"لا تُجالِس امرأةً وحدَها، ولو كُنتَ تُدرّسُها القُرآن."
- عُمر بن الخطاب
" Dubartii waliin kophaa hin taa'in osoo qur'aanallee ka barsiistuun taatee "
-Umar Ibnul kaxxaab
@Fursaan_media

#Odeeffannoo
#Fursaan_media
Fox News Akka gabaasetti England keessatti maqaan Muhammad jedhu, maqoota hunda dursuun, sadarkaa 1ffaa irra jira.
Maqaan Muhammad jedhu maqaa Daa'imman reefuu dhalataniif hedduminaan moggaafamaa kan jiruu dha.
Guyyaa Jum'aa keessa Jirra Ergamaa rahmtaa irratti Salawaata heddummeessaa buusaa....
اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ

Ergamaan rabbii ﷺ :- " Ani rahmata ergameedha. " Jedhan
Salawaata Nabiyyi rahamataan nuuf ergame irratti heddummeessaa buusaa.
♥️ اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِك على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد،♥️

DEEBII Gaafii 10ffaa
Waajibaanni salaataa saddeettan Akka armaan gadiiti.
1. Takbiiraa ce’umsa (Takbiiratul intiqaal) jechuun:
Rukni salaataa tokko irraa gama biraatti yeroo cehan takbiiraa jedhamutuu dha...
2. "Sami’a Allaahu liman Hamidah" jechuu: yeroo rukuu'a irraa ka’anii ol dhaabbatan imaamaafii namni itti hidhatellee jechuu qaba.
3. "Rabbanaa walakal Hamdu" jechuu: Erga Sami’a Allahu liman Hamidah booda jedhama.
4. "Subhaana Rabbiyal ‘Aziim" jechuu: Rukuu keessatti yeroo tokko.
5. "Subhaana Rabbiyal A’alaa" jechuu: Sujuuda keessatti yeroo tokko.
6. "Rabbighfir Lii" jechuu: Jidduu sujdoota lamaatti yeroo tokko.
7. Tashahhuda jalqabaa: (Attahiyyaata jalqabaa jechuu ).
8. Tashahhuda jalqabaa taa’uu: Yeroo tashahhuda/Attahiyyaata jalqabaa irratti taa'uu
#Hubachiisa: Namni tokko yoo waajiba tokko dhiise, maaliif akka dhiise hubachuun barbaachisaadha. Yoo yaada keessa galee (irraanfatee) balleesse sujuuda sahwii yoo godhee, salaanni isaa ni sirraa’a. Garuu yoo beekkaadhaan dhiise salaanni suni ni bada.
Sujudu sahwii haala lamaan dhufte Tokkoffaa:- Salaamata osoo hin baafanne sujudu sahwi godhuu,
Lammaffaa:- Salaamata booda sujudu sahwii godhuu.
Sujuud sahwiin gaafa kam salaamata dura godhama gaafa kam salaamata booda godhama ka jedhuuf kitaaba fiq'hii Sheik Ibnu baz barreessan (Sharhul Mumtaaz/شرح الممتاز) dubbisaa...
©️Fares Muhammed
@Fursaan_media
http://T.me/Fursaan_media
Waajibaanni salaataa saddeeti

Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.

#HUBACHIISA
Mata duree kana sirritti dubbisaa Nama naannoo keessan jirus gaafadha hubadhaa.
Salaanni Amrii akkaan yaachistu dha, namuu baratuun dirqama isaati...
Garaagarummaa Arkaana Salaataafi Waajibaata Salaataa.
1. Arkaana Salaataa
Arkaanni salaataa hojiiwwan bu’uurri salaataa irratti ijaaramuu dha.
Yoo arkaana keessa tokko dhabame/bade salaanni suni ni baddi haga Rukni salaata baddee san deebisutti malee.
Fakkeenya:-
Suuratul-Faatiha qara'uu dagatuu, Sujuuda dagatuu... fi kkf.
2. Waajibaata Salaataa
Wajibaata salaataa jechuun hojiiwwan salaata guutuuf hojjatamuu dha.
Waajibaata keessa tokko yoo dhabame salaanni hin diigamu, garuu sujuud sahwii gochuudhaan sirreeffama, yoo beekkaa hin dhiisin
Fakkeenya:
Takbiiraa intiqaala, Tashahhuda jalqabaa.kkf
Barreeffama gabaabaa as irratti isiniif barreessu kana qofaan namni hagam hubata jechuun gaaffii dha.
Nama naannoo keessan jiru gaafadhaa, Kitaabbiini garagaraatis dubbisaa...

GAAFII 11ffaa
Mubxilaanni salaataa (wanti salaata balleessu) meeqa ??

Anonymous Quiz
20%
A) 10
16%
B) 12
31%
C) 7
33%
D) 8
Namni kun Ragiid Xaxrii jedhama, Payleettii jeettii lolaa balaliisu ture.
Bara 1982 magaalaa Suriyaa Hamaa akka dhawuuf ajajni itti kanname. “Lakkii ummata kiyya hin dhahu, biyya tiyya hin diigu” jedhee ajaja gubbaa itti kenname dide.
Sababa kana qofaaf waggaa 43 hidhamee hadhaa adda addaa dhamdhamee, Guyyaa kaleessaa hidhaa keessaa bilisa bahe.
Dargaggummaa qofaa miti, umrii isaa guutuu hidhaatti fixe, waan gabrummaan warra Asad ummata suuriyaa goote, waan abbaan irree hojjatu seenaan haa dubbattu.
Bara 1982 magaalaa Suriyaa Hamaa akka dhawuuf ajajni itti kanname. “Lakkii ummata kiyya hin dhahu, biyya tiyya hin diigu” jedhee ajaja gubbaa itti kenname dide.
Sababa kana qofaaf waggaa 43 hidhamee hadhaa adda addaa dhamdhamee, Guyyaa kaleessaa hidhaa keessaa bilisa bahe.
Dargaggummaa qofaa miti, umrii isaa guutuu hidhaatti fixe, waan gabrummaan warra Asad ummata suuriyaa goote, waan abbaan irree hojjatu seenaan haa dubbattu.
Fursaan Media
GAAFII 11ffaa
Mubxilaanni salaataa (wanti salaata balleessu) meeqa ??
Mubxilaanni salaataa (wanti salaata balleessu) meeqa ??
DEEBII Gaafii 11ffaa
Wantoota Salaata balleessan saddeet 8️⃣
Isaanis:-
1. Beekkaan haasahuu:
Namni osoo beeku salaata keessaa haasahe, salaanni isaa ni bada. Garuu namni wallaalaaf ykn dagatee haasahe salaanni isaa hin baddu.
2. Kolfuu:
Namni salaata keessa yoo kolfu, salaanni isaa ni bada.
3. Nyaachuu:
Salaata keessa nyaachuun salaata ni balleessa.
4. Dhuguu:
Salaata keessa dhuguun salaata ni balleessa.
5. Owraan saaqamuu:
Owraan saaqamuu Qaamni uffatamuu qabu yoo mul’ate salaanni ni bada.
6. Gara Qiblaa Irraa gara galuu:
Kallattii Qiblaa irraa gara galuun salaata ni balleessa.
7. Sochii Baay’ee ta’ee:
Sochii yeroo dheeraaf ykn akkaataa salaataa faalleessu baay’inaan gochuun salaata ni balleessa.
8. Xahaaraan diiggamuu
Xahaaraan diiggamuun Salaata ni cabsan fkn hafuurri Nama irraa bahuu,
#Hubachiisa
Mata dureewwaan kanniin irratti kitaabota gaari dubbisaa...
©️Fares Muhammed
@Fursaan_media
http://T.me/Fursaan_media
Wantoota Salaata balleessan saddeet 8️⃣
Isaanis:-
1. Beekkaan haasahuu:
Namni osoo beeku salaata keessaa haasahe, salaanni isaa ni bada. Garuu namni wallaalaaf ykn dagatee haasahe salaanni isaa hin baddu.
2. Kolfuu:
Namni salaata keessa yoo kolfu, salaanni isaa ni bada.
3. Nyaachuu:
Salaata keessa nyaachuun salaata ni balleessa.
4. Dhuguu:
Salaata keessa dhuguun salaata ni balleessa.
5. Owraan saaqamuu:
Owraan saaqamuu Qaamni uffatamuu qabu yoo mul’ate salaanni ni bada.
6. Gara Qiblaa Irraa gara galuu:
Kallattii Qiblaa irraa gara galuun salaata ni balleessa.
7. Sochii Baay’ee ta’ee:
Sochii yeroo dheeraaf ykn akkaataa salaataa faalleessu baay’inaan gochuun salaata ni balleessa.
8. Xahaaraan diiggamuu
Xahaaraan diiggamuun Salaata ni cabsan fkn hafuurri Nama irraa bahuu,
#Hubachiisa
Mata dureewwaan kanniin irratti kitaabota gaari dubbisaa...
©️Fares Muhammed
@Fursaan_media
http://T.me/Fursaan_media
Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.
Forwarded from Care Plus Medical Clinic
🌬Dhukkuba TB Sombaa🌬
Dhukkubni TB Sombaa maali?
Dhukkubni Sombaa (TB) infekshinii baakteeriyaa *Mycobacterium tuberculosis* jedhamu kan adda durummaan somba miidhudha. Innis haalaan hamaa kan taee fi yeroo namni dhukkuba kanaan qabame qufa'u ykn haxxiffatu qilleensa keessaatti babal'achuu kan danda'uudha. TBn yoo hin yaalamne mallattoolee sirna hargansuu cimaa fi rakkoolee cimaa fiduu danda’a.
#Mallattoolee dhukkuba TB
Mallattoowwan dhukkuba TB sombaa kanneen beekamoo ta’an:
⏩️Qufaa Yeroo Dheeraa: Qufaa itti fufiinsaan torban lamaa ol kan turu yoo ta’u, yeroo baay’ee dhiiga ykn Aakhee malaa kan qabu dha.
⏩️Dhukkubbii qomaa ykn waraansa qomaa: Mijachuu dhabuu ykn dhukkubbiin naannoo Qomaatti namati dhaga'amuu danda'a.
⏩️Ulfaatina qaamaa hir’isuu: Ulfaatina qaamaa haala hin ibsamneen baayyee hir’atuu ykn fedhii nyaataa hir’isuu.
⏩️Ho’a qaamaa: Ho’a qaamaa sadarkaa gadi aanaa taeefi innis yeroon darbaa deemuun hammachuu danda’u.
⏩️Dafqa Halkanii: Haljan Yeroo hirribaa garmalee dafquu.
#Qorannoo dhukkuba TB
Dhukkuba TB sombaa adda baasuun qorannoowwan hedduu of keessaa qaba:Isaan keessa muraasni
▶️Chest X-Ray/Raajii qomaa: Suuraa kaasuun somba keessatti wantoota hin baramne adda baasuu.
▶️Qormaata Sputum Smear Test/Aakhitaa qoratuu: Xiinxala Aakhitaa somba keessaa bayeen baakteeriyaa TB jiraachuu isaa adda baasuu.
▶️Qormaata Gogaa TB (Mantoux Test): Qormaata gogaa baakteeriyaa TBf saaxilamuun jiraachuu isaa adda baasuufi
▶️ Qorannoowwan akka Jiin Eksparti jedhamanin kan adda bahuu dha.
#Wal'aansa
Wal’aansi dhukkuba TB sombaa akka waliigalaatti:
Yaala Antibaayootikii: Koorsii antibaayootikii kanneen akka isoniazid, rifampin, ethambutol, fi pyrazinamide baakteeriyaa TB ajjeesuuf kan gargaaraniidha.
Yaala Kallattiin hordoffiin yaaluu (DOT): Ogeeyyiin eegumsa fayyaa dhibamaan qoricha fudhachuu isaanii akka ilaalan gochuun dhukkubsattoonni wal’aansaa isanii akka hordofan gochuu.
Wal’aansa Yeroo Dheeraa: Akkaataa idileetti baakteeriyaa guutummaatti dhabamsiisuu fi dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuuf qoricha wal irraa hin cinne ji’oota 6 hanga 9 barbaachisa.
#Ittisa
Tarkaanfiiwwan ittisaa kanneen akka:
➡️Talaallii: Talaallii BCG fudhachuun carraa dhukkuba TB hir’isuuf, keessumaa naannoo baayyee Saaxilamo ta'anitti.
➡️Dhiyeenyaan dhibamaa TB tiin Qunnamtii Ittisuu: Namoota infekshinii TB tif Saxilaman daangeessuu.
➡️Qulqullina Gaarii: Qulqullina sirna hargansuu gaarii shaakaluu, kan akka yeroo qufaan ykn haxxiffannu afaanii fi Funyaan haguuggachuu,Mask godhachuu.
➡️qorannoo fayyaa gochuu: Infekshiniin TB dhokataa gara dhukkuba sochii qabuutti osoo hin ce’iin dura adda baasuu fi yaaluu. namoota baayyee Saxilamoo ta'an TB yeroo yeroon sakatta’uu. fi
Ogeessa Fayyaa waliin marii gochuun barbaachisaadha.
🌬Qorannoo fi Yaala dhibee Keessootiif gara Kiliinika keenya KEER PILAASITTI koottaa.🌬
🔬CARE PLUS MED CLINIC🔬
🩺ኬር ፕላስ ሜዲካል ኪሊንክ🩺
BAALEE-ROOBEE NAANNO HAMZAA

⛔❌⛔❌⛔❌⛔
#Merry_Christmas jechuun dhoorgaa dha.
Ayyaana Hordoftoota amantii biroo kamuu wajjiin kabajuun, kennaa fi nyaata adda addaa geessuufiin akkasuma Baga Ittiin isiin gahe jechuun Nama Muslima tahe tokkoof hin hayyamamu dhoorgaa dha .
Rabbiin SW akkana jedha
[ ولا تعاونوا على الإثم والعدوان ]
( Hamtuu fii Ma'asiyaa irratti wal hin qarqaarinaa )
Rasuulli ﷺ (saw) akkana jedhan:
((ﻣَﻦْ ﺗَﺸَﺒَّﻪَ ﺑِﻘَﻮْﻡٍ ﻓَﻬُﻮَ ﻣِﻨْﻬُﻢْ ، ﻭَﻣَﻦْ ﺃَﺣَﺐَّ ﻗَﻮْﻣًﺎ ﺣُﺸِﺮَ ﻣَﻌَﻬُﻢْ))
''Namni tuuta takkatti (haala isaaniittu)fakkaate innuu isaanumarraayyi, Akkasuma namni tuuta takka jaalate (guyyaa qiyaamaa) jara wajjiin kaafama"
#Merry_Christmas jechuun dhoorgaa dha.
By✍🏻Fares Muhammed
@Fursaan_Media
T.me/Fursaan_Media
#Merry_Christmas jechuun dhoorgaa dha.
Ayyaana Hordoftoota amantii biroo kamuu wajjiin kabajuun, kennaa fi nyaata adda addaa geessuufiin akkasuma Baga Ittiin isiin gahe jechuun Nama Muslima tahe tokkoof hin hayyamamu dhoorgaa dha .
Rabbiin SW akkana jedha
[ ولا تعاونوا على الإثم والعدوان ]
( Hamtuu fii Ma'asiyaa irratti wal hin qarqaarinaa )
Rasuulli ﷺ (saw) akkana jedhan:
((ﻣَﻦْ ﺗَﺸَﺒَّﻪَ ﺑِﻘَﻮْﻡٍ ﻓَﻬُﻮَ ﻣِﻨْﻬُﻢْ ، ﻭَﻣَﻦْ ﺃَﺣَﺐَّ ﻗَﻮْﻣًﺎ ﺣُﺸِﺮَ ﻣَﻌَﻬُﻢْ))
''Namni tuuta takkatti (haala isaaniittu)fakkaate innuu isaanumarraayyi, Akkasuma namni tuuta takka jaalate (guyyaa qiyaamaa) jara wajjiin kaafama"
#Merry_Christmas jechuun dhoorgaa dha.
By✍🏻Fares Muhammed
@Fursaan_Media
T.me/Fursaan_Media
Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.
Muudannoo faransaayiin keessatti tahe.
Poolisii:- Dhiifama obboleessa, haadha manaa lama qabaatuu hin dandeettu, ati Faransaayiin jirta.
Abbaa manaa: akkasii miti tokko haadha manaa tiyya, tuun immoo jaalallee tiyya.
Poolisii:- Aah, Dhiifama naaf godhi Akkas hin seene, akkasitti ni dandahamaa deemi.
Adunyaa Haraama hayyamtee Halaala dhoorgitu...