tgoop.com/Biqiltuuu/498
Create:
Last Update:
Last Update:
Dubbiin tanuma.
β Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadii buustee hin ilaaliin,
Namni ati gadbuufte laaltusun sicaalu danda'a waan ta'aef
β Cimaa ta'uu dandeessa!! garuu, yeroon si caalaa jabiina akka qabu beeki!!
.
β Mukti tokko, kibriitoota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a!
β Kibriitiin ijii tokko garuu, Muka kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi.
(Gochi badaan, hojiiwwan gaarii ni balleessa ykn ni barbadeessa!!).
kanaaf gaari namaaf yaadi gaari yaadun kee sumaafi waan ta'aef
β Waantii sirraa eegamu,
β Namoota kan ittiin kabajju, ilaalcha bareedaa fi gaarii qabachuudha.
Akkas taanaan eenyu wajjiinuu nagayaan jiraatta.
Ergaan itti fufa......
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
BY π₯π π Γπ ΓΓπ £ΓΓπ
Share with your friend now:
tgoop.com/Biqiltuuu/498