Gammachuun kan dhufu hojii fi dubbiin kee ofii keetii fi namoota biroof faayidaa yoo qabaatedha.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👏5❤2🥰1
💭Yeroon ati gufuun marfamtu yeroo kami beytaa.....?!!!
💭Yeroo kaayoo Fi karoorri kee heddumaate!!!
🍂Eekaa nama ka'ee hin tarkaanfanne.......gufuun kamuu isatti dhufee hin dhahu....
🍂Nama lafaa ka'ee deemuuf tarkaanfate.......gufuun dhahuun waan hafa hin qabne.....!!
💐Kanaaf daftee abdii hin murin.....dadhabe jettee if duubatti hin deebi'in.
Share👇🏾

🍁Ani abdima sitti horee si tarkaanfachiisuufi!
Share👇🏾
@Jechootahayyoota
❤7👍2🥰1
Gurbaan haadha isaa jaallatu, kan hammenya maatii isaa sirraa dhooysu filannaa kee ha tahu.
Gurbaan odoo wal hin fuudhin haadhaaf obboloota isaa waa'ee isaanii hammeenyaafii arraabaan dubbachaa bilbilaan haasawaa sitti himu irra gowwaa gurbaati !
@Jechootahayyoota
Gurbaan odoo wal hin fuudhin haadhaaf obboloota isaa waa'ee isaanii hammeenyaafii arraabaan dubbachaa bilbilaan haasawaa sitti himu irra gowwaa gurbaati !
@Jechootahayyoota
❤7🥰1👏1
Fuudhaaf yoo carraa qabaatte, yoo dandeeytii qabaatte, intala hawwii keetii yoo argatte fuudhi. Kuni jireenya kee keessatti milkaa'inaaf karaa siif saaqa.
Dhiirri jabaan tokko odoo humna qabuu intala gaarii takka yoo fuudhe dhiira guutuu taha, dhiira challenge hedduu keessa darbu taha !
@Jechootahayyoota
Dhiirri jabaan tokko odoo humna qabuu intala gaarii takka yoo fuudhe dhiira guutuu taha, dhiira challenge hedduu keessa darbu taha !
@Jechootahayyoota
❤13👍2😴2👏1
Sagaggaalummaan dulluma umrii maleeti namatti fida.
Hin sagaggaalin bareeda kiyya, bareedina kee fi humna kee isa amma qabdu kana na duraa dhabdaa. Yoo haalli ittiin sagaggaaltu siif mijjate illee if qabi yaa nama kiyya🥹🙏❤️
Dhaamsa kooti🙏

🙏15🤝3🥰2
Yeroo takka takka nama tokko yoo dhabdan nama nama san gahu waan hin arganne isinitti fakkaa garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, atiitu wal hin qunnaminiini taha malee.
Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉
Yeroon waa hunda ni sirreessa !
@Jechootahayyoota
Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉
Yeroon waa hunda ni sirreessa !
@Jechootahayyoota
👍8✍5❤4🥰3👏1
~Namoota gargaaruu feeta yoo tahe.
~Waan inni si hin godhiniin nama hin himattu yoo tahe.
~Nama kabajuu irratti takkaffaadha yoo tahe.
~Of hin tuultu, hin tuffattu yoo tahe.
~Namoota fayyaduuf galma guddaa qabda yoo tahe.
☆Xiqquma gochaan gargaari malee boqonnaan eenyulleen hin argine argatta .

❤10👍3👌1
Hiriyyaa dhugaa ja'ee ofitti si
aansee hundaa sittin himnee?
Na jala deebitee jaalallee koo
fuutaa an yoomiin amanee?
Lachaan keessaniihuu anaan
amansiisuuf sababan tuulinaa.
Nagayan jiraadhaa dubaa koo
deemtaanii anan hordofinaa.
Gaafa yeroon kun darbe walitti deebinee wa hunda haasofnaa.💪
Gantootaaf yeroon jira.💔
:¨·.·¨:
`·. @Jechootahayyoota

💔9❤1👍1🥰1
Rule No.....X
#Dargaggeessaaf...!
~Hin dhugin.
~Hin qama'in.
~Hn saamiin.
~Humna keetiin nama hin midhin.
~Dubartii hedduu oliif gad hin oofin
~Jaalala keessatti hin sobin. ~Sagaggaalummaa hin hojjatin.
~Jaalala irratti miira kee guutuu deebisuu irra, wanta yeroo bultii gad dhaabde ittiin mana jiraachistuuf xiyyeeyfannaa kanni.
Wantoonni kun yeroo dargaggummaan ati harkaa qabdu kun si dhiisee deemee maal akka ati fakkaattu murteessa.
:¨·.·¨:
`·. @Jechootahayyoota
❤11👍6🥰3
✍ Seera
ღ Nama akka si hin jaalanne ifa baasee sitti hime bakka kanniifii kabaji. Maqaa hin balleessin.
ღ Nama hin jaalannef waadaa sobaa hin galin.
❤️Jaalalti miidhaa miti !
:¨·.·¨:
`·. @Jechootahayyoota
ღ Nama akka si hin jaalanne ifa baasee sitti hime bakka kanniifii kabaji. Maqaa hin balleessin.
ღ Nama hin jaalannef waadaa sobaa hin galin.
Lachuutuu ni ulfaata, warra "mature" taheef garuu "simple"
❤️Jaalalti miidhaa miti !
:¨·.·¨:
`·. @Jechootahayyoota
👏15❤6👍1
React keessan hin jiru taanan baayyinni maxxansaa ni xiqqeessinaa kanaaf yoo barreefamoonni keenya isinitti tola ta'e,react fi like yoo gootan isiniin hin miidhu, nuuf garuu akka bayyee barreessinu nu godhaa🙏
Kanaafu maatiin channali keenya like fi reaction keessaniin nu waliin ta'aa 🙌.....
Kanaafu maatiin channali keenya like fi reaction keessaniin nu waliin ta'aa 🙌.....
👍49❤7👏3
Boqonnaafii gammachuu dhugaa yoo barbaadde nama si amanee sirratti if dhiiseef amanami. Keessattuu bakka isaan hin jirretti.
#Ni_Boqatta♡
@Jechootahayyoota
#Ni_Boqatta♡
@Jechootahayyoota
🥰8👏1
Dhiirri uumama isaatiin gaafa dhalatu irraa miira dorgommiiti qaba. Yoo fadhe haa dhoyfatuu malee yeroo hunda dorgommitti jira.
Saniifuu dubartii isa dinqisiifattu malee dubartii namaan isa madaaltu hedduu jibba. Isa bira teessee Ronaldo fi shaarukan 6 paak isaanii yoo itti faarsiteehuu ni hinaafa😅
Isa yoo faarsite ati isaaf humna taata. Hojii isaa dinqisiifadhuuti faarsi gaara siif cabsee si gammachiisuuf inniniis yeroo sun qophiidhaa😉
Caallisiiti inni akkas tahuu baatuus "Ati anaaf kannaadha odoo kiyya tahuu baatte na hinaafsisa, bara kana keessa dhiirri akka keetitti itti gaafatamumma isii gutuu guutu bahattu inuma jirtii, ati dhugaa adda" ja'iin jaalala tee haa maraatuu anaatu hidhaa😂
#Jaalala
:¨·.·¨:
`·. join Zis One👇

👏9❤5👍1
Waan sitti dhagaʼamu dubbadhu, gaarummaadhaan. Miira kee ibsuun bareedaadha, gonkumaa hin sodaatin, hin qaanfatin.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❤11👍2😁1
Wantoonni ati barbaaddu hundi, jiru. Abjuu fi galmi kee hundi galma gahuu danda'a. Wantoonni kun hundi sababa waan qabaniif sammuu keessan keessa naanna'u. Hanga galma kee bira geessutti hin dhaabbatin. Ati dandeettii qabda, dhuguma.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
🥰9❤4👏3
#Of Egaannoo ❗❗❗❗
Link akkana kunii Telegrama nama isin beytanin isinitti ergama . Garuu ammoo abbaan telegramichati miti kan isinif erge . Sababnis telegramni Abbaa sani huck ykn xalafame/hatame jira kanaf telegram keysan hatudhaf Link akkana isi ergama yemmuu linkicha xuyxan baqa fudhatame jechadha of egaadha . Yeroon Amma bayye shakisisa dhufe ra kanaf jarjartaani Link kamuu hin xuqina 🙏

❤4👍4
❤9
❤19❤🔥3
❤19
❤14👏3