Telegram Web
Lagni Abbaay(naayil) gara Garba Guddaa hindiitti ya'a
Anonymous Quiz
49%
Dhugaa
51%
Soba
Sareen tokko ilkaan dhaabbata meeqa qabdi?
Anonymous Quiz
35%
34
19%
38
16%
40
29%
42
Morma saattawaa kessa lafee meeqatu argama?
Anonymous Quiz
10%
0
13%
1
28%
7
49%
12
Sa'aan(cow) garaacha meeqa qabdi?
Anonymous Quiz
23%
1
37%
2
15%
3
24%
4
Alaaba biyya chaayina irratti kokkobii(star) meeqatu argama?
Anonymous Quiz
9%
0
19%
1
46%
5
27%
3
Guddina lafa qabduun Afrikaa kessaa kan dursitu kami?
Anonymous Quiz
34%
Sudan
11%
Libiya
29%
Nigeria
26%
Algeria
Akkam jirtu kabajamtoota maati chanela kanaa mee Al tokko qofa Hiriyoota keessaniif liinki chaanela kanaa share godhaa akka nuti Dafnee Dafnee Gaafii isinii qopheessinu yoo Dhugaatti hin barbaaddu ta'e.
Liinki
@Gaafiifdeebi
Namni Sooressi Addunyaa keenya har'aa eenyu?
Anonymous Quiz
33%
Elon musk
16%
Jeff bezos
13%
Mukesh Anuami
38%
Bill gates
Mixiin funyaan hin qabdu.
Anonymous Quiz
57%
Dhugaa
43%
Soba
Dallaan seena qabeessi Jogol Hararitti Argamu Ulaa meeqa Qaba?
Anonymous Quiz
38%
12
22%
7
32%
5
8%
3
Meshaa Guyyaa Har'aa Namni Ittiin Balbala cufachuuf Ittiin fayyadamu/furtuu/qulfii/ kan hojjete eenyu?
Anonymous Quiz
21%
A. Albert Einstein
23%
B. Tomas Edison
39%
Tewdor Samos
17%
Hin beekamu
Forwarded from Gaafiif Deebi (ûmñíì Qæmãr)
Amaantilee Gurguddo Adunyaa kessa kan kitabaa hin qabnee kamii?
Anonymous Quiz
22%
Judayizimii
41%
Shinto'izimii
16%
Hinduyazimii
22%
Budiyimii
Gaafiif Deebi pinned Deleted message
Gaafiif Deebi pinned Deleted message
Only 35 days left for mining.
Zoo Airdrop የልጀመረ ካለ አልረፈደም
22 ቀን ነው የቀረው (ብልጥ ሁኑ)
ለመጀመር👇
http://www.tgoop.com/zoo_story_bot/game?startapp=ref701019679
በመጀመሪያ Task ዉስጥ ገብታችሁ Zoo Telegram channel Join አድርጉ ከዛ Claim።  ሌሎቹንም Task ስሩ።
QOCAAN MIILLA MEEQA QABDI?
Anonymous Quiz
67%
4
20%
6
9%
8
4%
10
Akka Afrikaatti yeroo duraaf konkolaata biyya kam seene?
Anonymous Quiz
33%
Ethiopia
43%
Afrikaa kibbaa
18%
Keeniyaa
5%
Maali0
2025/02/20 16:08:10
Back to Top
HTML Embed Code: