Haacaaluu Hundeessaa Award
Sagantaan Badhaasaa Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Artistoota buleeyyii fi dhaloota haaraa damee adda addaan badhaaseera.
Faawundeeshinichi Artiisti Haaloo Daawwee, Ibraahim Adamii fi Zarihuun Wadaajoo tokko tokkoon isaani Birrii kuma dhibba 1 fi kuma 50 badhaaseera.
Dabalaan Sirna Badhaasa Haacaaluu Hundddeessaa 2014, kanaan Dameelee badhaasaa dhihaatan keessaa,
1) Walaloo Bareedaa (Best Lyrics) bara 2014, Siisaay Asaffaa Badhaasa waancaa fi Birri 100,000.
2) Yeedalloo Bareedaa (Best Melody) bara 2014, wallee (3Obsan) Yoosan Geetaahun Badhaasa waancaa fi Birrii kuma dhibba,
3) Sirba Cimaa bara 2014 (Song of the Year), “3Obsan”, Yoosan Geetaahuun, Badhaasa waancaa fi Birrii 200,000.
4. Qindeessaa muuziqaa cimaa bara kanaa Artiisti Daawwiit Taaddasaa , Birrii 100,000.
5. Sinimaatoogiraafi cimaa bara kanaa Artiisti Shimallis Taaddasaan injifataniiru.
@haacaalu