Telegram Web
#Sooma_Aashuraa.

#Keeyrii_tana_itti_haa_hirmaannuu
Share waliif godhaa Wal yaadachiisaa

👉Ergamaan rabbii (ﷺ) akkana jedhan፦
﴿فَإِذَا كَانَ الْعَامُ الْمُقْبِلُ - إِنْ شَاءَ اللَّهُ - صُمْنَا الْيَوْمَ التَّاسِعَ﴾
" Yoo waggaa dhufu naan gahe fedha rabbiitiin Guyyaa saglaaffaallee ni sooma "
Muslimtuu gabaase

👉Ergamaan rabbii (ﷺ)፦ Hadiisa biraa keessatti akkana jedhan
﴿صيامُ يومِ عاشوراءَ، إنِّي أحتَسِبُ على اللَّهِ أن يُكَفِّرَ السَّنةَ الَّتي قبلَهُ﴾
" Soomni Guyyaa Aashuuraa soomuun dilii waggaa tokko irra namaaf dabruu rabbiin irratti herreega"
Muslimtuu gabaase

Guyyaa boru isniinaa(9) fii salaasaa (10) soomuun ajrii guddoo tana haa saamannuu.
Insha Allah Guyya Muraasa booda Hojii Haarawan…..🎵🥰

*Jaalallee~Kho Nabii 🎵🥰
Forwarded from WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA (Sudeys®)
#⃣ Ergaan: -Essarrahin dhufe essan jira essattin deemaa jiraa.

🎙 She/abdusalam kadiir

෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 1.8
🎙 Daqiiqaa 13:33
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Coming Soon….🎵🥰

Nashiidaa Jaalallee~Khoo Nabii🎵❤️
Nashiidaa *Jaalallee~khoo Nabii🥰🎵 guutu işi insha Allah boru galgala sa’a 2:00 irrati isinif gad lakkifna🥰

https://youtu.be/sjOFefAwyfc?si=O91EcB_agAJ0mTfp

https://youtu.be/sjOFefAwyfc?si=O91EcB_agAJ0mTfp

https://youtu.be/sjOFefAwyfc?si=O91EcB_agAJ0mTfp
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb khabajamtota hordoftota kiyya inshallah akkuman isinin ja'e nashida harawa muhammed (SAW) Jattu isinif qabadhe dhufen jira inshallah guyya khamisa gama channels tiktok kiyyan trend isii isinif gad dhiisa hanqasitti #share godhun na jajjabessan isinin ja'a ammalle irra debi'e akka jaalattan abdin qaba 🙌 ❤️‍🔥

Isin jaaladha ngyn naf tura!!✌️🤌❤️‍🔥
💪
• 𝙽𝙴𝚅𝙴𝚁 𝙶𝙸𝚅𝙴 𝚄𝙿 𝚈𝙾𝚄𝚁 𝙳𝚁𝙴𝙰𝙼 .
2024/11/05 01:03:39
Back to Top
HTML Embed Code: