Telegram Web
وقال عمر بن الخطاب رضي الله عنه: (حاسبوا أنفسكم قبل أن تحاسبوا، وزنوها قبل أن توزنوا، فإن أهون عليكم في الحساب غداً أن تحاسبوا أنفسكم اليوم، وتزينوا للعرض الأكبر، يومئذ تعرضون لا تخفى منكم خافية).
Forwarded from Walaa_promotoin
Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Irraa Guddaan Wanni Rakkina Qalbittif Sababba Tahuu
Rabbirra Garagalluu
Ibadda Umamteef Lakkisuu
Wan Isaa Hin Tehinirratii Qalbii Tee Rarraasuu
Zikrirraa Fagaachu
Jaalalla Sarraa duroomu Isarra waan Birra jaalachuu

yoo khanarra if Eydee Rakkina Qalbirra if Eydee Yeroo hundaa Rabbirra khayyadhu ni milkoytaa
Nama cinqumaa Duniyaa Tannaw Irra hin khayyane Khan Haala Hundarrati galatta galfatte Rabbuma saa Abbadu Tehii
ALHAMDULLIHA

@ASMISHI
@ASMISHI
@ASMISHI
🔔Habibi Do U know Who you are?.
::::::::
^^^^^^^
^^^^^^^
::::::::
Follow it We will tell you?.

🗡Obboleessa koo.
📌Ati Nama rabbiin filate.
📌Ati nama Rabbiin kabajedhaam.
📌Ati nama rabbiin Jannata sana qopheesseefiim.
📌Ati bar Kan bakka ergamaa rabbii ﷺ buutee ergaa isaanii baatte jirtu.
📌si'iim Kan Har'a Bakka Umari fii Hamzaa jirtu.
📌Si'iim Silaa kan har'a Akka mus'aab ibnu umeeyrii Biyya da3waadhaan jijjiirtu.
📌Si tureem silaa Kan rakkoo hawaasa muslimaa addunyaa kanaaf furmaata barbaadu.
📌si tureem silaa kan Aduwwii qur'aanaa,aduwwii masjiidaa,aduwwii hijaabaa, kan deebisuu qabu.
📌si tureem kan Adeemsa ittiin bulmaata shar'aatiif kan karaa mijeessuuf si'iim silaa kan shariaan addunyaa bulchuu qabu.
📌Ammallee suma kan ulamaa'ii keenya dhumaa jiran/kan umriin deeman kana irraa beekumsaa isaanii fuudhee dhaloota dhufutti dabarsu.

🔰Sidhaam, yaa akhii, yaa obboleessa Koo
dammaqqi ofbari
🔰Simalee kan biraa hin eegin.
👉 Kan maqaa muslimummaa qabdu hundi

💠Muradhuu ka'ii baha Galaana MODERNIZATIONII FII Fashioning keessaa.

💎Galaana Gowwummaa fii Dagamiinsa warra dhihaa keessa bahuuf Yoom deemsa jalqabda?.
Forwarded from Walaa_promotoin
Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Forwarded from Walaa_promotoin
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!!
Promotion channaali oromootiif
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu
@walaaoromo

Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu.

Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel
@Walaa_meme kan join godhaati wan haraya asirati egadha
Galatooma.

DEBII DUBARTOOTA BABEKAMOO
🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈
↘️1: Ani jaalalleen qaba
↘️2: Ani Biyya Alaatin Heruumufi
↘️3: Yeroo ati bilbiltu hin argine
↘️4: Amma matii ko biraan jira boodaan sif bilbila
↘️5: Dhirti dhugaa hin jirtu
😁😁😁😁😁😁😁😁

Way chikoota 🤭🤭🤭🤭

Kofalte calliisun sheemidha adeero 👍 tuqii Sheer godhi

@Walaa_Meme
Namni Akkaa si jaalatu yoo feete
Du'ii😄

Siif gale tanan 👍tuqii sheer godhi

@Galleryketchw
Forwarded from Walaa_Oromo_promotion
#Creatine_powder

Powder barreeda kana Itti fayyadama Nama hundaaf ta'a dhalaafis dhiiraafis ni ta'a Powder kana Nama sport hunda kan dalagu fadhachuu qaba Wan takka nama hin miidhu Warrii powder kana barbaadan @WalaaOromo karaa kanan nu qunamaa
Forwarded from Walaa_Oromo_promotion
Yooya jira jirtu kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya

Kuno arra Gattii madalawaadhan Mashiina Killee fi Batraa Keeki itti dalagan isiniif qabannee dhufnee jira meshaa barreeda kana bixuudhan itti fayyadamaa

Warri bituu barbaadan asiin na quunamaa @walaaoromo
Forwarded from Cooperative bank of Oromia
🎊Bootii Baankii #Hojii_gamtaa_oromiyaa fayyadamuun yeroo galmooftan badhaasa qarshii 1000 ni argattu!

🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 50 argattu!

Liinkin affeerraa kesssani ⬇️
https://www.tgoop.com/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r00222949220

🎊 #የኦሮሚያ_ህብረት_ስራ_ባንክ ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 1,000 ብር ስጦታ በተጨማሪም 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ የ 50 ብር ክፍያ ያግኙ🎁

ይህ ማለት 30 ሰዎችን ወደ ቦቱ ሲጋብዙ 2500 ብር አካውንትዎ ላይ ገቢ ይደረጋል ማለት ነው!

የመጋበዣ ሊንክዎ ⬇️
https://www.tgoop.com/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r00222949220

Cooperative_bank_of_Oromia
🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳

Waamicha Guddaa Namoota Channeel Telegram qabdan Maraaf.

🌳Waamicha Guddaan Kun maali ja'uu dandeessan ?

🌳Akkuma beekama Oromon Mil.60 ol Nitaana Akkasuma Channel Telegram Tan Ijjoole Teenya tan oromo memeber 100k ol kan qaban ni xiiqaata Saniifu Yaa da bilchaata takka qabane dhufnee jira

🌳Warreen Channel Qabdanii fi akkasuma Dandeeti Barreesu qabdan Akka Member channel Keessan Yaroo gabaabati Kan 1k qabu Yaroo gabaabati 10k Galu 10k qabu akka 20k galu Godhuuf Yaada barreeda qabane dhufne jira.

🌳Oromiyaa Guddoo Keenya Kallattii hundumaan Haa Guuddisnu!

🌳Channaloota Afaan Oromoo Afaan Oromo Guuddiisu keessati gahee guddaa qabu Afaan keenyaan Odeeffannoo, Bashanana fi Barnoota Adda adda Dabarsuun kanaaf channalota  Afaan Keenyaaf iddoo haa Laannu isiinin janna!!

🌳Tanaafu Warrii channel Qabdan garaa 👉👉 @walaaoromo 👈👈 ja'uu kanan nu quunamuu dandeessan

👉👉@walaaoromo 👈👈

Waliin taane Art fi Afaan keenya haa guudisnu
Forwarded from Degartoota Arsenal
G U Y Y A A T A P H A A🔴

📍 Tapha Darbii London
📀Torbee 3ffaa
🏆 Premier League
Arsenal 🆚 Fulham
🕘11:00(local time 🇪🇹)
🏟️ Emirates

@Degartoota_Arsenal
Forwarded from Walaa_Meme
Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️

Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan.

Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade

Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏

akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha

akkasuma yaroo amma kana irraa kaase nuti isin booharsuudhaaf qophii xumuure dhufnee jira.

isinis wan nu eyyeefataniif guddaa galatooma.

Warreen promotion keessan isiniif hojjachaa ture akka haareyaatin kuttaa galmaa'a isinin jana @walaaoromo asirrati

Yaada qabdaniifi Gorsa nuuf qabdan gara keysaatin nuuf qooda.

Akkasuma Akka harayan qophii adda addaatin isiniif dhufne jira maati kiyya an isin gamachiisufi isin boharsu dhufeetin jira akkasuma isaniis Channel kiyya kana akka bikka duraani daraniti ol deebi'uf sheer godhun nu cinaa dhaabadha🙏

    Galatooma🙏

@walaa_meme
Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️

Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan.

Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade

Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏

akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha

akkasuma yaroo amma kana irraa kaase nuti isin booharsuudhaaf qophii xumuure dhufnee jira.

isinis wan nu eyyeefataniif guddaa galatooma.

Warreen promotion keessan isiniif hojjachaa ture akka haareyaatin kuttaa galmaa'a isinin jana @asirrati
Mabruka Moh

Yaada qabdaniifi Gorsa nuuf qabdan gara keysaatin nuuf qooda.

Akkasuma Akka harayan qophii adda addaatin isiniif dhufne jira maati kiyya an isin gamachiisufi isin boharsu dhufeetin jira akkasuma isaniis Channel kiyya kana akka bikka duraani daraniti ol deebi'uf sheer godhun nu cinaa dhaabadha🙏

    Galatooma🙏

@Mabru_Habibti
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🌿🌺Aswrwb jira jirtu kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya

Kuno arra Gattii madalawaadhan Qur’anaa Gifti ji Ramdan sabsasachun isnif qopeysine jiraa isiniif qabannee dhufnee jira Qur’anaa Tasbih barreeda kana bixuudhan itti fayyadamaa

Warri bituu barbaadan asiin na quunamaa 0942110514📞
Ramadaana 20, Fathii Makkaa yaadattuu? Magaalaan Makkaa ji'a collee kana keessa Hijraa 8 Mushri-ka Qureyshii harkaa baate.

Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ guyyaa akka har’aa kana Makka bane. Waraana isaa Kuma 10 ol waliin xiqqo malee osoo hin lolin Makka dhuunfatan. Eega irra aanan booda warra Makkaa kan biyyaa isaan baqachiisee tureef dhiifama godhan. "Deemaa isin bilisa" ja'aniin, humaa haaloo hin baafanne. Sahaabtichi beekkamaan Bilaal bin Rabaah biyya itti gabroomee cunqurfame keessatti injifatee guyyaa kana Ka'baa koree Azaane. “Allaahu akbar Allaahu akbar..” ja’ee guddina Allaah ummata dhageessise. Guyyaan kun guyyaa seenaa jabduu qabu.

Yaa bareedina Fathii Makkaa.
2024/10/02 18:25:00
Back to Top
HTML Embed Code: