Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)

Dubartootaaf..
Akka dubartootaatti yeroo ammaa tana keessatti dubartoonni keenya harkki irra caalaan dhiira waan hin taane isii haasooysiisu, kan miiraa fi fedhiilee gargaraatti isii kakaasu, dhiira sagalee isii waraabdu, dhiira waanuma safuu fi qaanfii tehe irraa abdii murattee daangaa dabarte malee hin jaalatan!
Kuni ammoo jireenya kee keessatti wanta gufuu sitti tahee si danqu keessa tokko. Dhiira suuta deemtu, tan daangaa waa hundaa eeggachaa deemtuutu sittillee kabajaa horaa beeki. Dhiira akkuma ati ifiin barbaadde sii wajjiin tahu qofa irratti xiyeeyfatta taanaan gola sheenaa seenuun kee hafa hin qabdu.
Dhiirti takka gaafa si jaalattee siif gowwoomte gartu akka ati ifiin barbaaddu keessa hin galchin. Yoo akka ati barbaaddu sii wajjiin hin taanees hin aarin, guyyaan si eeggata waan teheef if duraa si miidhuu fi gola gaabbii keessa si galchuu waan hin barbaadiniifi akka inni si qusachaa jiru hubadhu.
Dubartoonni keenya ilma dhiiraa kan akka isin barbaaddan isinii wajjiin hin taane gaafa gartan β Inni nan jaalatu, bakka naaf hin qabu" jattee lafa hin dhiitin. Gaafa nama san dhabde dhugaa nama sanii hubattaa beeki. Dhiirti ati akka ifiin feetu wajjiin godhattee, akka irraa barbaaddu hunda irraa arkattee ergasii isa dhiiftee kan biraa jala hudduu lultu si arkku si galaafachuurraa if duuba hin ju'u.
Namni gocha kana hunda ifirratti hojjachaa deemu suma tan miira ifii hubachuu dadhabde tanaa beeki. Kan ati bilookii ( block) obaaftee kan biraa isa bilbilaan si qoraasu barbaaddu yaadi mee βοΈ
Gaafa miskiinticha kanatti duuyda galtee kan fedhii tee keessa jiru san barbaaddu, numa arkkatta hafa hin qabu. Gaafas ammoo miira keessa waliin galtee sagalee fii viidiyoolee garagaraa si waraabsiseeti bakkaaf akka ati hin yaannetti dirree waltajjii hawaasaa tana gubbatti ol si baasa. Ergasii atiis sagalee fii viidiyoolee tee san jala lulachaa dhufteeti β dhiifama! Ilma namaa tehee kan hin dogoggorre hin jiru" jattee as gubbaa mataa ummata seenta.
πDhimma hunda waanuma ifii barbaaddu qofa keessa galchitee hin yaadin. Gaarii ati osoo gartuu bira dabrtu kanaatu boru gaabbii sitti taha. Suuta ji'i! Dhiira suuta ejjattutti mataa qabadhu heerumi. Uffata, durummaa, bifaa fi madaala qaamaa osoo filtuu aduun sitti hin dhihin. Barruu tana βsave" naaf goradhu.
Kedir Mohammed RaabiiβοΈ
Joinπ
@bishaara_4

Wal jaaladhaa. Wal deeggaraa. Walitti amanaa. Gonkumaa abdii walirraa hin kutinaa. Kun hundee fuudhaa fi heerumaati.
Jaalalti miidhaa miti
Miidhagina malee!!π
Join π
@bishaara_4
Jaalalti miidhaa miti
Miidhagina malee!!π
Join π
@bishaara_4
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Qalamni hin dinne
Arras ni barreeysaa
Furguggee taarikha
Abboota khaleeysaa
Furmaata hawasaa
Nu harka dawaansaa
Numaatu baratee
Dukkana wal baasa
Join
@bishaara_4
Arras ni barreeysaa
Furguggee taarikha
Abboota khaleeysaa
Furmaata hawasaa
Nu harka dawaansaa
Numaatu baratee
Dukkana wal baasa
Join
@bishaara_4
Forwarded from Hamdi abdujabar
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Omishuuf dhaloota
Eenyumma ofii beekhuu
Khan arra jiraata
Boru nuuf akheekhuu
Eeysaan khaane khalee
Arra eeysan cabnee
Dubbisuudha malee
Nuti mee maal dhabnee
Join π
@bishaara_4
Eenyumma ofii beekhuu
Khan arra jiraata
Boru nuuf akheekhuu
Eeysaan khaane khalee
Arra eeysan cabnee
Dubbisuudha malee
Nuti mee maal dhabnee
Join π
@bishaara_4
Forwarded from Hamdi abdujabar
CR7 CR7 CR7
Siiiuuuuu!
Namni jaalattu β€οΈ
@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
ππππππππ
Join & share
Siiiuuuuu!
Namni jaalattu β€οΈ
@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
ππππππππ
Join & share
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Addunyaan jaaladhu keessa namootaan an akkaan jaaladhu hedduutu jira, addunyaa bariif dhiiti isii natti toltu keessa namoota haalaan natti tolantu jira. Jiraachuu koo akkaan jaaladhu kan na godhan, yeroo dadhabina koo argan jajjabina kan naaf tahan. Yeroo khufuuf ka'etti kan na deeggaran, namoota gaarii hedduutu jira. Ati isaan keessa nama tokkoo siin dinqisiifadha akkasuma hedduun si jaaladhaa.β€οΈ
Jaalalti miidhaa miti
Miidhagina malee !π₯°
Join
@bishaara_4
Jaalalti miidhaa miti
Miidhagina malee !π₯°
Join
@bishaara_4
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Hojii teetitti amani !
Yeroo hundaahuu hojii teetti amanuu qabda. Shabaabummaan yeroo itti humna qabdu waan ta'eef, humna tee bakka hin taanetti hin qisaasin. Yeroo qabdu hunda hojiidhaan dabarsi.
Sa'aatii 24 qabna. Ummata adii(Faranjii) fi ummata gurraachaaniis waluma qixa qabna. Kuni kennaa Rabbiin kheenya {S.W} wal qixxeysee nuuf kenneedha. Garaagarummaa kan uumu garuu akkaataa nuti itti fayyadamnu qofa.

Oduu gammachisaa jiraattoota magalaa jaalala Dirree Dhawaa maraaf markazni keenya markazni nuru Shamsii firii laffaati waggaa guutu itti laffa'aa ture Eeyibisee As baasuf halduree isaa hunda xumuree jira Hunda kenya Akka dhufnee ijoollee Abdii boru taate tana Akka walin Eeybisnuf guyyaa Alhadaa jechunis 9/6/2017 galma mana barnoota Addisuuti Isin Eegaa jira hin Hafinaa khottaa walin ha Eeybisnuu
@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Dubartootaaf...
Dubartummaan hundee dhala namaatiif oomishtuudha. Barsiiftuu, leenjiftuu, qartuu fi akeektuu xurree qajeelloo dhaloota hegereeti. Akka fakkeenyaattii mee haadha ykn ummii teenya tan nu dueeyse haa fudhannu, osoo ifii hin baratin hamilee nutti hortee, osoo ifii sadarkaa guddoo hin gahin nama sadarkaa guddoon nu gahuuf roobaa fi caama keessa mudhii nutti hidhatee fuulduratti akka deemnuuf hamilee nutti horaa nu jajjabeeysaa tureedha. Gehee isiin dhaloota hegereetiiif bahattu gaafa laaltu xiqqo malee dhiirumaan isii qixxeessita. Dubartummaan kennama Rabbiin uumamaan siif kenneedha. Of hin tuffatin.
Ati arra dubartii taatee addunyaa tana irratti dhalattee arkkamuun tee carraadha. Garuu maaliif akka addunyaa tanarratti as baate ifin dagatin. Nyaatteetuma dhuguu qofaaf Rabbi sin uumne. Ati nama dhalootaaf fakkeenya gaarii tahuudha. Sadarkaan ati arra irra jirtu tan boruu sin daangeessitu quba qabaadhu. Boru dhaloota akkam oomishuuf arra dubartii akkami ati βοΈ Mee if gaafadhu. Barnoota amantii irraa hubannoo fi muuxannoo hangam takka akka horatte jirtu if xiinxali. Barumsa idilee ( academy) irraa hoo hangam takka akka if dura tarkaanfattee jirtuufi sadarkaa akkam irra akka geeyse if qoradhu.
Arra ati if qofaan jiraachaa jirta sitti fakkaachuu danda'a. Boru garuu hawaasaa fi biyya guutuuf akka jiraattu ifin dagatin. Duuba namni hawaasa fi biiyti hegeree eeggattu adeemsa akkam irra akka deemuu qabu yaadi. Ani dubartiidha, dhiiruma tokko kan qabeenya qabu laaleetiin itti heerumee ilmaanuma dhadhalaaf isaatu itti laffa'ee guddiifata jattee yaada kee hangatti hin gabaabsin. Atumti mataan keetuu yoo nama baratee barumsa diin-islaam ykn ilmii shari'aa islaamaa fi barumsa idilee (academy)tiin sadarkaa namni irra gehuu qaburra geeyse fakkeenya gaarii dhalootaaf taate qabadhu. Waa barachuu, waa dubbisuu, waa barreessuun kaayyoo tantee tahuudha qabdi. Akkasuma dhalootattiis dabarsitee waa guduunfuuniis si ni laallatti. Namni karaa tolatti nama yaamu ( Da'awaa namatti godhu) dhiira qofaa miti hubadhu. Gehee akkanaa keessaasi qooda guddaa akka qabdu beeki. Yeroon tee tan arra ati qabdu jaalalaa bu'aa hin qabnee fi wantoota jireenya kee kan hegereetiiif faayidaa siifii dhaloota siin sababaa tehee si keessaan si booda dhufuufiis hin qabne irraa fagaadhu. Yeroo arra bareeddu harkkaa qabduu fi keessa jirtu tanatti fayyadami. Fuuluma dhiiraa jijjiraa ooluu, qabeenya dhiiraa kajeelaa turuu, jaalala bu'aa hin qabneen yeroo tee gubuu fi kkf irraa fagaadhu gudeey!!
Gaabbii boruutiin dura arra yerotti fayyadami...!!
Kedir Mohamed βοΈ

β€ Jaalallee nuuf tiiysi β€
Namni nu jaallannu
Miidhamuu isaa mannaa
Bakka isaa nu tahuudha
Ifii itti gammanna
Laalaan jaalallee dhaa
Onnee madeeysitii
Tan ifii laaftuudha
Wal'annaan ni deemti
Yaa rabbi jaalalleewwan
Kheenya ati nuuf eegi
Si malettin himnu
Laalaa teenya beekhi
Dhukkuboota jalaa
Ahlii nuuf baraari
Boruus firdawsitti
Qallaalee nuuf jaari

Waan hin qabne niin qaba hin ji'in, wanta ifii keetiif hin mijjeeffatin isaaniif mijjeessuufiis jattee hin liqeeffatin.
Wanta si biratti argan waliin itti dhihaadhu, jaalalti osoo hin fakkeessine arkkattu hundarra humna qaba. Yeroof si duubatti si gunguman illee dhumarratti warri si waliin tahuu jaalatu fakkeessaa takka maletti si waliin tahan!!
Kedir Mohammed βοΈ
Join π
@bishaara_4
Wanta si biratti argan waliin itti dhihaadhu, jaalalti osoo hin fakkeessine arkkattu hundarra humna qaba. Yeroof si duubatti si gunguman illee dhumarratti warri si waliin tahuu jaalatu fakkeessaa takka maletti si waliin tahan!!
Kedir Mohammed βοΈ
Join π
@bishaara_4
Forwarded from Hamdi abdujabar
MIRKUZ DIRRE DHAWAA DHUFEE JIRAπββββ‘οΈ
Urjii bahaa giiftii gammoojjii fi Ityoophiyaa xiqqoo tan taate magaalaa Dire Dhawaa galma dargaggootaa kan koongoo meedaa kessa argamutti guyyaa alhadaa February 23 ganama sa'atii 3:00 irraa jalqabee kan gaggeefamu yoo tahu MIRKUZ 30, Halluuwwan Ramadaanaa 6ffaa qabatee dhufee jira. β³
Warri Dirre qophiidhaa?
π΄ MIRKUZ 3β£0β£
π Dirre Dhawaa galma dargaggootaa
π Alhada Feb 23
β³ Baallamni keenya kan eeggame taha βοΈ
π MIRKUZ 30 π
π Halluuwwan Ramadaanaa 6ffaaπ΄