Telegram Web
"Jechoonni ati dubbattu jireenya ati jiraattu ta'a."

Kanaaf: Jecha kee FILADHUπŸ‘Œ

- Toni Robin's
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀28πŸ‘6πŸ‘3
Jaalalli ka ati barbaaddu osoo hin ta'in ka si barbaaduu dha.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀22πŸ‘4
Yoo si sodaachisellee hin dhiisin. Daandiin mirkanaa'uu baatus hin dhiisinaa. Namni sitti amanu yoo hin jiraannellee hin dhiisin. Wanti si barbaachisu waan tokko baayΚΌee akka hawwitu keessoodhaan beekuu qofa. Yoo sirrii ta'e sitti dhaga'ame, yoo xiqqaate al tokko waan hunda kee kenniif yookaan carraa kennuufii dhabuu keetti ni gaabbita.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀26πŸ‘6πŸ₯°4
Namoota yeroof si barbaadaniif miirri dhaabbataan hin maluuf.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀25πŸ”₯2
Gatii kee eegi malee gonkumaa hin dubbatin πŸ”‡πŸ€

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ₯°16❀10πŸ™3
Ilmi maatii isaa kabajuuf fedhii hin qabne kabaja dhugaa nama kamiifuu hin qabaatu.

Billy Graham
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀22πŸ‘5πŸ‘3
Xiyyeeffannoon yoo ilaalte, wanti hunduu barsiisaa keeti.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀21πŸ₯°2
Akkuma waqtiilee namoonni ni jijjiiramu. Garuu garaagarummaan jiru, waqtiin darbee booda, deebi'ee dhufa.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’―13❀10πŸ‘2
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜œπŸ˜œ

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀20πŸ‘8
Forwarded from Any Quotes tips
Fear is just like fire; it can be helpful if you know how to use it. If not, you'll get burned.

β€”Mike Tyson
❀8
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf

https://www.tgoop.com/+TvMOsPB0xQfozIfU

Link olii Join godhaa ❀️❀️
❀8
Wanti fedhii kee guutuuf gootu kamuu qaanyii miti.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
❀16πŸ‘6😁6
Wantoonni ati barbaaddu hundi, jiru. Abjuu fi galmi kee hundi galma gahuu danda'a. Wantoonni kun hundi sababa waan qabaniif sammuu keessan keessa naanna'u. Hanga galma kee bira geessutti hin dhaabbatin. Ati dandeettii qabda, dhuguma.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ₯°13❀7πŸ‘4πŸ’―3
Kabajaa fi Saalfiin daangaa darbe Lugna/dabeessa/sodaataa si taasisa.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀24πŸ‘6πŸ”₯3πŸ₯°1πŸ‘1
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf

https://www.tgoop.com/+TvMOsPB0xQfozIfU

Link olii Join godhaa ❀️❀️
❀2
Waan sitti dhagaΚΌamu dubbadhu, gaarummaadhaan. Miira kee ibsuun bareedaadha, gonkumaa hin sodaatin, hin qaanfatin.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀26πŸ‘3πŸ₯°2πŸ‘2πŸ”₯1
React godha mee hamilee naaf ta'aa⚑⚑⚑
❀27πŸ‘10πŸ₯°5πŸ‘4πŸ™4
Shaamaa bituuf Aduu hin gurgurin.

~ Yahuudota
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀23πŸ‘5πŸ‘2πŸ₯°1
Kan biraatti haa hoo'uuf ofii kee ibidda keessatti hin darbatin.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀28πŸ₯°1
Jireenya Kee Keessatti Namoota Gosa Sadii Yoomiyyuu Hin Dagatin.

1. Yeroo rakkisaa keessatti ka si gargaare.

2. Yeroo rakkisaa keessatti kan si dhiise.

3. Kan yeroo rakkisaa keessa si galche.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamootaβœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀26πŸ₯°5
2025/07/13 02:56:21
Back to Top
HTML Embed Code: