Telegram Web
Channel name was changed to «GumaatAartii»
Channel photo updated
"Haalota gaarii hin taane keessa darbuuf of qopheessuun jireenya GAGGAARIIF of qophessudha".

Maarki Maansaan.

@ImalaMilki4
Atoo waa mara kooti
Sin dhoksaa ree garaa koo
Fira kan koo naaf caalte
Utuu jiruu firri koo
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚

@ImalaMilki4
Hariiroon Walitti hidhamiinsa namoota lama gidduu jirudha. Lameen isaaniis qaamaan,Ulaagaadhaan,Umuriidhaan,daandeettiidhaan,qabeenyaan garaagara tahuu danda'a.

          Garuu
Garuu ilaalcha wal hubachuu isaaniitiin tokko tahuu danda'u.

@ImalaMilki4
Dubbii gurraaf hin tolle
Kan Ollaan bahee furuu
Qottoo hammeenyaa qaranii
Maaf dullaa waliif muruu
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚

@ImalaMilki4
Jireenyi Warra itti Gammadaniif Gaariidha,
Warra madaalaniif Ulfaataadha,
Warra isa jibbaniif Yaaddoodha.

Ilaalchi kee jireenya kee murteessiti,
Kanaafuu jireenya amma keessa jirtutti gammadi.

#Hayyoota

@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Bakka jirtu situu beeka.
Bakka deemtu situu karoorsa.
Waan yaaddu situu sirreeffata
Ilaalchi si keessa jiru ammoo bakka ati jirtus bakka deemtus ni murteessa.

#Hayyoota

@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Hin rafne ,gadin ciise
Harka koo boraafadhee
Oromiyaan naanna'e
Farda yaadaa yaabbadhe

@ImalaMilki4
@ImalaMilki4
Miseensa Channel GumaatArtiitt baga nagaan dhuftan !.
Channel @GumaatAartii Channeel Midiyaa Hawaasaa qabiyyee Aartiif barnoota xinsammuuti. Irraa barreessita, irratti barreesita.
Gareen Gaaddisa jedhamu ammoo kan Miseensonni ittiin bohaaraniif yaada isaanii wal jijjiran burraaqanidha. Hiriyyoota kee gara @ImalaMilkii4 yoo fidde irraa barattee barsiifta, waliin bohaarta. Gola Aartii keessa bashananta. Nama 100 yoo miseensa taasiste @GumaatAartiiBot tin dubbisuun Kaardii yeroo qilleensaa badhaafamta.
Fayyaan faaya
Gadaan quufaa gabbina !.

@GumaatAartii
@GumaatAartii
#Galaa
💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Bahaaf gala koo eegda
Balbala gubbaa teessee
Ati anaan ala miti
Onnee keessa na keesse

Kanaaf birbirr si jedha
Qalbiin Kee si rarra'ee
Bagan Kan biraa dhiisee
Kan Kee qofaa siif tahee

Miilli Koo deema hin gala
Yaada faca'e faana
Isa beelofneef nyaannee
Dheebuu keenyaa mi baana

@GumaatAartii
Forwarded from Quality Button
Taphataan beekkamaan kuni maqaan isaa eenyuu?

Nama 10 dursanii deebisaniif badhaasa addaan qopheessinee jirra
Forwarded from ETHIO WAVE (Forward Tag Remover ッ)
Oduu Gammachiisaa 🙏

Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.

Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaasa keessan walitti qabadhaa

Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi

Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.

Linkii
@mansuur_jamaal1
@mansuur_jamaal1
Forwarded from ABDII SABAA
Free internet AKKAATAA addaatiin isiniif qopheessinee jirra maarree ammuma

Iddoo "GET" jedhu tuquun seenaa itti fayyadamaa.

Free WAVER:- @ABDUU_KING1
Forwarded from ETHIO WAVE (Forward Tag Remover ッ)
Oduu Gammachiisaa 🙏

Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.

Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaasa keessan walitti qabadhaa

Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi

Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.

Linkii
@mansuur_jamaal1
@mansuur_jamaal1
Forwarded from Josy Quality Button
Barattoonni remedial class bara 2016 hundi keessan university kam akka deemtan ilaallachuun jelqabeera

Amma irraa kaasuun ilaallachuu ni dandeessu.
#Jireenyi_Murteeffannaadha.

Yeroo tokko tokko waan tokko raawwachuuf ykn immoo jalqabuuf qabeenya qabaachuu fira jabaa qabaachuu akka qabnu yaadna. Yaadni waan tokko jalqabuu fuuldura isaanii qabeenya tuullachuu akka waan jalqabaatti fudhatu. Fira si gargaaru ykn qabeenya jabaa qabaachuunis gaariidha. Yoo dhabame garuu ulaagaa jalqabaa nuuf tahuu hin qabu.
Namoota fakkeenya nuuf tahuu danda'a naannoo keenyaaf Addunyaa irraa qabna. Hedduun isaanii duwwaa irraa kahuudhaan duureyyii taha. Namoota qaama biroo maatiif qabeenya qabaachuun qabeenya horatan muraasa argina.

Warreen duwwaa irraa eegalan kun jireenya isaanii keessatti mudannoo hagana hin jedhamne keessaa bahuudhaan sadarkaa biliniyeera tahuu gahan. Kun kutannoo isaan jireenya isaanii jijjiruuf murteeffatan irraa madda. Kanaaf of jijjiruuf ulaagaan nuti qabaachuu qabnu Murtoo dhumaa ofii keenya ceesisuuf qabachudha.

@GumaatAartii
@GumaatAartii
Fuula Kitaabaa
Waa'ee mataa kooti wantonni ani hin hubanne, kan ani hin beeknes baay'een akka jiran nan beeka. Garuu mataa koo waliin firooma fi jaalala yoon qabaadhe ija jabinaa fi abdiidhaan wantotan hin beeknee fi hin hubanne sanaaf furmaata barbaaduu fi karaan ittiin daran of baru barbaadu nan danda'a.

#Kitaaba Bareessaa Eebbisaa Baayisaa #Gatiin Namaa meeqa jedhu irraa.

@GumaatAartii
@GumaatAartii
Forwarded from ETHIO WAVE (Forward Tag Remover ッ)
😱𝗠𝗘𝗡𝗦𝗨𝗥 𝗝𝗔𝗠𝗔𝗟 𝗚𝗜𝗙𝗧 😱

🔰50 ሰው አድ ላደረገ 5.000 ሺ ብር💸
🔰100 ሰው አድ ላደረገ 10.000 ሺ ብር 💸
🔰150 ሰው አድ ላደረገ 15.000 ሺ ብር💸
🔰200 ሰው አድ ላደረገ 20.000 ሺ ብር💸

💸ፍጠኑ 💸💵

LINK
👇👇👇👇👇👇👇
@mensure_jamaal
@mansuur_jamaal1
Forwarded from ETHIO WAVE (Forward Tag Remover ッ)
📰 Oduu Gammachiisaa 🙏

Akkuma kanaan dura beektan mansuur Jamaal guyyaa Har'aa group tokko isiniif banee jira.

Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaasa keessan walitti qabadhaa

Badhaasni qophaa'e QARSHII 100k dha. Guyyaa lama qofaafi

Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa.

Linkii
@mansuur_jamaal1
@mansuur_jamaal1
2024/11/25 00:02:44
Back to Top
HTML Embed Code: