Telegram Web
Eerga amantaa mataa keetii gaaffii keessa galchitee booda dhumeera.

—Uzumaki Naruton
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
16🥰3
React godhaa Mee akka Post godhuuf.....
35👍6
Filannoon hundi waan hin jirre yeroo sitti fakkaatu, obsi daandii haaraa akka uumu danda'u yaadadhu.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
21👍5
Qabeenyi gabricha nama beekaaf. Gooftaa dha nama gowwaaf.

—Seneca
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👏133👌1
."Humni jechoota keenyaa yeroo baayyee xiqqeessama, garuu hiree keenya bocuuf humna qabu." 

- Toni Robin's
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😁7
2025/07/14 07:02:20
Back to Top
HTML Embed Code: