/icvlYo4
BBC News Afaan Oromoo
Arsi Lixaa Shirkaatti namoonni sagal akkamiin hidhattootaan ajjeefaman?
Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shirkaatti hidhattoonni namoota sagal manaa fuudhanii lagatti ajjeesuu maatiifi jiraattonni BBC’tti himan.
Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacileetti namoonni haadha ijoollee sadii mukatti hidhanii akka reebamtu murteessanii fi miidhaa irraan gahan hidhaan adabaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cNFSPjh
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cNFSPjh
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin Booranatti gabaa keessatti hidhamtee reebamte haqa akkamii argatte?
Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacileetti namoonni haadha ijoollee sadii mukatti hidhanii akka reebamtu murteessanii fi miidhaa irraan gahan hidhaan adabaman.
Ertiraanonni Itoophiyaa, keessumaa Fifnifnnee jiran hidhaan jumlaa irratti gaggeeffamaa jiraachuu Ertiraanonni Finfinnee jiraatan BBC Tigirinyaa dubbise ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cDPIYuR
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cDPIYuR
BBC News Afaan Oromoo
Ertiraanonni Itoophiyaa jiran hidhaafi rakkinni itti cimuu himatan
Ertiraanonni Itoophiyaa, keessumaa Fifnifnnee jiran hidhaan jumlaa irratti gaggeeffamaa jiraachuu Ertiraanonni Finfinnee jiraatan BBC Tigirinyaa dubbise ibsan.
Tiraamp baatii Amajjii keessa erga aangoo qabatanii booda omishaalee Meksikoo fi Kaanaadaarraa gara US seenan hunda irratti taarifa akka kaa’u erga beeksisaniin booda lamaan isaanii jalqaba torban kanaa bilbilaan dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pexvNj8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pexvNj8
BBC News Afaan Oromoo
MM Kaanaadaa dhimma taarifaa Tiraamp kaa’uuf doorsiserratti dubbisuuf manasaatti argame
Tiraamp baatii Amajjii keessa erga aangoo qabatanii booda omishaalee Meksikoo fi Kaanaadaarraa gara US seenan hunda irratti taarifa akka kaa’u erga beeksisaniin booda lamaan isaanii jalqaba torban kanaa bilbilaan dubbatan.
Falmii cimaa torban hedduu fudhateen booda Jimaata darbe miseensonni paarlaamaa UK seera ga’eessota dhukkubsatan kanneen ji’a jaha keessatti du’uu danda’an jedhamee eegaman jireenya isaanii akka addaan kutan gargaaru raggaasisaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WbK9IvU
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WbK9IvU
BBC News Afaan Oromoo
Seerri akka itti namni du'u gargaaruu Yunaaytid Kiingidam keessatti ragga’e
Falmii cimaa torban hedduu fudhateen booda Jimaata darbe miseensonni paarlaamaa UK seera ga’eessota dhukkubsatan kanneen ji’a jaha keessatti du’uu danda’an jedhamee eegaman jireenya isaanii akka addaan kutan gargaaru raggaasisaniiru.
Pirezidant Voloodmiir Zeleniskii kutaawwan bulchiinsaa to’annoo mootummaasaanii jala jiraniifi Raashiyaatiin hin qabamiin dhaabbata Waliigaltee Waraanaa Kaabaa (NATO) jala osoo galee waraanni xumuramuu akka danda’u himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qLAaupP
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qLAaupP
BBC News Afaan Oromoo
Kutaaleen Yukireen Raashiyaan hin qabatiin osoo NATO jala galanii waraanni ni xumurama -Zeleniskii
Pirezidant Voloodmiir Zeleniskii kutaawwan bulchiinsaa to’annoo mootummaasaanii jala jiraniifi Raashiyaatiin hin qabamiin dhaabbata Waliigaltee Waraanaa Kaabaa (NATO) jala osoo galee waraanni xumuramuu akka danda’u himan.
Gareen finciltoota Sooriyaa keessa jiran biyyattii keessatti magaalaa guddoo lamaffaarratti argamtu Aleeppoo keessa bakkawwan hedduu to’achuu isaanii garee mirgoota namoomaa Sooriyaa hordofu (SOHR) jedhamu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zmrOLY8
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zmrOLY8
BBC News Afaan Oromoo
Finciltoonni Sooriyaa Aleeppoo gartokkoon to’atan