Telegram Web
#Odeeffannoo
#Kaalifoorniyaa

Balaan ibiddaa Kaalifoorniyaa bakka Bonsaal jedhamutti akka haarawaaatti ka'uun himame

Kibbaa Kaalifoorniyaa ibidda bosonaa haaraa ka’e dhaamsuuf hojjattootaa balaa ibiddaa dhaamsan hedduu bobba'uun himame.

Haala balaa ibiddaa qilleensi gogogaafi bubbee cimaa of keessaa qabu balaa kana hameessuu danda'a jechuun ibsame


@Fursaan_media
#Fursaan_media
Hajjiin barana birrii kuma 625 seente jedhan kana ka godhe majlisaa osoo hin taane birrii biyya teennatuu gatii fixate, Hajjii Bara dabree Doolaarri 57 barana 129 sharafama.

Bara 2016 baasiin hajjii doolaara 5772 ture, bara kana 2017 doolaara 4921 waan waggaa dabree irra hir'atee Jira gama doolaaraatiin.

Wagga dhufu ammoo Miliyoona 1.2 taha jedhamee tilmaamama.

Kana hunda kan godhe Diinagdeen biyyattii kufuudhaani, Bara darbe GDPn Itoophiyaa Doolara biliyoona 207 exchange rate = 56
Bara kanammoo Doolara biliyoona 107 (⬇️) exchange rate =126

Kana jechuun GDP itoophiyaa Kan waggaa dabree irraa biiliyoona 100 gadi kufe Jira jechuu dha...

Rabbiin Rahamata nuuf haa godhuu malee maal jenna

@highlight

www.tgoop.com/Fursaan_media
قال النبي ﷺ: "أكثروا من الصلاة علي ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة عليّ"

وقال النبي ﷺ: "إن أولى الناس بي يوم القيامة أكثرهم عليّ صلاة"

Allaahuma salli wa sallim Alaa nabiyyanaa Muhammad
Forwarded from Fursaan40
#Oduu_Gammachiisaa

Jiraattotaa Magaala Roobee fi  Naannawa ishee hundaaf.

Guyyaa borii Amajjii 17-23 2017 tti dhabbannoo "AL Basar International Foundation " Jedhamuu tajaajila baqaqsanii yaaluu Mooraa ijaa fi yaala ijaa bilisaan Hospitaala waligala Baalee Roobeetti ni kennu...

Hojii kanaafis haldurewwaan barbaachisan hundi xumuramani jiru.

Kanaafuu hawaasni keenna carra kanatti akka fayadamtan Hospitaala fi dhabbattichi waamicha isiiniif dabarse jira."

Hospitaala walii galaa Baalee Roobee

www.tgoop.com/CareplusCp

Nu hordofaa
Forwarded from Fursaan40
#OF_EEGGANNOO

Appilikeeshiniin Farmaa Pilaas (Pharma +) jedhamu heeyyama maammiltootaa malee maallaqa herrega namaa irraa gara biraa dabarsu miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jiraachuu, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise.

Maamiltoonni Aappii “Pharma+/CBE Vacancy” WhatsAppfi Telegram bilbilasaan iirratti akka hin fe'annes Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa akeekkachiiseera.

Namoonni Aappii kana bilbilasaanii Irratti yoo fe’an eeyyama malee maallaqa dabarsuu danda’a jedhame.

Hawaasani keenna aappii kana fayyadamuu irraa of eegaa....


@Fursaan_media
#fursaan_media @Fursaan_Media
Rabbiin nu sattareeti malee osoo ilma namaa hunda Rabbiin saaxile silaa namni cubbuu hin qabne hin jiru.

Ammoo towbaa karaa nuuf godhe, ifiif nu sattareeti, ifiif akka towbannu kararraa nu kaaye, ifiif nuuf araaramee, rahmata nuuf godha Ar-Rahmaan, Al-ghafuur, Allaahu jalla jallaahu!
🌟 Salaata Fajrii 🌟 

Salaanni Fajrii Salaataa qofaa miti.

- Yeroo rabbii kee waliin hariiroo kee haaroomsitu.
- Yeroo Lubbuu tee dhiistee rabbii keetii awwaattu. 
- Yeroo Iimaana kee itti madaaltu. 
- Yeroo Qaamni humna haaraa itti argatu. 

  ﴿أَقِمِ ٱلصَّلَوٰةَ لِدُلُوكِ ٱلشَّمْسِ إِلَىٰ غَسَقِ ٱلَّيْلِ وَقُرْءَانَ ٱلْفَجْرِ ۖ إِنَّ قُرْءَانَ ٱلْفَجْرِ كَانَ مَشْهُودًۭا﴾

Aduun dabuu irraa hanga dukkana halkaniitti salaata ulaagaa isii guutii Salaata fajriis (salaati) Salaanni fajrii kan maleykaan itti wal geettu ta’ee jira
-----------------------------------------
[ الإسراء]-(78 : 17)


#Fajrii #QalbiiQulqulluu #Boqonnaasammuu


@Fursaan_media
#Odeeffannoo

Namtichii Lammii Iiraaqii Salwaan jedhamu Dhiheenya Siwiidiiniin keessatti irra deddeebi'uun Qur'aana gubaa ture mana isaa keessatti qaama hin bekkamneen ajjeefame.


Rabbiin Azaaba inni haqa godhatuun galata isaaf haa deebi'u.


@Fursaan_media
#Fursaan_media
Atilleen Baabura qabsaa’ota wareegamtoota Ummata Nabi Muhammad ﷺ yaabbattee Yaa Muhammad Al-Deyf?!

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN

Waggaa 60 Buufata Nabi Muhammad ﷺ irraa gara samii imalan (Al-Aqsaa) tiksuuf wareegama akka jedhanii himan nama dhibu godhaa turte…

Waggaa 30 barbaadamaa guddicha addunyaa kanaa taate dhukkuba mataa itti taatee jirta. Si argachuu mitii,suuraa keetuu dhabanii har’a si argan!

Dhangaa Shuhadaa’otaaf qophaa’e dhandhami. Gadaamessa si dhalee addunyaaf si kenne badhaasni isii Jannata haa tahu,qabrii qaamni kee keessa jiru Rahmanni RAHMAAN itti haa dhangal’u.

Lafti Gazzzaa lafa zeytuuna qofa biqilchituu miti, lafa leencota kitila kitilaan biqilchituu dha. Warshaa dhiirraniiti. Gantuu fi gadhee osoo ummata nyaattu,imaanaa wareegamtootaa gurgurattu,lafaa fi lafeen seenaa jijjiirattuu miti.

أنت ضيف على الله أيها الضيف بإذن الرحمن الرحيم.

©Qilleensi Nasrii Bubbise
@Fursaan_media
Guyyaa Jum'aa ganamaan ka'ee uffata akkaan miidhage kan sirnaan hojjatame uffatee (Private jet) xiyyaaraa dhuunfaa isaatiin balali'ee Salaata Jum'aa Salaatuuf gara Saudi Arabiyaatti qajeelaa.

Abdullahi Bashir haski daragaggeessa ganna 37 yoo tahu hojii Daldala guddaa zayita boba’aa gara biyyaatti galchuun beekkama.

Dargaggeessii ganamaan soorama badhaafame kuni umrii isaa kanaan amantii cimsee kan hordofu yoo tahu torbaan hundaa gara makkaa deemee salaata Jum'aa salaatee umraa godhee sanbata ganama gara biyya isaa Naayjeeriyaatti deebi'a.

Dabalataan hojiiwwan gargaarsa hawaasummaa, Masjida ijaaruu, manneen barnoota Qur'aanni itti qara'amu ijaaruufii harka qalleeyyii gargaaruun hojii idilee isaatii.


@Fursaan_media
     #Fursaan_media

Https://www.tgoop.com/Fursaan_media
#Harmee__Baalee_Bahaa

Deettuun tun godina baalee bahaa Aanaa Laga hidhaa ganda dullachaa laga waabeetti Dahumsaaf Ciniinsifattee buufata fayyaa dhabdee yeroo lubbuu isii bararuuf hawaasni naannichaa mukaan ceekuu isaanii irratti baatanii deeman.


Daandiin hin jiru .
Buufaani faayaa hin jiru .
Ifaan hin jiru .
Bishaan hin jiru .
Network hin jirtu .

Haalli jireenya hawaasa keennaa kana fakkaata...
#Dorgommii_Qu'aanaa

Dorgommiin Qur'aanaa fi Azaanaa Idil-addunyaa 2ffaa Finfinneetti dorgomameen dorgomtoonni Itoophiyaa Sadii sadarkaa 3ffaan xumurani jiru.

Dorgommii dhiirota gidduutti taasifameen
1- Muhammad Fu'aad Liibiyaa irraa 1ffaa
2- Yuusuf Ashiir Kuwaataar irraa 2ffaa
3- Ahmad Bashiir Ameerikaa irraa 3ffaa ba'uun xumuranii jiru.

Dorgommii Gama Dubartootaatiin...

1- Ruqiyaa Saalah Yaman irraa 1ffaa
2- Nasiim Janaawud Al-Jeeriyaa irraa 2ffaa
3-Qamaraa Waliyyuu Muhammad Itoophiyaa irraa 3ffaa ba'uun xumuranii jiru.

Dorgommii Azaaniitiin

1- Muhammad Shaan Abuubakar Indoonishiyaa irraa 1ffaa
2- Umar Duuraan Turkiyee irraa 2ffaa
3- Adam Jibriil Itoophiyaa Irraa 3ffaa ba'ani jiru.


@Fursaan_media
#Odeeffannoo

Perezidaantiin Suuriyaa Haaraan Ahmed Al-Shar'i gara Su'uud Arabiyaatti imaluun marii biyyoota lamaan gidduu Muhammad bin salmaan wajjiin erga taasiseee booda guyyaa har'aa mana Rabbii kabajamaattii argamuun sirna umraa raawwatee jira...

Rabbiin Suuriyaa biyya haqaaf wal qixxuummaan ijiraamtu haa godhu


@Fursaan_media
@Fursaan_media
Jaartiin gaariin masruufaa fi isii wajjiin jiraachuu qofatti hin haajamtu.
Jacha gaarii, qalbii laaftu rahmataa fi jaalalaan guutamtettiis daran hajamti.

Akka jaarsa gaaritti bira gad teeyse dadhabbii isitti jirtu irraanfachiisutti haajamti.

Hubadhu..
👉Yeroo fayyaan tee si gante jaartiin tee gaariin sin gantu.
👉Yeroo saahibni kee ka sitti dhihaatu si gane jaartiin tee gaariin sin gantu.
👉Guyyaan yoo sitti jijjirame jaartiin gaariin sitti hin jijjiramtu si wajjiin ba’aa amataa baadhatti.

Eega akkas taatee hubadhu..
Yoo rabbiin jaartii gaarii siif kanne ati duniyaa guututti argatte jachuu beeki.
Yoo Rabbiin jaartii gaarii siif kanne jaalala Rabbiitiifi jaalala haadha abbaa keetitiis argatte jachuu beeki.

Intala haadha tee hin tahin ,obboleetti tee hin tahin ammoo lubbuu isirraa siif yaaddoytu akka hin hadiyyomsine nama faxina tahi.!

Rasuulli ﷺ dhugaa dubbate yeroo jedhu “Duniyaan meeshaadha ,irra gaariin wanni isii keessa jiru jaartii gaariidha.”

Tan duniyaa dura Aakhiraa irratti jaarsa isiitif gargaartu jachuudha.
Yeroo Rabbiin (sw) jannata ibsu akkana jedha:-
﴿ أُعِدَّت لِلمُتَّقينَ ﴾
"Warra isa sodaataniif kan qopheeffamte."

Rabbiin (sw) warra isa sodaatan akkamitti ibse !?

  ﴿وَٱلَّذِينَ إِذَا فَعَلُوا۟ فَٰحِشَةً أَوْ ظَلَمُوٓا۟ أَنفُسَهُمْ ذَكَرُوا۟ ٱللهَ فَٱسْتَغْفَرُوا۟ لِذُنُوبِهِمْ وَمَن يَغْفِرُ ٱلذُّنُوبَ إِلَّا ٱللهُ وَلَمْ يُصِرُّوا۟ عَلَىٰ مَا فَعَلُوا۟ وَهُمْ يَعْلَمُونَ﴾
(Isaan) warra yeroo waan fokkataa hojjatan yookiin lubbuu ofii miidhan Rabbiin yaadatanii badii isaaniitiif araarama gaafataniifi haala (badii ta’uu isaa) beekaniin waan hojjatan irra hin turreedhaRabbiin malee namni badii araaramu hin jiru
-----------------------------------------
[ آل عمران]-(135 : 3)

Warri rabbiin sodaatanillee yeroo tokko tokko dogongoruu ni dandahu isaan maleeykaa miti waan tahaniif.

Rabbiin isaan jaalata sababni isaas yeroo
dogoggoran gaabbanii gama rabbii deebi'anii araarama kadhatu rabbiinis isaaniif dhiisa.

Yaa gabroota rabbii;  Rabbii keessan araarama kadhadhaa, Inni isiniif dhiisaa...

@Fursaan_media

www.tgoop.com/Fursaan_media
Israafni aadaa nutti tahe

✍️ Namoonni hedduun bishaan isaan wuduu’aaf fayyadaman qaamaafuu osoo fayyadamanii ni gahaaf jedhee yaada..🤔

👉🏼 Wuduu’a godhachuun keeyrii guddaadha, garuu wayta bishaan fayyadamtu israafa gootee gadi naquudhaan dilii guddaatti si jalaa jijjiiramuu mala…!!
👉🏼 Osoo bishaan bahraatiinis wuduu’a godhaa jiraattee, bishaan israafa gochuun haraama akka tahe hin dagatinaa..!!

قال الله جل في علاه: (يَا بَنِي آدَمَ خُذُوا زِينَتَكُمْ عِنْدَ كُلِّ مَسْجِدٍ وَكُلُوا وَاشْرَبُوا وَلَا تُسْرِفُوا ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْمُسْرِفِينَ).  [الأعراف:31]

Share waliif godhaa👇🏻

https://www.tgoop.com/tafak_or
Forwarded from Fursaan40
#Haala_gaarii

Mallattoo guutamiinsa namoomaa, keessaa tokko haala gaarii qabaatuu dha,

Ergamaan rabbii ﷺ Abu hureeyraa akkana jechuun dhaamaniif:-
فقال ﷺ: { يا أبا هريرة! عليك بحسن الخلق }
"Haalli gaarii qabaatuun sirratti haa jiraatu" Beyhaqituu gabaase

Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Haala gaarii irra miizana irratti wanni ulfaatuu hin jiru"

Mallattoo lee haala gaarii

👉Nama waa saalfatu tahuu,
👉Dhugaa dubbatuu kijiba irraa fagaatuu,
👉Fuula diriiruu bashaasha tahuu,
👉Toltuu namaaf yaaduu,
👉Hamtuu namarraa qabatuu, 👉Dallansuu liqimsuu,
👉Obsa qabaatuu,
2025/02/26 04:22:02
Back to Top
HTML Embed Code: