Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
- Telegram Web
Telegram Web
Akka Rabbii hin beekhanii tab tab godhaa link gadii kanaan seenaatii https://www.tgoop.com/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6880738617 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu ❤️
Walaloo 🫶🏼
:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu ❤️
"Namni lama yeroo deemaa walitti dhufe bakki inni dura wal ilaalu kopheedha" ja'a qorannaan tokko. Yeroo manaa baatan cufa kophee teessan sirritti qulquleeffadhaa. Dubartiinilleen bakka kanatti duramayyuu leenjii qabu isin dhiiroonniis leenjii kana qeebalaa.😊

🥿👠👞👌
Kuni jaalalaa miti !

Isaan qabaatoodha, si yaamani buna si afeeran, yeroo waliin imaltu wanta sirraa irrate itti siif guutan, yeroo hunda si gargaaruu filatan. Garuu yeroo xiqqoo takkaafillee ati isaaniif akkana akka taatu sirraa hin eegan. Yeroo hunda sii ol tahanii si gargaaruun isaan gammachiisa, isaaniin wal qixxaachuun kee immoo haalaan isaan bobeeysa. Inuma yoo faxinummaa sammuu isaan irra qabaattefaa Haalaan waan kana sirratti hojjatan, ati "tax🚘" illee yoo irraa cufte sitti hin gammadan.......

💔Warra afaanii baasee sitti hin dubbanne kan jaalala fakkeeeasee ulee dirmammuu hin qabneen si reebu, Kan yeroo cufa isaan ifii olitti akka laaltu si taasisan kana irraa lubbuu tee fageessi. Irraan siif deebi'a "Yoo faxinummaa isaan irra qabaatte gocha kanaan si reebaniitii sammuun tee isaaniif gabra hin tahin".🚶‍♂➡️

👌lama yoo na ergatte, sadaffaa naaf ergami !
:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Ganama gaarii qabaadhaa. Nama jaalattan, ka isaaniis isin jaalatan waliin wal naaf argadhaa. Barii teessan keessa barakaan haa jiraattu.

Isin maatii jaalalaati🫶

Ihitee ba telegiramish or ba faxxare🙏 yoo single taate uhibbuk naan ja'imee wal fuunaa😅

Fuula hin guurinaa sesseeqaa guyyaa keessan jalqabaa😉
:¨·.·¨:  ❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
"Siin jaaladha, sitti himachuu qaanfadhee ifitti qabee ifiin hin miidhu. Kuni ammaas waan walitti nama aarsuufii waan nama wal tuffachiisuu miti. Kuni uumama Rabbiin irratti nu uumeedha, atoo na qeebaluuf akkami qophiidhaa" ja'iin kallattumaan.

Nama jaalattu itti himadhu, isaaniis ji'a sagalitti dhalatan, inuma yoo fadhan ji'a 8 fi cina dhalachuu malaniihuu maal abbaa isaaniitiif sodaa isaaniitiin yaadaan if ajjeefta😅

:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
●Haasawa hin guddisin, dhimma nama dhuunfaa baruuf waa gaggafachuu hin guddisin, dhimma abbaan himuu irraa dhidhibaawe itti daddeebistee hin gaafatin takka qofa gaafannan ni gaha. Ani akkanaafi akkasi jattee inuma hin haasawin waa'ee keetii atumti beeytuuhuu ni gaha.
●Hiriyyaa kee tokko hanqina uffataafii qulqullina isaa irratti mullatu suuta itti himi haa sirreeyfatuu, garuu akkaataan dhimma uffannaa isaa akkaataa qabeenya isaa irratti itti himi malee waan inni sirreeysuu hin dandeenye irratti yaada hin kaasin.

●Jaalala keessatti dorgommii hin seenin. Ifii olittiis, ifii gadittiis eenyullee hin laalin. Dhimma kabajaa teetii irratti abbaa feeteefuu hiree dheeraa hin kanniin, kabajamii jiraadhuu ykn kabajamuuf tee irraa qabadhuutii zeron baayyisi oduma waliin jirtuu akka isaan hin jirretti......


:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Si hammadhee, sitti irkadhee ija keeysa si laalaa iid mubaarak siin jachuuf carraa dhabuus guyyaa takka akkaan siin jachuuf taa'u hawwuu hin dhiisu.

Haadha manaa tiyya isii fuul duraa, tan bakka isiin jirtu an hin beeyne Iid mubarak, bakkuma Rabbiin quba si qabu sanitti🥰

:¨·.·¨: ❤️
 `·. @Jaalala_qulqulluu🌹
🍃.......let's........🎁

Kannaa waliif kannaa jidduu keessanitti jaalalati hedduu cimti. Mee arra nama jaalattu tokkoof card bilbilaa Abbaa Qr 50 ykn Qr 100 takka ergiitiifii "Kuni kannaa kiyya, kanuma guddifadhu. Jireenya kiyya keessa namoota jiran keessaa ati nama filatamaa, adda dureedha, siiniin boona yeroo cufa, si qabaachuutti haalaaniin gammadaadha" ja'iin.

❤️‍🔥Haala fadhan keessa Yoo jiraatan illee gammachuutu isaan marsa. Mee godhi !

Waanuma dandeessan irraa Kennaa waliif kannaa.

🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
"Murtiin hanga ammaatti murteesse keessaa taniin yeroo cufa itti gammadu jireenya kiyya keessaa si baasuudhaa"

🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
★. *|[Namni intala takka fuudhuu fedhe; abbaa fii obboleeysa isii haa laaluu; isaan keessaa tokkoo isaanii kan fakkaatu deeysi"]|*.
😊😅☺️☺️

💍💍💍💍
:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
Waa'ee keetii hanga fiinxaatti yeroo baran si jibban, si tuffatan. Si jibbuufii si tuffachuu isaaniitiif hin komataman ati daangaa malee garaa if garsiisuu keetitti if komadhu. 

If hin qulqulleessin atuu nama eenyummaa isaa hanga xarafaatti barteefii nama waa'een isaa bitaa si galuuf wal qixa kabaja hin laattuu. Kuni uumama👌😅

Namoota irraa waan takka takka waan dhooysitu qabaadhu, keessattuu keessattuu roga itti dadhabaa taate deddeebistee hin odeessin. Yeroof Rakkiinni kee namootatti dhagahamuu mala, yeroof siif rifachuus malan, lama, sadi, afur itti deddeebifnaan garuu waa'ee keetitti ni "dabbaraman" achi booda gad buusanii si ilaalu !


:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Warri miira isaanii callinsa keessatti ibsatan warra baafatee dubbatu irra moohatoodha. Cal ja'i yeroo haalaan aarte, hanga wanti ati usteef bitaa itti galutti👌



:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Iccitiin milkaa'inaa guddoon milkaa'inni iccitii dhabuudha.
😅


Jabuma tahi👌

@Jaalala_qulqulluu
🩸

Sagaggaalummaa hin dalaginaa. Xumurri jaalala teessanii boorahaafii fokkotaa tahaa

:¨·.·¨: ❤️Ganama gaarii
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Hanga Futee hin dhuunfatinitti filannaa keessa jirta, tarii dhumarratti taphaa Ala tahuu malta, 100 irraa 100tti itti of gad hin dhiisin, gubbaaniis cheat hin godhin.

Wanti hundarra si bira qaalii sammuu tee haa tahuu. Eeggadhu🧠

Dhala Tap Tap😅

:¨·.·¨: ❤️
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Barnoota nama guddaati wal barsiisuu eegallaatii Ba Allah joolleen umrii 18 gadii channel kana leave godhaa. 😐🤗

Baqqaa deemaati hamister tap tap godhaa isin.😇

Isiniif jacha waa meeqa dubbachuu dhiisu jirraa bar, joollee iyyaala🥹😅
Jaalala♡Qulqulluu💖 pinned «Hanga Futee hin dhuunfatinitti filannaa keessa jirta, tarii dhumarratti taphaa Ala tahuu malta, 100 irraa 100tti itti of gad hin dhiisin, gubbaaniis cheat hin godhin. Wanti hundarra si bira qaalii sammuu tee haa tahuu. Eeggadhu🧠 Dhala Tap Tap😅 :¨·.·¨:…»
2024/07/01 04:44:52
Back to Top
HTML Embed Code: