Telegram Web
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
πŸ“œπŸ–Š__||Β°. Wanta Si fayyadu irratti bololu(Sassati) . Kuni Dhaamsa RasuulaatiΨ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… ΨΉΩ„ΩŠΩ‡  " wanta Si fayyadu irratti bololi". Yaa Muslimticha/ttii Dhaamsa kana Silaa Barreeffattee Fuuldura ija keetii Kaa'attee!. Posti, Share, Like fii Comment Gochuu keessattillee  Wanta Si fayyadu irratti bololi, Lubbuu kee wanta Faayidaa qabuun Busy godhi, Wanta kanarraa hafe Ofirraa lakkisi Dhiisii irraa garagali!".

#ΨͺΨ¨Ψ΅Ω‘Ψ±_Ψ¨Ψ§Ω„Ψ₯Ω†Ψ΅Ψ§ΩπŸŒΏ
'Jecha kee eeggaadhu, sabaabni isaa akkamitti namoota laphee lafoo qaban akka miidhu hin beektu.
━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ@jechootaπŸ–ŒοΈ
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Robert_Mugabe

β€œAfriikaanotaaf gaafa namni tokko du'u maallaqa walitti  buusanii awwaaluun baay’ee salphataaf.Garuu utuu namni sun lubbuudhaan jiruu kaayyoo isaa akka milkeessuuf maallaqa  walitti buusanii nama sana   gargaaruun baay’ee itti ulfaata”

━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ@jechootaπŸ–ŒοΈ
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
πŸ‘‡πŸ»

✍️ Hanqinni keenya guddaan hanqinna mataa keenyaa qabnu ufirratti arguu dhabuudha. Namni hanqinna/hirdhinna ufii ufitti hin beekne, gaarummaa nama biraa arguu hin danda’u.
Namni hanqinna ufiis arguu hin dandeenyee fi gaarummaa namaas arguu hin dandeenye, hanqinna qabu sanarraahis yoomuu hin jijjiiramu; gaarummaa nama biroo irraahis hin fayyadamu..!!

Dhakaan dhakama..!!
Hunduu hin darba yaa namaa jabadhu .
Abdiin kee waqaa kee
Jirenyi kee waqaa kee
Gammachuun kee waqaa kee
Kaanaaf abdii ,jaalala ,dhugaaf ,amantiin jiradhuu karaan kee hundi siif qajeelaa
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Jiraachuu yookaan jooruu! Filaadhu

Milkaa’uu yoo feete gatii milkiin gaafatu
 baruu fi baasuun sirra eegama..
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Yeroo haala jireenya kee keessa jiru jijjiiruu hin dandeenyetti, haala sana keessaa waan gaarii argachuuf ilaalcha kee jijjiiri. Ispoonjii osoo hin taane filtara ta'uuf yaali.
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
β€œIlaalcha ani ofii koof qabu kunuunsuu caalaa waanti na gammachiisu addunyaa kanarra hin jiru.”

πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
durba gabaabduu yeroon argu fiigii irra utaali na jedha.πŸ˜₯πŸ₯±
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
Poolisii shamaraa takkaan sin jalladhe jedhee itti himnaan ragaa nama sadii qopheessi nan jette😏
β€œAmantiin kee yaada kee ta’a.
Yaadni kee dubbii kee ta'a.
Dubbiin kee gocha kee ta'a.
Gochi kee amala kee ta'a.
Amalli kee gatii kee ta'a.
Duudhaaleen kee hiree kee ta'u.
Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.β€βœ¨

- Mahatma Gandhi
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Nama tokko yeroo jaalattu hamma argatutti osoo hin taane hamma dhumatti jaaladhu.
Isaa amma akka saalbaji harraa uffattee boru baafatu dhiisi.
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Namni akeekaa fi galma barbaadame bira gahuu kan dadhabuuf waan rakkinni isaa baay'ateef utuu hin ta'in waan dafee abdii kutatuufidha

Wanti dafee dhufu dafee bada wanti obsaan eeggatanii argatan garuu hamma dhumaatti nama fayyada nama quubsaas

Of amansiisi !sammuu keetti dhimma bahi !galma gahuuf akeekate bira gahi !
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Yeroo waan tokko galmaan gahuu barbaaddee hundatti ija kee banaa godhi.
Xiyyeeffannoo fi maal akka barbaaddu sirriitti beekuu kee mirkanessi.
Namni ija cufate galma isaa rukutuu hin danda'u waan ta'eef
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Kallattii dhabuudha malee Yeroo dhabuu miti rakkoon hundi keenya guyyaatti sa'aatii digdamii afur qabna
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
No boyfriend no problem
No girlfriend no problem
No friends no problem
No love no problem  but
Not money big problem first earn money after if you want anything you also can get
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
Itoophiyaa keessatti haga amma dhiitichoo milishaa qofa bilisaan argachaa jirraa😭
Forwarded from MUL'ATAA KEENYA
Hamma qaama kee osoo hin taane hamma ilaalcha kee geessa. Kanaaf jireenya kee keessatti qaamaan ofii kees nama biroos hin tilmaamin.

         Read every day
Yaa qaalii koo inni ati amma keessa jirtu rakkina osoo hin taane daandii jireenya dirqama ati keessa darbuu qabduudha
kanaaf deemsa kee hin dhaabin fuulduratti deemi !
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯
━━━━━━━━━━━
πŸŒ€@jechootaπŸ’«
2025/02/17 03:24:14
Back to Top
HTML Embed Code: