โจ Naamusa!
Jireenya keessatti namusa qabaachuun iddoo guddaa qaba akka aada oromoottis akkasuma amantii keeysatille bakka ballaa qaba.
Jireenya Keessatti Filannoo Lama qabda.
Filannoon Kunis Aarsaa Naamusni Gaafatu Kaffaluu ykn
Gaabbaa Jiraachu Kana Qofa.
Kaniin Siin Ja'u Namoonni Baayyeen Galma Isaani Maalif Akka Milkeeysudadhaban Of Gaafatte ?
Namoonni Baayyeen Maalif Waan Godhan Dhabanii , Jireenyi Bitaa Isaanitti Galee.
Namoonni Tokko Tokko Garuu Milkaainarrati Milkaaina Goonfata. Namoonni Kaan Ammoo Utuma Ifaajani Kufaatin Jiraatu Kun Maalif Ta'e Sitti Fakkaata?
Namni Kamiyyu Naamusa Malee Waan Barbaachisa Ta'e Tokko Argamsiisus ta'e gochuufillee Hindanda'amu.
Kanaaf ati akka nama dhuunfaatti naamusa kee eeggachuun barbaachisaadha.
Ergaan itti fufa.....
@Biqiltuuu @Biqiltuuu

Eeynumma Keef jiraadhu.
Matummaan jireenyaatu inni jalqabaa tokko eenyumma keef jiraatudha.
Ati eenyumma keef jiraachuun jireenya badhaadhaa akka jiraattu kan sitaasisuudha.
Namoonni jijjiira mataa saanitiif abdii tahan martii saanitu eenyumma saanitiif kan jiraatanidha.
๐Nadhagahi mee ati nama itti gaafatama mataa isaa qabu tahuu kee hubadhu.
Kan nama ajaaibu namonni tokko tokko yaada mataa isaani keessa burqee hojiitti hiikuf kan nama saalfataniitu (qaanfataniitu ) jira maalif ta'a khun? Dogongoraas ta'e yaada sirriis yoo ta'e erga itti yaadde yaada san itti amantee hojiin argamsiisu qabda.
Sababni isaa ati nama eenyumma ofii beekudha.
Yaadni kee kan sirrii sitti fakkaate hojjatte san nama biraaf dogongora ta'u mala garuu ati eenyummaa keetti akka amante sammuu keetti himtee jirta jachuudha kanaaf nama eenyumma isa beekhudha jechu.
Addunyaan kun namoota eenyumma ofitti amananiif bakka qaba garuu namoota eenyummaa isaanitti hin amanneef jiraachun saanitu isaanif rakkoo ta'u danda'a.
Kanaaf jiruuf jireenya kee keessatti nama eenyumma isaa tiin boonu ta'i.
@Biqiltuuu
๐Eega obboloota keenya warroonni gaaffiifis ta'e yaada garaagara kan qabdan yoo jirattan karaa kanaan nuuf erguu dandeeysu @BarisaaBot
Isiniif deebisuufis qophiidha inshaa Allah
Dhumarratti sahibban keessaniif gareeratti forward godhuufi hin dagatinaa anuu isin biraan gahuu hin hifannee.

๐ฅIrkataa hin ta'in ๐ฅ
Namoonni irkataa ta'n martii jireenya saani kanatti nigammadan jachuurra hin gammadaniitu dhiyaata.
Maalif ta'e ? nibeeyta yeroo baayye gammachuu isaa arkachuu caala kan nama sanii eega waan ta'ef.
Nama san irra adda yoo bahe waan jiraatu itti hin fakkaatu.
Maalif ta'a kun of dandahii jiraadhu ati abdii borii akka taate amanii.
Lafaa ka'i hidhadhu mudhiitee dinagdeenis ta'e sadarkaa barnootaatiinis bakka guddaa nama gahuu dnda'ahuudha.
Mee dhagahii gaaf tokko gurbaan tokko nabitti dhufee yaa ergamaa Allaha Mee waan yoo isii dalagee Rabbiin najaalatu tan namnilleen sababaa saniin najaalatu naaf himi yeroo ja'unitti maal ja'en seeta Rabbii khana numa khadhuu harka kee jala qabii Rabbiin sijaalata.
Ilma namaa ammoo isuma khadhatin fuula isaarra booni ja'en (isatti haajamuu hin guddisin ) namni ifiif sijaalata ja'en.
Kanaaf obboleeysa koo qaali atiis obboleeyti tiyya kabajamtuu jireenya keef ja'ii irkattummaa kana dheeysi hamma siif laaffiseetti.
@Biqiltuuu
๐Eega obboloota keenya warroonni gaaffiifis ta'e yaada garaagara kan qabdan yoo jirattan karaa kanaan nuuf erguu dandeeysu @BarisaaBot
Isiniif deebisuufis qophiidha inshaa Allah
Dhumarratti sahibban keessaniif gareeratti forward godhuufi hin dagatinaa wal haa fayyannu.

Kayyoo kee hin gatin hanga duniyaarra jirtu
Kayyoo koo hin gatu
Gaddaan facaasee- gammachuun hammachuu.
Har'a sakaalamee- boru tarkaanfachuu.
Kaayyootu na godhe- akka ani daangaa hin tarre.
Har'a qofaaf nyaachuu- garaankoo hin barre.
~~~~
Qorri diilallaa'ees- qaama koo na hubu.
Ciniinnadheen obsa- abidda na gubu.
Rakkadheera jedhee- harka koo hin laadhu.
Natii tole jedhees- kaayyoo koo hin dagadhuu.

๐ Zabana osoo hin ta'in namaatu zabana qaqqabataa bar namni galaanni fuudhe homacha qaqqabata hin ja'anii ormi keenya dubbiitu san tahee bar.
Akki ja'an Dhiirti Heeydi (dhiiga baati keeysa yeroo takka shamarranitti dhufu san hin qabduu ja'an heeydiin dhiira Khijiba ja'an.
Khijibuun hedduu nama dhiirarra fokkotti keeysattu yeroo ammaa tana namni hin khijibne akka waan hasawaa bareeda hin beeyne ykn akka waan hin qaroominitti laalama khijibuun garuu qaroomaa miti hubadhuu.
#Kanuma

Ammalli kee muka midhaan dhaluu wajjiin tokko haa ta'u.
Maalifin ja'a beeyta muka midhaan dhalu kana? Namni amna (karaa) deemu tokko yeroo dadhabe muka kana jalatti hara baafata,irraahis midhaan san kutatee nyaata itti gammada jechuu.
Namatti rakkoo hin ta'in bineensa namaa wajjiin galu kan namni haala kerra baqatu hin ta'in. Dhugaadha eee namni si aarsuu danda'a sababaan ta'u sababa malee ta'u ati garuu mukaan akka amma as olitti dubbadhe kana yoo taane ifiifis jireenya gaarille jiraanne namaa fillee fkn gaari taana.
#bro / sis tiyya/kiyya qaali na dhageeysa irra baayyeen nama lafa tanarra jiruu #eeybi namaa haasawutu itti tola beeki. Keeysattu naamusa obboleeysa /obboleeyti isaa cabsuutu isa gammachiisa anaaf ati garuu kanaan adda tahuu qabna eeybi namaa haasa'u caala teenya yoo haasoynee sirreeyfanne irra gaari miti mee ?
ee irra gaari kanaaf namni akka amala badaan sidubbatuuf carraa hin laatiniif.
Akkana yoo taane malee jarraa 21ffaa kana keeysa dabruun rakkiisa tahuu deema.
#Ergaan itti fufa ...........
Ergaa kana sahibban kee biraan yoo geeyse bareedaadha.

Namaaf gatii kenni.
Beekaas haa ta'u yoo tahees wallaala,gurrachaas haa ta'u yoo fedhees diimaadha.
Waan wallaaleef isa hin tuffatin, yoo dandeeyse miira saa eeyde akka baratu isa taasisu. Yoo dadhabde garuu tuffachuu baattee namummaa isaa yoo kabajjeef atilleen nama jireenya keessatti muxannoon hawasumma wajjiin jiraachudha nama galteef jechuudha.
#Arra irra hedduun keenya akki itti waliif galuu dadhabne duydaaf garaa nu godhee gatii namaaf kannuu dhabuu keenya.
Atummaan kabajamaa tahuu, atummaan beeka tahuu, atummaan nama coollee tahu kana jalatta mii? If qofaan osoo hin ta'in obboleyyan keetinis jaaladhu namuutu akka ati nama biratti kabajamuu jaalattu isaanilleen jaalatan waan ta'ef isaanin xiqqeeysite ifii ol ifhin qaqqabin.
Jireenya hawaasumma keeysatti yoo xiqqaate 50% ol bakka waliif kannuudha namaa wajjiin jirachuuf. Irra hedduun nama akkataan itti khophaa hafe ganda keeysa mataa isaa kana nama kaanirraa adda godhee waan if laale qofaafi kan namni isa baqate nutiis akka akkas hin taane hadara xiqqaatulle namaaf gatii haa kanni nuu jechuun dhaamsa kooti
#Ergaan itti fufa.........
โgara ergaa ykn yaada nu biraan gahuuf @BarisaaaBot

๐ค,,,,,Akkasi laaltee,,,,,,?
#Umrii amma jirtu tanaa gad gaafa turte hiriyyaa tokko qabda turte gaafa hiriyyaa sanii wajjiin jiraattu zalaalam waan addaan baatu hin seene,garuu ammaan tana addaan baataniiti jirtan. Gaafa san Hiccitii namni tokko hin beeyne tan namni biraa akka si duraa dhagahu hin feene takka isatti himatttee turte. Inniniis hiriyyaa biraa ammaan tana hiriyyoomfateeti jira yeroo waan sii wajjiin dabarse hiriyyaa isaa kha ammaa khanatti himu tarii Hiccitii ati gaafa san itti himte inniniis "nama tokkotti hin himin" ja'eeti hiriyyaa isaa kha ammaa kanatti himuu mala. #Ati ammaas umrii amma jirtu kanatti hiriyyaa biraati qabda kha ka duraa san hin tahin. Hiriyyaa amma wajjiin jiraachaa jirtu kanattiis Hiccitii addaa takka himuu malta ykn ganaa himuufii teeysa. #Ammaas yeroo sadarkaa kanarraa sadarkaa biraa takkatti jijjiiramte hiriyyaa haariyaaan wal qunnamuuf teeysa sanittiis hiccituma addaa takka isattiis himuuf teeysa. #Hiriyyaa yeroon walitti isin fidde cufatti Hiccitii jabduu silaa sirraa bahuu hin qabne baasaa baasaa yoo deemte gaafa takka Hiccitiin ati nama biratti dhalchaa dhalchaa deemtu tun deebiteetuma si sheeneeysuuf teeysi...!
#Na amantuus na amanuu baattuus iddoon yoo hiccitii tee itti qabatte itti hin sheenooyne garaa keetiifii garaa kee qofa. ๐คYaadimee Hiccitii meeqa ilaa arraa namatti himteeti meeqa ilaa arraa siif dhokheeyfamtee taa'utti jirti? meeqaatuu bahee si sheeneeysehoo? meeqatu bahuuf ta'a jatteeti shakkiin mataa if nyaachu jirtahoo?๐ค
#Waan ifiifuu oobsitee qabachuu dadhabdee namatti himte namni naaf qaba jattee ni yaadda yoo tahe kasaaraa keeysa jirta. #Nama tokkotti hin himin jatteeti nama akkaan jaalattuufii amantu tokkotti himta namni ati itti himte saniis "nam tokkotti hin himin naan ja'eeti nama tokkotti hin himin"ja'eeti nama akkaan jaalatuufi amanu tokkotti hima dubbiin akkasumatti wal qaqabachaa deemti.
#Waan yoo namni dhagahe itti hin gammanne ni jaalattaamii hiriyyaa akka feetetti jaalattu yoo qabaattees itti hin himin.
#Namni ammaa waa odeeysuu malee waa jabeeysuu ka beeku ni takkata !
๐Ergaan itti fufa...!

Namootaf gaarii hojjadhu gaarii wan hojjachuu qabdu qofaaf. namoota irra wan tokkollee hin egiin akka gaarii akkasii sif olaniif. gaariin ati hojjatte sif debi'uus ni danda'a sif debi'u dhabuus ni danda'a, garuu namoota irra gaarii egacha turte yoo isaan osoo sif hin oliin hafan ati gad antummaa sitti dhagahamuu danda'a kanaafu gaarii hojjadhu kan namni ati gaarii olteef akka gaarii sif olu irra hin egiinitti.
@Biqiltuuu
@Biqiltuuu
*akkaata warri gaggaarin itti du"an *
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
Imaamni guddaan ibnu rajab sharhii bukhaarii eega rawwate kitaaba janaazaa ja"u irra gahee booda du"e rabbiin rahmata isaaf haa godhu..!!
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
* Muhammad shanqiixin tafsiira isaa "adwaa"ul bayaan" ja"u kaayeeti oggaa ayaata kanarra gahe du"e...
: "ุฃููุฆู ุญุฒุจ ุงููู ุฃูุง ุฅู ุญุฒุจ ุงููู ูู ุงูู ููุญูู"
"Warri qaali Rabbii godhu ummata rabbiiti,ummanni rabbi warra milkaahe dhagaha."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
โ * ibnu hajaril asqalaaniin ayaata akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e...
(ุณูุงู ู ูููุงู ู ู ุฑุจ ุฑุญูู ) .*
"Nagayni haa jiraatu Rabbii namaaf gara laafaa tahe sanirraa."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
Ibnu teeymjyaan ayaata qur"ana ka akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e..
(ุฅู ุงูู ุชููู ูู ุฌูุงุช ูููุฑ ูู ู ูุนุฏ ุตุฏู ุนูุฏ ู ููู ู ูุชุฏุฑ).*
"Warri rabbi sodaatu jannataa fi laggeen kessatti jiran,boota kabajamtu,mootii waa hundaa dandaha tahe biratti tahan."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
*imaam haafiz abuu zar"an osoo hadiisa baaba akkana ja"u qaraasisutti jiruuti du"e...
"ู ู ูุงู ุฃุฎุฑ ููุงู ู ู ู ุงูุฏููุง ูุง ุฅูู ุฅูุง ุงููู ุฏุฎู ุงูุฌูุฉ "
" namni duniyaa tanarraa jechi saa ka dhumaa laa ilaaha illa illaaha tahe jannata seene."
โขโโโโขโขโฆโฟโฆโขโขโโโโข
*sheek Muhammad muktaar shanqiixin masjiida rasuula kessatti oggaa hadiisa baaba kana gahe kan qaraasisutti jiru gahe du"e...
"ุจุงุจ ูุถู ุงูู ูุช ูุงูุฏูู ูู ุงูู ุฏููุฉ"
"Caalmaya biyya madiina kessatti du"u fi awwaalamuun qabdu "
โ *ุฃุณุฃู ุงููู ุฌู ูุนูุง ุฃู ูููููุง ุฌู ูุนุง ุฅูู ุตุงูุญ ุงูุนู ู ูุฃู ูุฑุฒููุง ุญูุณู ุงูุฎุงุชู ุฉ.

#imaam abaa haniifaan ollaa tokko qaba kan farshoo dhuguu akasuma badii dalagu...
Abu haniifaan isaaf dhaamsa hedduu dhaameef hanga hifate isa dhiisutti heddummina dhaamsarraa...
#guyyaa tokko jaartiin gurbaa farshoo dhuguu sanii hulaa dhadhawteeti..abuu haniifaaan jaarsi kiyya du"eti koottu irratti salaati jatteen..!!
Abu haniifaan irratti salaatu dide..gurbaan kun nama dachii diliidhaan balleyse ja"e yaadee..
#guyyaa tokko galgala manaaman gurbaan farshoo dhugu kun ooyruu jannata kesaa deemaati abu haniifaatti dhufe ka akkana afaaniin ja"u..
Abuu haniifaadhan rabbiif galanni haa galu ka jannata harka keetitti hin godhin ja"an
Isaa jachutti jiru abu haniifaan manaaman arke..!!
#abu haniifaan yeroo hirribarra dammaqe gara jaartii isaa deemeeti haala isarraa gaafate.
Inni akkuma ati beeytu sanii garuu guyyaa jimmata cufa yataamaa gandaa walitti qabeeti nyaachisee.. mataa isaanii gubbaa haqee boohaa adeera kessan kanaaf akka rabbiin araaramuuf kadhadhaa ja"an..kadha isaaniitin rabbiin araaramuufi hin dhabu jatteen...!!
Abu haniifaan sheenaa jabduu sheenawe.
*warra badii dalagu hin arrabsina niis hin tuffatina..bar nuti ka jiraanu sitraa rabbiin nu dhooysuuni..!!
Salaata keeti fi soomana keetin hin dagamin eenutu gama rabbititti achi dhihaata hin beeytu..!!

Jijjiiramaaf onnee horadhu!
Akka jijjiiramtu amani gargaarsa Rabbiitin.
Namoota garii wahee jijjiirama kana yoo itti kaaftu maaliga wanti ati odeeysa ooltu siin jachuu dandaha tahuus garu ati bakka bara kute jirtu barana namni itti si arkuu hin qabu.
#Hubadhu : Namaaf osoo hin ta'in jijjiiramni kun siifi garuu jijjiiramuu kee namni arkuun gam tokkoon nama kakaumsa dhabeef kakaumsa tahuu dandeeysa.
Xiyyeey fannaan kee of jijjiiru irratti haa ta'u yoos dubbii namaatti hin aartu.
#Yeroo jijjiiramaaf onnee kee qopheeysi siin ja'u kana kan dura qopheeysu ana akka ta'e hubadhu.
Jijjiirama ati guyyaa keessaa barbaaduf lafaa kaate kana keeysatti waahedduun si mudachuu dandaha fkn wanti ati itti kaate san akka ati yaaddu san faa tahuu dhabuu mala rakkoon garaagara si mudachuu dandaya ati kana hunda keessa dabartee guyyaa tokko tulluu guddaa ormii morma isaani cabsee olii ilaalu irratti bahuuf teeysa kun hundi garuu ifaaje mataa isaa qaba.
Ergaan itti fufa.....
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
#Sher

๐๐ต๐ช ๐๐ข๐ฎ๐ข ๐๐ฐ๐ฌ๐ฌ๐ฐ!
Eee nama tokko tahuus nama tokko kan kaayyoo qabu, galma qabu,murannoo qabudha.
Tokko tahuu koo shakkii hin qabu.
Kayyoo keettis tahe galma bira gahuu barbaadde hunda kan itti gahu suma qofaa fi suma qofa.
Addunyaan kun nama akka keeti akka hin qabne ni beeytaa ?
Ati akka nama tokkootti badhaasa kannamte qabda. Namni biraas sanuma kanaaf gammadaa jiraadhu.
Yerouma kamuu injifannoon tan warra kophaa saani qaphsaawaniiti.
Kophaa tattaafatuun namni sin haajamsiisu jechuu miti.
Namaallee osoo dhabdee kophaa tee tattaafachuu hin dhiisin.
#Dubbiin tanumagaa.

Komiin keenya isa ture !
akka isaaf mullateetti osoo hin ta'in akka naaf mullate maaf hin taane jechuu keeti.
Yeroo baayyee yannii yoo lafaa ka'u yaada lamaatu lafaa ka'a ilaalcha sirriiti fi kan dogongoraati.
inni jijjiirama keenyaafis ta'e jireenya keenyaaf faaydaa qabu garuu ilaalcha sirriiti.
namoonni sihubachuu qofa osoo hin taane atiis nama hubachuu dandahuun murteeysaadha.
akka siif mullate qofa ilaala oolu osoo hin ta'in isaafo maal akka mullate waliin laalun bareeda.
Keessattu jarrraan nuti jirru kun akka waan namni ilaalcha gaari qabu badeetti warroonni ija gaariin waa ilaalan xiqqaacha waan dhufan fakkaata.
Nama biraaf qaama biraa komatuu dhifnee nuti akka nama tokkootti ilaalchaf yaada gaari haa horannuun tiyya taati.

Jijjiiramni Qabsoodha
qabsooytu malee wanti jijjiiramu kamuu hin jiru. Irra hedduun namoota jijjiiramee warra aarsaa barbaachisu kafaleedha.atiis teeyse jijjiira hawwaa oolu kana keeysa bahii aarsaa barbaachisu kafalii bakka namaa,tarree namoota milkaawanii keeysa dhaabbadhu.talisummaan ykn dantadhabummaan tun si hinbaaftu.
Guyyaa tokko oljattee ifiin boona deemun kee hin hafu yoo jireenya danta dhabummaa keeysaa baate.
kanuma ergaan #kiyya @Biqiltuuu

Osoo beeyte namaan bareedda !
Aalamni arra jiru kun kan faayamee siif tolee miidhagee gaari ta'e sitti mullatu kun osoo namni jiraachuu baate akka arra sitti bareedu kanatti sitti hin bareedu ture.
Kan arra jibbiinsi lafa qabtee dhugaan bakkaa baqate kana dhiisi mee dhugaa dubbachuuf obboleeysa, obboleeyti tee malee bareedinni addunya kophaa isaatti sitti numa bareeda? eeee osoon beekun sigaafadhe bar waa sitti hin bareedu dhugaa keeti akkas taanaan maalif jibbaa,wal balaaleeyfachuu,wal tuffachuu lafa qabsiisna reee maaf jaalalaan,kabajaan,gammachuun hin jiraanne reee mee ati obboleysa,obboleeyti tee malee duniyaan tun nuuf hin bareedduti wal haa jabeeyfannuukha akkam jattan akkastu gariidhaa mii?

Abdii hin murin guyyaan isa keeysa gammaddu,kan firii tee itti murattu fagoo mitii beeki dhihoodhaa.garii namaatti fagoo tahee itti mullachuu dandaha gurra hin kanniniif hanga yoom akkanatti barnootaan,hojiidhaan if rakkisaa ooltallee haa ja'u ati maaf akka kiyyaa kanatti hin boqonnellee siin haa ja'u waan irra jirturraa ifduuba hin laalin injifannoon teetii fi ta namoota qabsawanii qofa waan taateef
Tarii kallattiin kee isa ati yaadde san tahuu dhabuu dandaha hin sodaatini ittuma deem.
Carraan jireenya waan baayyee nama muda taatee saniiniis hamileenkee bu'uu mala.Maalitti beeyta ati karaa ati hin beeyneen yoo hireetee si tolche Rabbiin
An carraan kanaan dura mudadhee turerraa baayyee hamileen koos na cabee jira hammaan hiriyoota koo kan wajjiin barachaa turreettille gad bahuu sodaadhu takka gaheen ture garuu guyyuma tokkolle harka hin kannine
garuu jireenya jiraannu kana keeysatti namni Rabbiin qabu waan dhabe waa hin qabu pls Jiruun gaari taate tan ati Rabbii keeti wajjiin jiraatteedha qashtii

https://youtu.be/OT1QLieKViA
Barattoonni fresh man course fudhattan Afaan keeysaniin video kana irra salphatti hubachu akka dandeeysaniif isiniif qopha'e jira kanaaf namuu gara chanala kanaa dhufuudhaan join godhaa video Lee barnoota as jalaa argatuu dandeeysu galatooma. Sher godha wal haa qarqaarruu nuutu kan waliiti waan ta'ef.

YouTube
Murti Guto Academy Coming soon with Highschool Subjects and Freshman Courses
Murti Guto Academy
jijjiirama gudaaf kan Onnate
jijjiirama gudaaf kan Onnate
https://www.tgoop.com/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId410228992
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
๐ธ 2k Coins as a first-time gift
๐ฅ 25k Coins if you have Telegram Premium

Telegram
Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!