Telegram Web
Channel created
Channel photo updated
Haalota kamiinuu keessatti taanaan sammuun kee waan gaarii Akka arguuf shaakalchiisi.

Join and share
@galaajireenyaa
Garaagarummaan mana barumsaa Fi jireenya gidduu jiru
•Mana barumsaatti barattee booda qoramta
•Jireenya keessatti garuu qoramtee booda irraa baratta


Join and share
@galaajireenyaa
Sammuun kee baayyee cimaadha. Ati garuu
•abjuu kee fiixaan baasuu dandeessa Akkasumas
• mana hidhaa sammuu keetii keessatti of hidhuu danddeessa
Kanaaf sammuu keetti qixa sirrii ta'een itti fayyadami.


Join and share
@galaajireenyaa
@galaajireenyaa
@galaajireenyaa
@galaajireenyaa
@galaajireenyaa
2024/09/29 19:23:54
Back to Top
HTML Embed Code: