DRMOHAMMEDIBRAHIM Telegram 1502
#Odduu_Amee
"Taatee uumamaa Dinqisiisoo!!!
WKGWB Ebla 25/2016

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Sibuu Siree Hospitaala jalqabaa sireetti daa'imni mataa lama qabu dhalate.

Taateen kun Ebla 24/2016 waaree booda sa'atii 10 yeroo ta'utti haati mucaa kanaa riiferiidhaan hospitaalichatti ergamtee simatamtee baqaqsanii yaaluudhaan gargaaramuun daa'ima saalaan dhiira ta'e ulfaatinni Kg.4.2 ta'e mataa mormaa olitti kan wal caalu lama ta'e kan qabu dhalachuusaa hospitaalichatti ogeessi daa'immanii Dr.Tokkummaa Baay'isaa ibsaniiru.

Carraa daa'ima kanaa murteessuufis gara hospitaala olaanaatti erguuf akka murtaa'e kan ibsan Dr.Tokkummaan haati daa'ima kanaa haala gaarii irra akka jirtuufi daa'ima jalqabaaf deesse ta'uushee ibsanii taateen akkasii carraas haa ta'u rakkoo dubartoonni ulfaa hordoffii da'umsa duraa taasisuun barbaachisaa ta'uusaa gorsaniiru.

✓Gabaasa qindaa'eef Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Sibuu Siree.
Follow me on Diddimtu Star Teakwondo 🙏❤️

tgoop.com/DrmohammedIbrahim/1502
Create:
Last Update:

BY Dr mohammed Ibrahim

Share with your friend now:
tgoop.com/DrmohammedIbrahim/1502

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

bank east asia october 20 kowloon End-to-end encryption is an important feature in messaging, as it's the first step in protecting users from surveillance. Add the logo from your device. Adjust the visible area of your image. Congratulations! Now your Telegram channel has a face Click “Save”.! You can invite up to 200 people from your contacts to join your channel as the next step. Select the users you want to add and click “Invite.” You can skip this step altogether. Telegram Android app: Open the chats list, click the menu icon and select “New Channel.”
from us

Telegram Dr mohammed Ibrahim
FROM American