DRMOHAMMEDIBRAHIM Telegram 1491
Aksumitti daa'imman lakkuun mataan isaanii walitti maxxane dhalatan

AMN Bitootessa 24, 2016

Hospitaala Konpirehensiivii Ispeeshaalaayizidii Yuunivarsitii Aksumitti haati tokko daa'imman dubaraa lama kan gubbeen isaanii walitti maxxane ofkalte.

Haati kun dhaabbata fayyaa naannoo isheetti hordoffii dahumsa duraa taasisaa turtus qorannoo altiraasaawondii waan hin arganneef rakkoo kana dursa baruu hin dandeenye jedhameera.

Yeroo ammaa haatis daa'immanis nagaa akka jiran Hospitaalichi ibseera.

Addunyaa irratti taateen akkasii ulfa kuma 189 keessa tokko irratti mudachuu akka danda'u saayinsiin yoo himu, kanneen hedduun garaa haadhaa keessatti yoo du'anu, warra dhalatan keessaa walakkaa ol ammoo sa'aatii 24 turuu hin danda'an jedha.

tgoop.com/DrmohammedIbrahim/1491
Create:
Last Update:

BY Dr mohammed Ibrahim

Share with your friend now:
tgoop.com/DrmohammedIbrahim/1491

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Some Telegram Channels content management tips Clear There have been several contributions to the group with members posting voice notes of screaming, yelling, groaning, and wailing in different rhythms and pitches. Calling out the “degenerate” community or the crypto obsessives that engage in high-risk trading, Co-founder of NFT renting protocol Rentable World emiliano.eth shared this group on his Twitter. He wrote: “hey degen, are you stressed? Just let it out all out. Voice only tg channel for screaming”. In 2018, Telegram’s audience reached 200 million people, with 500,000 new users joining the messenger every day. It was launched for iOS on 14 August 2013 and Android on 20 October 2013. Image: Telegram.
from us

Telegram Dr mohammed Ibrahim
FROM American