Telegram Web
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
17👍7🔥1🥰1
Kolfi Tokko,
Hiriyummaa jalqabuu danda'a

Jechi Tokko,
Lola xumuruu danda'a.

Ilaalchi Tokko,
Hariiroo baraaruu danda'a

Namni Tokko,
Jireenya kee jijjiiruu danda'a

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
44👍21🥰4🔥3
DHUKKUBA, NAMOONNI fi WAADAAN hunduu yeroodhaaf.
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
32👍15🥰2
Kan darbe mataa kee keessa jira. egereen immoo harka keessan jira.
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
32👍8🔥2🥰2
Kufaatii

"Waan tokko irratti osoo hin kufin jiraachuun hin danda'amu, of eeggannoodhaan yoo jiraatte malee, akkasuma tasuma hin jiraanne ta'uu danda'a ykn kufaatiin hin dhabamu." - J.K. Rowling

Ogeeyyiin phycology sababni guddaan namoonni kufaniif tokko milkaa'inaaf galma kaa'uu dhabuu isaaniiti jechuun walii galu.

Galma kaa'uun sodaachisaa dha sababiin isaas bakki kufaatii ni jira jechuudha, garuu bakki milkaa'inaas jira!

Yeroo baay’ee milkaa’ina guddaa kan fidu dandeettii kufaatii mormuu akka ta’e yaadadhu.


━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
👍119
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
23👍6
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
12🔥5
Hundi keenya seenaa darbe qabna. Hundi keenya filannoo tarii isa hunda caalu hin taane goone.

Tokkoon keenyayyuu guutummaatti qulqulluu miti, garuu nama kaleessa turre caalaa gaarii ta'uuf guyyaa guyyaan jalqaba haaraa arganna.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
👍2611🥰2
Addunyaa kana irratti wanti qaaliin wal amantaa dha. Namoonni gatii salphaa qaban bitachuu hin danda'an.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
👍287🥰2
Warra yeroon dukkana keessa ture ibsaa qabatanii naaf dhufan yoomiyyuu hin dagadhu

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
48👍16🥰6
"Jireenya kee keessatti wanti hundi filannoo ati goote calaqqisiisa. Bu'aa adda ta'e yoo barbaadde filannoo adda ta'e godhi."

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
37👍11
Waan jaallattu argachuuf dursa waan jibbitu obsuu qabda.

—Al Ghazali
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
43👍12🥰3
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
👍156
🥀°•Ati urjii ifaa mataa keetiiti.°

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️                
🥰1711👍3
Dhukkubbii Dhugaa"

Namoonni tokko tokko, nama eeguun nama dhukkubsa jedhu.

Namoonni tokko tokko, nama dagachuun nama dhukkubsa jedhu.

Garuu dhugaan jiru, dhukkubbiin hamaan kan uumamu yeroo eeguu Ykn dagachuu hin beeknedha.
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️         
15👍11💯5
Yeroo tokko tokko gahee gowwaa taphachuu qabda, gowwaa si gowwoomsa jedhee yaadu gowwoomsuuf.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️      
22👍10
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️         
16👍7
Naaf Barreeffamtee jirta yoo ta'e. Yoon dhuguma qaama abjuu keetii ta’e gaaf tokko ni deebita.

—Paulo Coelho
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
👍227
Yeroo murtoo jireenyaa gurguddaa gootu namoota sitti dhihoo ta’an hin dhaggeeffatin, namoota kaayyoo keetti dhihoo ta’an dhaggeeffadhu.

—Aleks Hormozi
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
28👍8🔥7
Nama siif yaadu gonkumaa hin tuffatiin.

Sababni isaas gaaf tokko diyaamandii akka dhabde ni hubatta, osoo dhagaa walitti qabuutti qabamtee jirtuu.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
👍2714👏1
2025/07/14 11:11:14
Back to Top
HTML Embed Code: