Telegram Web
Allaattiin ka’umsaa badde qubsumaaf rakkatti.

@jechoota_gamnaa
"Jiruu tee keessatti nama tokkolle hin komatin
1.Namni badaan barnota sif taha
2.Namni gaariin yadanoo sif taha

@jechoota_gamnaa
Hin yaadda'in gatii kee kan hubatan gaafa nama akka kee argachuu dadhabaniidh !

@jechoota_gamnaa
Jaalalti uumamaan qulqulluudha
Garuu wallaalaatu jaalala booressa malee 😁😁

@jechoota_gamnaa
Yaadni hamaan summii caalaa nama balleessa.
Yaadni gaariin dawaa caalaa nama jajjabeessa!

@jechoota_gamnaa
Channel photo updated
Jireenya kee keessatti wanti kamiyyuu yoo ta’e yeroo hunda gammachuu filachuu dandeessa. Gadduun gonkumaa filannoo miti. Gammachuudhaaf furtuun waan fudhattu & waan gadhiiftu irratti to'annoo akka qabdu beekuudha.

@jechoota_gamnaa
Channel photo removed
Channel photo updated
Namni Sbaba malee sirraa
gara gale deeme.
Yoo deebi'es hin Amanamu
.

@Jechoota_gamnaa
Of beekuu dhiisuu dandeessa malee ati Nama jabaadha.

@Jechoota_gamnaa
Channel kana https://www.tgoop.com/Sheekmahammad join godhaa
Gaafa hedduu dhiphattuu ofii keen mari’adhuu Namni si caalaa sitti annuu hin jiruuti!

@jechoota_gamnaa
Ilmi namaa biyya lafaa kana irratti waan uumameef qaba
Namni waan uumameef wallaalee maaliin akka jiraatu male maaliif akka jiraatu hubachuun baayyee isa rakkisa.

@jechoota_gamnaa
Yoo jabaachuu barbaaddee kophaa kee qabsaa’uu baradhuu

@jechoota_gamnaa
Sobdee jaallachuun kee har’aaf gammachuu sitti fakkaata malee boriif cubbuudha

@jechoota_gamnaa
Sibiillii hanguma tuman jabaata

@jechoota_gamnaa
Hiriyoonni dhugaa akka urjiiti,
isaan arguu fi baruu kan dandeeysu
yeroo naannoon kee dukkanaa'e qofa.


@jechoota_gamnaa
1.waan barbaaddu tokko jala yoo hin deemne, goonkuma hin argattu.

@jechoota_gamnaa
Yoo fulduratti hin tarkaanfanne, Yeroo hunda bakkuma takka teessa.

@jechoota_gamnaa
2025/01/07 12:08:32
Back to Top
HTML Embed Code: