Telegram Web
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hawaa keessatti yoo iyyite of hin dhageessu
@Beekumsawaliigalaa
Kiristiyaanoo Roonaaldoo maqaan guutuun isaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo dos Saantoos Aveeroo jedhama. Roonaaldoo immoo maqaa maatii osoo hin taane, maqaa giddu galeessaati. Atileetiin isaa kabaja pirezidaantii Ameerikaa fi taatoo duraanii Roonaald Reegan kan deeggaraan isaa abbaa Kiristiyaanoo ta'eef kenname.
@Beekumsawaliigalaa
Kooriyaan Kaabaa kirkira lafaa bara 2011 mudateen biyyattiin barbadaa’ee booda Doolaara kuma 500 Jaappaaniif arjoomte.
@Beekumsawaliigalaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Qorannoon dhiheenya kana godhame hedduun akka agarsiisanitti, lukkootni of toʼachuu, amala adda taʼee fi dandeettii loojikiidhaan sababeeffachuu akka qaban ibseera.
@Beekumsawaliigalaa
Bhutan🇧🇹 addunyaa kanarraa biyya rakkoo bishaanii,rakkoo nyaataa,faalama qilleensaa ykn faalama bishaanii mudatee hin beekne qofaadha. Dhugaa dubbachuuf addunyaa irratti biyya kaarboon negaatiivii ta'ee fi kaarboon daayi'oksaayidii qabatamaan oomishtu caalaa baay'ee xuuxxu qofaadha.
@Beekumsawaliigalaa
Hindii fi Biraazil keessatti konkolaattonni hedduun beenzila dhiisanii alkooliin hojjetu. Alkooliin kun shankoora fi hidoora(beet) irraa kan hojjetame yoo ta'u, boba'aa naannoodhaaf mijatudha.
@Beekumsawaliigalaa
Rikardiin yeroo dheeraaf hirriba dhabuu guyyoota 18, sa'aatii 21 fi daqiiqaa 40 dha. Abbaan galmee waa'ee hallucinations, paranoia, blurred vision, rakkoo dubbii, xiyyeeffannaa fi yaadachuu dubbateera.
@Beekumsawaliigalaa
Raammoo diriiraa mataa yoo murte mataan isaa deebi'ee guddachuu qofa osoo hin taane yaadannoowwan isaas ni deebi'a.
@Beekumsawaliigalaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Snapchat jalqaba Picaboo jedhama ture. Namoonni qullaa ofii isaanii namoota biroof akka erganiif gabaaf dhiyaate.
@Beekumsawaliigalaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Manneen hidhaa Nezerlaand sababa hanqina hidhamtootaatiin gara hoteelaatti jijjiiramaa jiru.
@Beekumsawaliigalaa
Jaappaan keessatti konkolaataa bitachuu yoo barbaadde jalqaba bakka itti dhaabdu akka qabdu mirkaneessuu qabda.
@Beekumsawaliigalaa
Jinjibilli antioxidants kan of keessaa qabu yoo ta’u, kunis dhiphinaafi miidhaa DNA qaama keessanii akka hin geessisne taasisa. Kompaawundootni kun qaamni keessan dhukkuboota yeroo dheeraa kan akka dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba onnee fi dhukkuboota sombaa ofirraa ittisuuf illee gargaaruu danda'u.
@Beekumsawaliigalaa
Karaan somba keessan fayyaa ta'e itti eegdan tokko? Bishaan baay’ee dhuguu. Somba keessan keessa dafqa haphiin tokko jira. Guyyaa keessatti bishaan gahaa yeroo argattan, fooliin kun qalla'ee kan turu yoo ta'u, kunis somba keessan hojii isaa akka gaariitti akka hojjetu gargaara.
@Beekumsawaliigalaa
2025/02/24 14:31:01
Back to Top
HTML Embed Code: