Forwarded from Barruu Walaabuu
Barreessaa Oromoo Gameessaa @Gaaddisaa_Birruu du'aan Addunyaa kana irraa Godaanuu isaaf Gadda Guddaatu Nutti Dhaga'ama!
Maatii isaaniif Jajjabina hawwina!
Maatii isaaniif Jajjabina hawwina!
Maddii Hiyyummaa Namoota Bayyee Mal Akka Ta'e Beektu??
Comment Gochuun Hin Dandahama
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Link @A1Ofii_Anr
Comment Gochuun Hin Dandahama
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Link @A1Ofii_Anr
Eenyummaan kee Har'a fi bakki Ati har'a jirtu ilaalcha kee irraa Madde. Ilaalcha Kee Hin jijjiirtu Yoo Tahe Borus achuma Jirta.
Siin Gaafadha?
Maalif ilaalcha Kee Jijjiirte Gara Iddoo itti Gahu Feetuu Maaf Hin Deemtu??

“Eat like you love yourself. Move like you love yourself. Speak like you love yourself. Act like you love yourself.”
Imala Hiyyuummaa Irraa Gara Hayyummatti!!
Kitaaba Dubbisuun imala Hiyyuummaa Sammuu irraa Gara Hayyummaatti Godhamuudha. Imalli Gara Hayyuummatti Godhamu Kamu kitaaba gargarsiifachuu qaba. Kitaabni miira Kufe Kaasa,sammuu Rafe Dammaqsa,Addunyaan Wal sii barsiisa……..
Yaada Kennuu Yoo Feetan Link Armaan Gadii Fayyadamuu Dandeessuu @A1Ofii_Anr

Bara 2013 Maaliin Yaadatta Inni hoo Maaliin sii Yaadata?
Bara 2013 Maaliin yaadatta? Karoorii kee siif milkaa’ee jiraa? Galma kayyeeffatte geesse jirta? Dadhabii fi Dhaamatiin Galma kee Gahuuf goote Akkam Ture? Gaafiiwwaan Kanin of gaafadhu mee? Ammas of Gowwomsita yoo Tate of hin Gowwomsiin .
Of hin gowwomsiin yoo dandette tahi argamii !!
Jireenya namoota bira laalte isanitti fakkachuuf jette of hin Gowwomsiin Ati suma, beekumsa namoota bira laalte isanitti fakkachuuf of hin Gowwomsiin Ati suma,Qabeenyaa namoota bira laalte isanitti fakkachuuf jette of hin Gowwomsiin Ati suma, Uffanna Namoota bira laalte isanitti fakkachuuf jette of Gowwomsiin Ati suma, Eeyye Ati Suma Ati Nama bira tahu hin dandettu Namni Biras si tahu hin dandahu of Hin Gowwomsiin Ati suma Mata keeti.
Ati suma Mata keeti!!
👇👇Yaada Kennuu Yoo Feetan Link Armaan Gadii Fayyadamuu Dandeessuu @A1Ofii_Anr

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
RICH Vs Poor Mindset