"Haalota gaarii hin taane keessa darbuuf of qopheessuun jireenya GAGGAARIIF of qophessudha".
Maarki Maansaan.
@ImalaMilki4
Maarki Maansaan.
@ImalaMilki4
Atoo waa mara kooti
Sin dhoksaa ree garaa koo
Fira kan koo naaf caalte
Utuu jiruu firri koo
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@ImalaMilki4
Sin dhoksaa ree garaa koo
Fira kan koo naaf caalte
Utuu jiruu firri koo
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@ImalaMilki4
Hariiroon Walitti hidhamiinsa namoota lama gidduu jirudha. Lameen isaaniis qaamaan,Ulaagaadhaan,Umuriidhaan,daandeettiidhaan,qabeenyaan garaagara tahuu danda'a.
Garuu
Garuu ilaalcha wal hubachuu isaaniitiin tokko tahuu danda'u.
@ImalaMilki4
Garuu
Garuu ilaalcha wal hubachuu isaaniitiin tokko tahuu danda'u.
@ImalaMilki4
Dubbii gurraaf hin tolle
Kan Ollaan bahee furuu
Qottoo hammeenyaa qaranii
Maaf dullaa waliif muruu
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@ImalaMilki4
Kan Ollaan bahee furuu
Qottoo hammeenyaa qaranii
Maaf dullaa waliif muruu
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@ImalaMilki4
Jireenyi Warra itti Gammadaniif Gaariidha,
Warra madaalaniif Ulfaataadha,
Warra isa jibbaniif Yaaddoodha.
Ilaalchi kee jireenya kee murteessiti,
Kanaafuu jireenya amma keessa jirtutti gammadi.
#Hayyoota

Bakka jirtu situu beeka.
Bakka deemtu situu karoorsa.
Waan yaaddu situu sirreeffata
Ilaalchi si keessa jiru ammoo bakka ati jirtus bakka deemtus ni murteessa.
#Hayyoota
@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Bakka deemtu situu karoorsa.
Waan yaaddu situu sirreeffata
Ilaalchi si keessa jiru ammoo bakka ati jirtus bakka deemtus ni murteessa.
#Hayyoota
@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Hin rafne ,gadin ciise
Harka koo boraafadhee
Oromiyaan naanna'e
Farda yaadaa yaabbadhe
@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Harka koo boraafadhee
Oromiyaan naanna'e
Farda yaadaa yaabbadhe
@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Miseensa Channel GumaatArtiitt baga nagaan dhuftan !.
Channel @GumaatAartii Channeel Midiyaa Hawaasaa qabiyyee Aartiif barnoota xinsammuuti. Irraa barreessita, irratti barreesita.
Gareen Gaaddisa jedhamu ammoo kan Miseensonni ittiin bohaaraniif yaada isaanii wal jijjiran burraaqanidha. Hiriyyoota kee gara @ImalaMilkii4 yoo fidde irraa barattee barsiifta, waliin bohaarta. Gola Aartii keessa bashananta. Nama 100 yoo miseensa taasiste @GumaatAartiiBot tin dubbisuun Kaardii yeroo qilleensaa badhaafamta.
Fayyaan faaya
Gadaan quufaa gabbina !.
@GumaatAartii

#Galaa
💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Bahaaf gala koo eegda
Balbala gubbaa teessee
Ati anaan ala miti
Onnee keessa na keesse
Kanaaf birbirr si jedha
Qalbiin Kee si rarra'ee
Bagan Kan biraa dhiisee
Kan Kee qofaa siif tahee
Miilli Koo deema hin gala
Yaada faca'e faana
Isa beelofneef nyaannee
Dheebuu keenyaa mi baana
@GumaatAartii
💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Bahaaf gala koo eegda
Balbala gubbaa teessee
Ati anaan ala miti
Onnee keessa na keesse
Kanaaf birbirr si jedha
Qalbiin Kee si rarra'ee
Bagan Kan biraa dhiisee
Kan Kee qofaa siif tahee
Miilli Koo deema hin gala
Yaada faca'e faana
Isa beelofneef nyaannee
Dheebuu keenyaa mi baana
@GumaatAartii
Forwarded from Quality Button
Taphataan beekkamaan kuni maqaan isaa eenyuu?
Nama 10 dursanii deebisaniif badhaasa addaan qopheessinee jirra

Forwarded from ETHIO WAVE (Forward Tag Remover ッ)
Oduu Gammachiisaa 🙏
Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.
Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaasa keessan walitti qabadhaa
Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi
Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.
Linkii
@mansuur_jamaal1

Forwarded from ABDII SABAA❓
Free internet AKKAATAA addaatiin isiniif qopheessinee jirra maarree ammuma
Iddoo "GET" jedhu tuquun seenaa itti fayyadamaa.
Free WAVER:- @ABDUU_KING1
Iddoo "GET" jedhu tuquun seenaa itti fayyadamaa.
Free WAVER:- @ABDUU_KING1
Forwarded from ETHIO WAVE (Forward Tag Remover ッ)
Oduu Gammachiisaa 🙏
Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.
Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaasa keessan walitti qabadhaa
Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi
Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.
Linkii
@mansuur_jamaal1
@mansuur_jamaal1
Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.
Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaasa keessan walitti qabadhaa
Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi
Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.
Linkii
@mansuur_jamaal1
@mansuur_jamaal1
Forwarded from Josy Quality Button
Barattoonni remedial class bara 2016 hundi keessan university kam akka deemtan ilaallachuun jelqabeera
Amma irraa kaasuun ilaallachuu ni dandeessu.

#Jireenyi_Murteeffannaadha.
Yeroo tokko tokko waan tokko raawwachuuf ykn immoo jalqabuuf qabeenya qabaachuu fira jabaa qabaachuu akka qabnu yaadna. Yaadni waan tokko jalqabuu fuuldura isaanii qabeenya tuullachuu akka waan jalqabaatti fudhatu. Fira si gargaaru ykn qabeenya jabaa qabaachuunis gaariidha. Yoo dhabame garuu ulaagaa jalqabaa nuuf tahuu hin qabu.
Namoota fakkeenya nuuf tahuu danda'a naannoo keenyaaf Addunyaa irraa qabna. Hedduun isaanii duwwaa irraa kahuudhaan duureyyii taha. Namoota qaama biroo maatiif qabeenya qabaachuun qabeenya horatan muraasa argina.
Warreen duwwaa irraa eegalan kun jireenya isaanii keessatti mudannoo hagana hin jedhamne keessaa bahuudhaan sadarkaa biliniyeera tahuu gahan. Kun kutannoo isaan jireenya isaanii jijjiruuf murteeffatan irraa madda. Kanaaf of jijjiruuf ulaagaan nuti qabaachuu qabnu Murtoo dhumaa ofii keenya ceesisuuf qabachudha.

Fuula Kitaabaa
Waa'ee mataa kooti wantonni ani hin hubanne, kan ani hin beeknes baay'een akka jiran nan beeka. Garuu mataa koo waliin firooma fi jaalala yoon qabaadhe ija jabinaa fi abdiidhaan wantotan hin beeknee fi hin hubanne sanaaf furmaata barbaaduu fi karaan ittiin daran of baru barbaadu nan danda'a.
#Kitaaba Bareessaa Eebbisaa Baayisaa #Gatiin Namaa meeqa jedhu irraa.

Forwarded from ETHIO WAVE (ABDUU MOHAMED)
Akkam jirtan ummata jaalalaa fi ummata kabajamaa
Namni isin suuraa irratti argitan kuni ykn
👇👇👇👇
👉 @Mubaraksrj jedhamu kun amma username isaa of IRRAA kaase wanti irratti xiyyeeffannu report godhuu Qofa haa ta'u
✅ channel subscribe 16k hate
Namichi kuni akka jedhetti finfinneedha jedhe kanaaf oromookoo jabaadhaa report tti
Oromoon iddoo jirutti tokkoomee diina injifachuu qaba diinni qabeenya oromoo barte kuni kalees har'as nu nyaachaa waan jirtuuf olitti hin dhiisnu.
Channel inni hate
Sobaan nan bita jedhee erga ownership fudhateen booda block isa godhee deeme
Kanaaf ummata Ethiopia guutuun channel kana report goonee haa gubnuu
Spam jedhaa report godhaa
Channel hatame
👇👇👇👇👇👇
@SABA_KEENYAAF
@SABA_KEENYAAF kanaadha yero yeroodhaan maqaa jijjiiraa waan jiruuf nutiis odeeffannoo jiru hundumaa isin BIRAAN ni geenya
NAMNI IRRAA HATAME
👇👇👇👇👇
@abduu_kings dha
Maaloo keessaan akka jajjabeessitan kabajaan isin gaafanna
Group gargaarsa abduuf jecha baname
👇👇
@GARGAARSA_ABDUU

Akkam jirtan ummata jaalalaa
GAAFFII BADHAASAA QABNA
Waan ta'eef sa'aatii 2:30 irratti akka argamtan kabajaan isin gaafanna
Gosa gaaffii BEEKKUMSA WALII GALAA, GEOGRAPHY, HISTORY, BIOLOGY, GENERAL SCIENCE
Hundinuu ni jira kanaaf akka hin hafne
Iddoon GAAFFII
👇👇👇👇👇
@ORO_QUESTIONS
@ORO_QUESTIONS dha..