tgoop.com/Biqiltuuu/523
Last Update:
Eeynumma Keef jiraadhu.
Matummaan jireenyaatu inni jalqabaa tokko eenyumma keef jiraatudha.
Ati eenyumma keef jiraachuun jireenya badhaadhaa akka jiraattu kan sitaasisuudha.
Namoonni jijjiira mataa saanitiif abdii tahan martii saanitu eenyumma saanitiif kan jiraatanidha.
πNadhagahi mee ati nama itti gaafatama mataa isaa qabu tahuu kee hubadhu.
Kan nama ajaaibu namonni tokko tokko yaada mataa isaani keessa burqee hojiitti hiikuf kan nama saalfataniitu (qaanfataniitu ) jira maalif ta'a khun? Dogongoraas ta'e yaada sirriis yoo ta'e erga itti yaadde yaada san itti amantee hojiin argamsiisu qabda.
Sababni isaa ati nama eenyumma ofii beekudha.
Yaadni kee kan sirrii sitti fakkaate hojjatte san nama biraaf dogongora ta'u mala garuu ati eenyummaa keetti akka amante sammuu keetti himtee jirta jachuudha kanaaf nama eenyumma isa beekhudha jechu.
Addunyaan kun namoota eenyumma ofitti amananiif bakka qaba garuu namoota eenyummaa isaanitti hin amanneef jiraachun saanitu isaanif rakkoo ta'u danda'a.
Kanaaf jiruuf jireenya kee keessatti nama eenyumma isaa tiin boonu ta'i.
@Biqiltuuu
πEega obboloota keenya warroonni gaaffiifis ta'e yaada garaagara kan qabdan yoo jirattan karaa kanaan nuuf erguu dandeeysu @BarisaaBot
Isiniif deebisuufis qophiidha inshaa Allah
Dhumarratti sahibban keessaniif gareeratti forward godhuufi hin dagatinaa anuu isin biraan gahuu hin hifannee.
BY π₯π π Γπ ΓΓπ £ΓΓπ
Share with your friend now:
tgoop.com/Biqiltuuu/523