Ati qofaa kee hin jirtu Rabbiin guddaan si waliin jira;rakkoo kee mara isatti deebisi inni siif furaa
#Daldala_kisaaraa_hin_qabne:
➛Daldala 3 tan kisaaraa hin qabne Rabbiin Qur’aana keessatti Aayata takka keessatti walduraa duubaan nuuf himee jira. Isaanis:
➛Qur’aana qara'uu,
➛Salaata salaatuu fi,
➛Dhoksaa fi muldhistees sadaqaa sadaqachuudha.
﴿ إِنَّ ٱلَّذِینَ
یَتۡلُونَ كِتَـٰبَ ٱللَّهِ
وَأَقَامُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ
وَأَنفَقُوا۟ مِمَّا رَزَقۡنَـٰهُمۡ
سِرࣰّا وَعَلَانِیَةࣰ
یَرۡجُونَ تِجَـٰرَةࣰ لَّن تَبُورَ ﴾
[فاطر : ٢٩]
➛Kunneen sadeenuu daldala kisaaraa hin qabne jechuudhaan Rabbiin Aayata (Faatir/29) tana keessatti nuuf himee jira.
Rabbiin warra irraa fayyadamu nu haa taasisu! Aamiin!
#Join_and_Share
♦♦♦♦♦♦♦♦♦
♦♦@Islamic_2be ♦♦
♦♦@Islamic_2be ♦♦
♦♦♦♦♦♦♦♦♦
Yaada qabdaniif karaa
@Islamic2tubebot
Nuun gahuu dandeessu🙏