Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Milkaa'inaa fi Kufaatii
โ Nama kamiifuu guyyaan borii haaraadha. Kanaaf sochii hojjedhu. Hojii kee keessatii dogoggorri uumamu danda'a. ๐ช
Kufaatiin illee akkasuma. Wanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin. Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu. Kufaatii hin sodaatiin.
๐๐๐ Bu'aa jireenyatu akkasi; jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha. Yoo abdii kutatte kufaatii filachuu keetii. Yoo abdii qabaatte garuu kufaatiin mudannoo keeti. Mudannoo irraa muuxannootu dhufa. Muuxannoo yoo qabaatte hojii kamillee milkaa'inaan xumuruu dandeessa.
โ Kufuun kee gaariidha; sababni isaa kufaatiin irree si jabeessudha. Jireenyi akka muuziqaati. Muuziqaan meeloodiin isaa takka ol ka'a, takka gadi bu'a akkasumas giddu galeessaan yeedaleeffamuun muuziqaa miidhagaa fi hawwataa ta'a. Jireenyi dhala namaas akkasumaan tola. Waa'ee maallaqaa hin yaadda'in, Yoo mul'ata qabaatte wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqaba.
โ Jechoota jijjiiramaaf si qopheessu baay'inaan argachuuf channeli kana join godhi! Ittiin of jijjiirii! Akkasumas namoota kanneen biroof share godhi!
Halkaan gaarii @Jechootahayyoota yaada kessaan comment jalatti nuf kennuu hin dagatina๐โค๏ธ

GUFUULEEใฐ๏ธ MILKAA'INAAโ๏ธ
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu
7. Hanqina karoora/qarshii
8. Ittigaafatamummaa maatii
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu
12. Humna ofii ol yaaduu
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu
15. Sabrii dhabuu
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu
Waliif #Share godha
Galatoomaa!๐
#Waan dubbiftaniif galatoomaa!!!
#Share Join๐
๐ @Jechootahayyoota ๐
๐ @Jechootahayyoota ๐
๐

Jiraachaa hojjadhu
Har'a jiraachaa hojjadhu malee hojjachaa hin jiraatin. Yeroon milkaa'en jiraadha jechuun Doofummaadha. Namni tokko tokko har'a osoo hin jiraatin qarshi (birr) argachuuf jecha fayyaa ofii nii dhaba. Yeroo qarshii argate san immoo fayyaa argachuuf jecha qarshii argate sana nii dhaba. Milkaa'inni isaa kufaatidha. Deeme deeme dhumarratti zeerodhaan (0) baay'isa. Ati garuu nama jiraachaa hojjatuudha kaayyoo akkana hin qabdu jedheen yaada.
@JECHOOTAHAYYOOTA

Namoonni baay'en obsa akka Gowwummaatti ilaalu. Akkas osoo hin taane, obsi ilaalchaf dandeettii fageessanii yaaduti.
akkasumas wallaalanii osoo hin taane, osoo beekanuu irra darbuudhas. Namoonni yakka hojjatanii waggaa 5 fi isaa ol akka hidhaman kan itti murteeffamu, daqiiqaa 20 ykn 30f obsuu dadhabaniiti.
Jireenya kee keessatti Guyyoonni akka ati abdii kuttuu fi akka ati of jibbitu si taasisan baay'etu jira. Guyyoota kana yoo obsaan bira dabarte malee, duubattii deebi'uun zeeroo irraa eegalta.
Kanaafuu obsuu qabda.
@JECHOOTAHAYYOOTA
akkasumas wallaalanii osoo hin taane, osoo beekanuu irra darbuudhas. Namoonni yakka hojjatanii waggaa 5 fi isaa ol akka hidhaman kan itti murteeffamu, daqiiqaa 20 ykn 30f obsuu dadhabaniiti.
Jireenya kee keessatti Guyyoonni akka ati abdii kuttuu fi akka ati of jibbitu si taasisan baay'etu jira. Guyyoota kana yoo obsaan bira dabarte malee, duubattii deebi'uun zeeroo irraa eegalta.
Kanaafuu obsuu qabda.
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Gorsษ Jireenyษ keenyษ keessษtti nu fษyyษdu.
1 Gorsษ lษkkoofsษ 5 irrษ ilษษli
2 Dhiifษmษ dogoggoreeti lษkkoofsษ 11 irrษ illษษli
3 Mee ษl tokko hin dheekkษmin lษkkoofsษ 15 irrษ ilษษli
4 Tษsgษbbษษ'i Lษkkoofsษ 13 irrษ isiniif jirษษ
5 Durษษn dursee lษkkoofsษ 2 ilษษlษษ
6 Mษษltu si ษษrsษ lษkkoofsษ 12 irrษ ilษษli
7 Dubbisuun guutuu nษmษ godhษ!.
8 Gorsin jechuuf bษrbษษde lษkkoofsษ 14 irrษ jirษ
9 Obsษษn lษkkoofsษ 4 irrษ ilษษlษษ
10 Isษ dhumษษ lษkkoofsษ 16 irrษ ilษษlษษ
11 Dhiifษmษ guddษษ lษkkoofsษ 6 ilษษlษษ mษษl jedhษ?
12 Mษษloo lษkkoofsษ 8 irrษ ilษษlษษ
13 ษbdii hin kutinษษ lษkkoofsษ 10 irrษ isiniif jirษ
14 ษkkษm ษkkษn isiniin jedhu hin beeku cษllisษษtii lษkkoofsษ 3 irrษ bษrbษษdษษ
15 ษkkษ dheekkษmtษn nษษf gษlษ gษruu lษkkoofsษ 9 irrษษ ษrgษttu
16 Obsษ keessษniif heddun isin gษlษteeffษdhษ Gorsichi lษkkoofsษ 7 irrษ isiniif jirษ!.
Shษre
แฝแฌแแพแพ แถแชแชแแฅแฅ

๐๐๐๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ญ๐ข๐ง๐๐!
๐ด๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ ๐ด๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐ข๐ก๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ก๐ โ๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐ก๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐๐!
1, ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐๐๐.
dhalatee waggaa 21ffaa isaatti daldala eegalee kisaaran isa mudate. ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐ Dhalatee waggaa 22ffaa isaatti immoo mana maree seera murtuuf hirmaatee hin milkoofne ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐ Dhalatee waggaa 26ffaa isaatti jaalalleen isaa biraa boqotte ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee waggaa 27ffaa isaatti dhukkuba narviitiin qabamee baayyee dhukkubsatee ture ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee waggaa 34ffaa isaatti immoo Koongireesii Ameerikaaf dorgomee utuu hin milkaa'in hafe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 45ffaa isaatti akkasuma mana maree bakka bu'oota uummataa bakka bu'ee dorgomee kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 47ffaa isaatti itti aanaa pireezidantii Ameerikaa dorgomee kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 49 isaatti mana maree bakka bu'oota Uummataa dorgomee kufe ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 52ffaa isaatti ๐๐ข๐ซ๐๐๐ณ๐ข๐๐๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐ข๐ค๐๐ ๐ญ๐'๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฆ๐. แตแตแตโฑโฑ แตแตแตแตโฟโฟแตแตหข แตแตแตโฑโฑ แตแตแตแตแถสฐโฑโฑหขแต!
2, ๐๐๐ ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐. ๐. ๐ ๐๐๐๐ค ๐๐๐ dureessi biyya chaayinaa kun yeroo heedduu kufaati keessummeessun nama beekamu kan tureedha.
๐Barumsa sadarkaa 1ffaa yeroo baratu al-lama kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Barumsa sadarkaa 2ffaatti yeroo sadii kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Seensa Yuunivarsiitii Hangizyuu tiif qoramee yeroo sadii kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Yuunivarsiitii Harvardiitti barachuuf yeroo kudhan (10)n iyyate kurnanuu jalaa kuffisan ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Erga Barnoota xumuree booda yeroo soddoma qacaramuu dhaqee, hunduu fudhatama dhabe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhaabbanni KFC jedhamu namoota 24 dorgomsisee yommuu turetti, namoonni 23 darbanii inni qofti kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Humna waraanaa keessa seenanii hojjechuuf namoota shan (5) ta'anii iyyatanii turan; garuu afur (4) darbanii inni qofti kufe ๐ฒ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐พ๐๐ฃ๐ฆ๐ฆ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ ๐ฑ ๐ฎ ๐ง ๐ฆ ๐ง ๐ฆ ๐๐
๐
๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐, ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐ ๐๐๐ ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐!
Galatoomaa!
Join for more: @JECHOOTAHAYYOOTA YAADAF๐ @besilent12

Eenyummaa-keetiif, Bakka Guddaa kenni!
Namichi Edinberg jiraatu, kan kophee hodhu tokko guyyaa hundumaa yeroo hirribaa ka'u akkana jedhee kadhata. "Yaa waaqayyo ofii-kootiif akkan iddoo guddaa kennuuf na gargaari!" Jedha ture.
Eeyyee! Namni kam iyyuu milkaa'inaaf gammachuu gonfachuu yoo barbaade, jalqaba irratti eenyummaasaatiif bakka guddaa kennuu qaba. Kana gochuuf tarkaanfiin jalqabaa sammuu ofii keessatti of ajaa'ibsiifachuudha. Kana booda ofitti amantaa horachuu nama dandeessisa.
Namni maqaan isaa Wadirow Wiilsen jedhamu, barreessaa beekumsa walii-galaa kan ta'e dhimma eenyummaa ofii fudhachuu ilaalchisee hima miidhagaadhaan yommuu ibsee akkas jedhe, "Eenyu iyyuu hirkataa miti; sababni isaa qofaa fiiguu danda'a" jedheera.
Kanaafuu, eenyummaa ofii-tiif bakka guddaa qabaachuun barbaachisaadha, furmaata filannoo biraa hin qabneedhas!
Shษre
แฝแฌแแพแพ แถแชแชแแฅแฅ
@Oromotoo

D๐๐๐ก๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐๐ ๐๐ง๐๐!
Minilik bara isaatti mootii ture.
Bara sana impaayera Itoophiyaa ijaaree, bulchee jiras.
Bara isaatti injifannoowwan heddus gonfatee jira(namoota inni hoogganuun ta'us).
Amma garuu Minilik ekeraadha. Kan nama gaddisiisu du'uu isaa namoonni amananii hin fudhanne ammas ni jiru.
Ekeraa faarsaa,sagadaa fi waaqessaa jiraatan jiru.
Dhaloonni ekeraa faarsee sagaduuf silas ekeraadhuma.
Dhaloota ekeraa!
@Jechootahayyoota

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐ค)
hordoftoota Amantaa Musliimaa Martuu Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan.
Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#JIJJIRAMNII_JIRA.
โ๏ธDur dur daa'imaa ta'ee waanti ani yaaduu waan daa'iima waan xixiqqoo uffata bitaachuu, meeshaalee ani ittiin taphadhuu akka naaf guutamuuf maatii kadhachuu.....fi kkf gochaan ture.
Amma garuu ani daa'imaa miti har'a nama waan baayyee argeedha, nama waggoota didgamoota jalqaba lakkoofsisuu eegaleedha. Kanaa jechuun jijjiramnii koo kan bara 1996, 2006, fi 2016 hundisa baay'ee gargaarii.
โ๏ธJijjiramnii kun garuu kan na gammachiisuu moo kan na gaabbisissudha kan jedhu gaaffii bira ani of gaafachu qabudha akkasumas isiniis dabalatee.
โ๏ธKanaaf yeroo kamiyyuu, haala kamiyyuu keessatti jireenya keenya guyya guyyaa hunda keessatti jijjiiramni akka jiru beekuun barbaachisaadha. Garuu jijjiramnii nurratti dhufuu sun bu'aa qabeessa kan ta'ee gochuu kan danda'uu immoo unumaa mataa keenya akka ta'ees yaadaatti qabachuun barbaachisaadha.
"WAANUMA FEDHEEFU JIJJIRAMNII JIRA."
Nagaan oola.
#AA, DHA Yuunivarsiitii Dirree irraa.
Join ๐
@harargetub

#Reposted
#Mul'ata koo jiraachuuf
"Onnee namaa keessa duwwaan mul'ati qofti guutuu danda'u jira."
Magaalaa tokko keessa sooressi maatii isaa irraa qabeenya dhaale tokko akka ture himama. Namichi kun qarshii gahaa yeroo barbaadetti hamma barbaade baasuu danda'u qaba ture. Mana bareedaa, konkolaataa bareedaa fi wantoota jireenya nama tokko barbaachisu guutuu qaba ture. Jireenya mijataa kana keessa waggoota hedduu jiraate. Haa taโu malee jireenyi marsaa jireenyaa irra deddeebiโuu taโeera. Nyaata, dhugaatii, hiriyyoota isaa waliin taphata, gara manaatti deebi'ee, rafee, ganama deebi'ee ka'a. Guyyaa itti aanutti akkasuma irra deebi'ee godha. Hiriyyoota hedduu qaba. Namichis marsaa jireenyaa kana dadhabee burjaaja'e. Gaaf tokko yeroo rakkoon miiraa isaa olka'aa ta'etti "of ajjeesuufan jira" jedhee murteesse.
Akkamitti of ajjeesuu akka danda'u yommuu yaadu riqichi guddaan naannoo sana akka jiru yaadate. Bakka riqichi sun jiru dhaqee of darbachuun of ajjeesuu deeme. Riqicha olkaโaa sodaachisaa sanaa qarqara dhaabatee of darbachuuf osoo jiruu, sagaleen tokko akka tasaa yaada isaa hate. Sagalee daa'imaati. Yeroo Garagalee ilaalu daa'ima tokko arge. Daa'imni kun baay'ee dhukkubsatee jira. Daa'ima kana eenyu akka achitti dhiise hin beekamu. Namichi of ajjeesuuf jedhu kun mucaa kana yeroo sirriitti ilaalu, beela irraa kan kaโe daa'imnichi akka huuqqatee fi of dadhabee jiru arge, baayโees gadde. Innis garaa isaatti "Mee guyyaa tokko illee daa'ima hiyyeessa kana hangan du'utti haa nyaachisu" jedhee yaade. Kanaaf, beellama of ajjeesuu isaa yeroo biraatti dabarse.
Daa'ima kana harkatti qabatee ol kaasee, qaama isaa dhiqee, akka gaariitti nyaachisee, bishaan obaase, achiis gara karoora of ajjeesuutti deebi'uu itti fufe. Garuu karaa irra osoo deemuu "haala daa'ima kanaa irraa ija koo baasuu hin danda'u" jedhe. Innis "Erga ani du'ee booda eenyutu daa'ima kana nyaachisa?" Guyyaa tokko qofa keessatti fuullisaa ni fayye. Kana erga yaadee booda daa'ima dhiisee deebi'ee nyaachisuuf bakka inni dhufeetti deebi'e. Guyyaa biraa itti dabale. Guyyaa biraas deebisee isa nyaachise. Kana jechaa guyyoota muraasaaf erga nyaachisee booda mucaa sana yommuu argu lubbuun isaa deebite. Amma sooressi kun yeroo deebi'ee of ajjeesuu yaaduu eegalu egeree mucaa kanaa ol ilaaluu eegala. Gurbaan kun guddatee sadarkaa gaarii irra akka gahu arguuf hawwuu jalqabe. Jiraachuuf fedhii guddaa kan qabu. Hiika ittiin jiraatu argateera. Sana booda lammata waa'ee of ajjeesuu yaaduu hin dhiise.
- Namni tokko kan kisaaru yeroo daldalli tokko kufe osoo hin taane, yeroo mul'ata isaa dhabe...
- Namni tokko kophummaa kan itti dhagahamu yeroo kophaa isaa osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe...
- Namni tokko namoota biroo irraa waan xiqqaa ta'eef osoo hin taane, yeroo mul'ata isaa dhabe gadi bu'uun itti dhaga'ama...
- Namni yeroo daandii dhabe osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe kan burjaaja'u...
- Namni gaaffii deebii hin qabneen guutamu gaafa deebii dhabe osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe...
- Namoonni hojii dhaban yeroo hojii dhaban osoo hin taane, yeroo mul'ata dhaban...
Burjaajiin amma keessa jirtan, muddama fi rakkoowwan biroo furmaata hin arganne fakkaatan mul'ata keessan beektanii gara fuulduraatti tarkaanfachuu yoo jalqabdan hamma isin miidhuu hin dandeenyetti furmaata argachuu ykn hir'achuu akka danda'an hin dagatinaa.
Jiraachuuf fedhii guddaa akka qabaattutti hiika ittiin jiraattu argadhu.

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค โ)
#DUBBIIWWAN_ABRAHAAM_LIINKAAN_GURGUDDOO !
~
1) Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
2) Hiriyyaan koo nama hundumaarra naaf caalu, Nama kitaaba ani hin dubbisne naaf kennedha.
3) Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
4) Waan feete ta'i; garuu itti cimi.
5) Akaakayyuunkoo eenyu akka ta'e hin beeku; ilmi ilma isaa eenyu ta'uuf, ta'uuf akka jirutu na dhiba.
6) Michuun kee nama diina ati qabdu qabuudha.
7) Waan har'a hojjechuu qabdu kamuu boriif hin kaa'iin.
8) Nagaa yoo feete beekamtummaa irraa of fageessi.

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค)
Baga Bara Haaraan isin gaโe.
Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa taโu!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa taโu!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
BARRI 2๐ป17 KUN:
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ป Kan Gammachuu!
๐ป Kan Milkaa'inaa!
๐ป Kan Badhaadhinaa!
๐ป Kan Jaalalaa!
๐ป Kan Tokkummaa!
๐ป Kan Guddinaa!
๐ป Kan Haaromsaa!!
๐บ Isiniif!
๐บ Maatii keessaniif!
๐บ Ollaa keessaniif!
๐บ Hiriyyoota Keessaniif!
๐บ Biyya KEENYAAF!
๐Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!
๐Bara itti bakka yaaddan geessan.
๐Bara itti hojjettanii milkooftan!
๐ Bara itti firii keessanitti gammaddan!
๐บ ISINIIF HAA TA'U! ๐ป
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค ย ๐โโฌ)
โ๏ธ Wantoonni kan galma gahan... hanga abjuu keetiitiin osoo hin taane.. hanga ati galma sanitti gahuudhaaf irratti hojjatteen..
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!
๐
https://www.tgoop.com/Jechootahayyoota
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!
๐
https://www.tgoop.com/Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐จโ๐ป๐ค ย ๐โโฌ)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ณ
#AKKAM_WAYYA?
****
โGaliiliyoo Galiilee saayintistii beekamaa ture. Akkasumas Ammoo miseensa waldaa Kaatoolikiidha. Teleskooppiin ilaalee lafti akka aduutti naannoftu ibse. "Aduun lafatti hin naannoftu; lafatu aduutti naanna'a!" jedhee barsiise. Waan kun garuu aanga'oota amantaa Kaatoolikii akka malee aarse. "Kun uumama Waaqayyootti qoosuudha!" jedhan. Barumsa dogoggoraa kan Kitaaba Qulqulluu faallessu ta'uu isaa yaadan. Barsiisa isaa kana akka dhaabu deddeebi'anii
akeekkachiisan. Inni garuu ittuma fufee barsiise.
โ Dhuma irratti adabuuf murteessan. Koreen adaba itti murteesse. Namicha fudhatanii gaara guddaatti ol ba'an. Roggeen gaarichaa cabbii uffatee jira. Baay'ee qorra. Uffata isaa irraa baasanii cabbicha irra ciibsan. Qullaa isaa. Isa booda hamma dhiigni
isaa cobutti reeban. Reebicha guddaa qorra guddaa keessatti.
Baay'ee gidirfame. Dhuma irratti sagalee isaa dadhabee hollatuun akkana jedhe: "Yee jarana! Yookaan saayinsiin isiniif hin galu, yookaan immoo
Kitaabni Qulqulluun isiniif hin galu. Lachuu keessaa hin qabdan. Akkan itti isiniif ibsun dhabe. Egaa akkam wayya?"
*
# Akkam_wayya ?
Waanan jechuuf jedhe jedheera. Dalga immoo akka na jalaa hin hiikne.
#A_Adha. #AU,irraa
Ergaa kanaa yoo jaallattee hiriyyoota keef share godhi.
Join ๐๐๐

HIN GAABBU (Jawaar Muhammad)_241231_103817.pdf
65.2 MB
HIN GAABBU kitaaba jawwee buufadha ๐๐๐๐๐๐๐๐๐โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.
Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waaโee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu โdogongoraโ kee miti.
Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.
โโโโโโโโโโโ
@

Bakka amma jirtu tana irraa yeroo fagaatte. Jireenya bakka haarayatti yeroo jalqabde namoota amma waliin jiraachuu jirtu kana keessaa namni si iyyaafatu, Kan jireenyi akkami ja'ee si gaggaafatu 20% hin guutu.
Tanaafiin nama hunda hiriyyaa hin Sahin hanga isa moggaa jirtu qofa si yaadataa siin jadha.
Hiriyyummaa keessatti nama haala hunda keessatti si waliin jiruuf duursa kanni, qabaataa tahaniis dhabaa yoo tahaniis isaan san yeroo hin jijjiirtuutii atiis isaan waan laafuun hin jijjiirin. Duursa kanniif๐
Hiriyyummaa qulqulluuโค๏ธ @OROMOTOO @OROMOTOO